COD-ETยฎ
20.4K subscribers
610 photos
31 videos
122 files
529 links
#COD-ET ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

๐Ÿ’ป Code โ€ข Learn โ€ข Build
๐Ÿš€ Ethiopiaโ€™s growing developer community

๐ŸŽฏ Tech tips | ๐Ÿ’ก Learning | ๐ŸŒ Web & Apps | ๐ŸŽจ Design | ๐Ÿ’ผ Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
โš _OF EeggannOO_โš 

#Share godhaa wal qaqqabsiisaa


โ—Hattoonnii Aappii #spyhuman jedhamu faayyadamanii wanta nuti mobaayila keenyan adeemsifnu hunda nu jalaa hordofaa akka jiran beekamee jira Fkn,
โ—Ergaa whatsappii, messenger,line fi kkf waliif erginu nu jalaa hordofuu
โ—Photo gallery keessaa qabnu hunda ilaaluu yoo barbaadaniis save godhanii fudhachuu
โ—Bilbila eenyutti akka bilbille sa'aatii meeqatti akka bilbille daqiiqaa meeqa akka haasofne maal akka haasahaa turre hunda argachuu
โ—kaameeraa keenya akka barbaadanitti garagalchanii photo kaasanii fudhachuu,
โ—Sagalee keenya yeroo barbaadanitti live waraabanii fudhachuu
โ—Aappii mobaayila keenya irraa qabnu ilaaluu yoo fedhaniis kan barbaadan nu jalaa haquu
โ—Interneeta irratti maal akka search godhaa turre beekuu
โ—bakka nuti jirru beekuu fi kan kana fakkaatan hedduu nu jalaa hordofuu danda'u kanaafuu akka asii gadii kanatti hojjadhaa mobaayila keessan balaa kana irraa qulqulleeffadhaan dhaamsa kiyya
~~~~~
"Jalqaba Setting banadhaa itti aansun Application manager kan jedhu tuqaa san booda gama mirgaa irraa gara bitaattii dabarsuun All kan jedhu jala dhaqaa All kan jedhu kana keessatti Aappii mobaayila keessan irraa qabdan kan dhokatees tahee kan dirree jiru hunda ni argattu Fuula sanirra gadi deemun Aappii maqaan isaa secure service ykn system service jedhu barbaadaa yoo agartan akka namni biraa isin hordofaa jiru beekaa dafaati uninstall godhaa ofirraa balleessaa"
~~~~~~
๐Ÿ”นDhaamsa
โ˜†Mobaayila keessan yeroo mara cuftuu screen paaterniis tahee paaswoordiin kan isin malee namni biraa banee seenuu hin dandeenyen hidhachuu hin dagatinaa
โ˜†Nama eenyummaa isaa beektaniis tahee kan hin beekne mobaayila keessan goonkumaa itti hin kenninaa yoo itti kennitaniis biraa hin fagaatinaa waan inni godhuus laalaa
โ˜†Namoonni mobaayila hojjataa namarraa bittan format gootanii akka haarawatti itti faayyadamuu qabduu jechuunan
#Galatoomaa

$credit:oromosamsung

@samitecno
@samitecno
Guddina afaan oromoo kessaatti gahe haa qabannuu

@samitecno
Afaan Oromoo Afaanota
Gurguddoo Addunyaa 109 tti makamee tajaajila kennuu jalqabuuf Jechootni English Miliyoona 1 fi isaa ol Afaan Oromootti yoo hiikamaniidha. Kana milkeessuf Namni Jechaa fi Hima Afaan English gara Afaan oromootti hiikuu dandaโ€™u kamuu irratti hirmaachuu ni dandaโ€™a. kanaaf immoo dhaabbanni Google haala mijeessee jira.
Afaan Oromoo tarree Afaanota gurguddatanii hiriirsun hojii namoota muraasaa miti, ykn kan dhaabbata tokkoo miti. Dhimmichi Nama afaan kana haasayu hunda ilaallata. kanaafuu ni dandeenya yoo taโ€™e hiikkaa isaa irratti hirmaachuu, hin dandeenyu yoo taโ€™e kanneen hiikaman gulaaluu irratti hirmaachuu, kanaas hin dandeenyu yoo taโ€™e xiqqaatu waamicha akkanaa miidiyaalee hawaasa faayyadamnu irratti share taasisun nurra jiraata.
Hiikkaa Google Afaan Oromoo irratti hirmaachuuf:
Tartiibaa asii gadii hordofaa:
1. Google Chrome seenaa
2. Email (Gmail) keessaniin Login godhaa
3. liinkii kana seenaa, https://translate.google.com/ liinkii kana seenuf filannoo hedduu gargaaramu dandeessu. Fkn, liinkima kana irratti cuqaasuu ykn asirraa laalun saanduqa search keessatti barreessuu.
4. Contribute kan jedhu seenaa (suuraa asii gadii ilaalaa)
4. Setting > Languages > Gadi buโ€™aa Oromo filadhaa
5. itti aansun Suuraa asii gadii qalbeeffadhaa
6. Bakka xiyyi agarsiisu ilaalun gara English โ€“ Oromo tti jijjiiraa
7. Bakka halluu magarisaan haguugame yoo tuqxan kanneen namootni biroo hiikan akka gulaaltaniif isin gaafata. isin kan sirrii taโ€™ee LIKE kennituuf, kan sirrii hin taane DISLIKE kennituuf. yoo hin beekne SKIP tuquun gara itti aanutti dabartu.
8. Bakka halluu cuqulisaan haguugame yoo tuqxan Himoota Afaan English isiniif fidaa, gara Afaan Oromootti akka hiiktan isin ajaja. ni dandeessu yoo taโ€™e irratti hirmaachun gahee keessan bahattu.
Suuraan olii kuni, kan namootni hiikan yogguu gulaaltudha
Suuraan kun Himoota haaraya yogguu Afaan Oromootti hiiktu agarsiisa
Dabalata vidiyoo asii gadii ilaalun caalatti hubachuun ni dandaโ€™ama.
Hiikkaan Google Afaan Oromoo Faayidaa akkamii qaba? Faayidaan inni qabu hedduudha, isaan keessaa muraasa haa ilaalluu.
โ€ข Tarree Afaanota Gurguddoo Addunyaa taaโ€™a.
โ€ข Afaan hojii Dhaabbilee Gudrguddoo Idil-Addunyaa tahuuf carraa argata.
โ€ข Biyyoota hawaasni Afaan Oromoo dubbatu jiru hundattuu salphatti ittiin-tajaajiluu fi tajaajilamuun hojiirra oola. Akkasuma carraa hojii balโ€™aa uumufii dandaโ€™a.
โ€ข Tajaajilootaa fi Oomishaalee Adda addaa salphatti Afaan Oromootiin akka oomishamaniifi raabsaman daandii saaqa.
โ€ข Afaan Oromoo Afaan Miidiyaaleen gurguddoon dhimma itti bahan akka tahuuf shoora olaanaa taphata.
โ€ข Odeeffannoolee/Barreeffamoota Afaanota Gurguddoo kamiinuu jiru namni barbaadu/hawaasni Afaan Oromoo dubbatu salphatti Afaan Oromootti jijjiiratee dhimma itta baha, akkasumas, barruulee/Odeeffannoolee Afaan Oromootiin bahan qaamni barbaadu kamuu yeroo/biyya barbaadetti Afaan fedheetti jijjiiratee dhimma itti-bahuuf gargaara.
โ€ข Marsaaleen hawaasaa gurguddoon yeroo ammaa Addunyaa ganda tokko gochuuf hojjachaa jiran kan akka Feesbuukii, Tiwiitaraa, Telegiraamaa, Instaagiraamaa, LinkidIin, Yuutuubii, fi kkf..niif Afaanota hojii waan tahuuf Guddina Afaanichaatiif shoora olaanaa kaawuu bira darbee Aadaa, seenaa, duudhaa fi sirna Gadaa Oromoo balโ€™inaan ni beeksisa.
โ€ข Afaan Oromoo hirmaannaa Qorannoo fi qoโ€™annoo Idil-Addunyaa tahan, akkasumas Guddina Saayinsii fi Tekinoolojii isa yeroo ammaa addunyaa raasaa jiru keessatti hirmaachuuf carraa akka argatu gochuudhaan, Hawaasichi Afaanicha dubbatus Jijjiirama saffisaa Saayinsiif Tekinoolojiin Addunyaa uumaa jiru kana keessatti akka hirmaatuufi irraa fayyadamu, akkasumas akka waliin tarkaanfatu daandii kan saaquudha.
Walumatti yeroo takkaan Guddina Afaan Oromoo tarkaanfii hedduu gara fuulduratti butuu fi kkf isaan muraasadha.
Maarree Hojii seena qabeessa guddina Afaan Oromoo tarkaanfii 10 ol fuulduratti tarkaanfachiisu kana Ati maal raawwatte? Qooda maal fudhatte? Fira/Maatii/Hiriyoota kee Meeqatti himte/affeerte?
#oroict.com

@samitecno
@free_ICT_group

Join & share support us
โค1๐Ÿ”ฅ1
Yeroo namoonni WIFI isin biraa fayyadaman bilbilli keessan WIFI isiiniif hojjachuu didee beekaa?
Yoo isiniif hojjachuu dide koodii iccitii *#2663# kana bilbila keessannitti galchuun #WIFI_REFRESH_VERSION kan jedhu tuquun sirreffachuu dandeessu.

Chaanaalii keenya share nuuf godhaa .

@free_ICT_group
@samitecno
root-checker-6-5-0.apk
10.9 MB
namoonni bilbilaa kessaan root gootan root taรบu fi taรผu dhiisu isaa test ittin godha @samitecno @free_ict_group
explorer-3-10-3.apk
4.5 MB
file explorer bilbiloota androididhaf @samitecno @free_ict_group
๐Ÿ‘2
2004-2011 entrance questions.zip
2.1 MB
barattooa kutaa 12ffa entrance exam iddoo tokkotti โ™จ๏ธ @samitecno โ™จ๏ธ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ โ™จ๏ธ @free_ict_group โ™จ๏ธ
link application gadii๐Ÿ‘‡๐Ÿพ kanan extract godhaati fayyadama๐Ÿ‘Š https://t.me/samitecno/1275
๐Ÿคทโ€โ™‚๐Ÿคทโ€โ™‚Account Facebook amma fayyadamaa jirru cufuun/ tasa balleessuun akkamittiin danda'amaa??

๐Ÿ‘ŒMidiyaa hawaasaa kamiinuu yeroo barbaannetti account banannee gaafa fedhiin keenya badetti yoo feene accounticha tasuma balleessuu, yoo feenes yeroodhaaf cufnee gaafa barbaanne immoo deebisnee reactivate gochuun fayyadamuu dandeenya.

๐Ÿ‘Œaccount Facebook hanga nutti toletti fayyadamnee gafa fedhiin fayyadama keenyaa badetti cufuu dandeenya. yeroo account kana cufnus karaa lamaan cufna:

1: #deactivate_account:- account kana yeroodhaaf cufnee gaafa barbaannu reactivate goonee deebinee itti fayyadamuu dandeenya.

Private message(chat) irra kan hafe yeroof photo,video, profile akkasumas post keenya hundinuu namoota jalaa nidhokata(hidden)ta'a. Kana jechuun garuu delete taha jechuu miti. Search godhaniis namoonni nu argachuu hin danda'anu.

2: #delete_account:- inni kun garuu accounticha tasuma balleessudha. Erga badee booda garuu deebisnee argachuus tahe reactivate goonee itti fayyadamuu hin dandeenyuu. Adeemsa delete gochuu kana ergi eegalchiisne booda cancel gochuu yoo feene facebook guyyoota 30 nuuf laata. Sana booda garuu carraa accounticha argachuu hinqabnu.

Walumaa galatti facebook account keenya delete gochuuf guyyoota 90 itti fudhata. Turtii guyyoota 90 kanatti namni kamiyyuu profile,suuraas tahe post keenya kanaan duraa kamiinu arguu hindandahuu

Egaa school tech sagantaa isaa harraatiin akkamitti account facebook akka cufan akka armaan gadiitti isiniif qabatee dhufee jira. Dubbisaa irraa baradhaa.

๐Ÿ‘ŒAccount Facebook yeroof cufuuf(#deactivate) gochuuf steppiiwwan armaan gadii hordofaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Step 1: Facebook keenyaa banuun sarara sadii mataarra gara mirgaatiin jiru cuqaasna.

Step 2: #setting keessa seennee #personal_and_information_account Kan jedhu cuqaasna.

Step 3: #Account_ownership_and_control Kan jedhu cuqaasna.

Step 4: itti aansuun #deactivation_and_deletion filanna .

Step 5: #Deactivate_account filachuun continue Jenna.

Step 6: password keenya itti galchuun continue jenne xumurra.

=================

๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘ŒAccount Facebook tasuma cufuuf(#delete) gochuuf steppiwwan armaan gadiitti hordofna.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Step 1: Facebook keenyaa banuun sarara sadii mataarra gara mirgaatiin jiru cuqaasna.

Step 2: #setting keessa seennee #personal_and_information_account Kan jedhu cuqaasna.

Step 3: #Account_ownership_and_control Kan jedhu cuqaasna.

Step 4: itti aansuun #deactivation_and_deletion filanna .

Step 5: #delete_account filachuun continue jennaani .

Step 6: itti aansuun #continue_to_account_deletion cuqaasuu

Step 7: #delete account gara gadii jiru cuqaasuu

Step 8. Password keenya itti galchuun Continue jechuun xumurra.

Galatoomaa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Channel keenya join akkasumas share waliif gochuu hin dagatinaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samitecno
@samitecno
@samitecno

Yaadaaf gaaffiif
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samilearn

ยฉcredit: burkatech
rufus-3.15p.exe
1.1 MB
rufus for bootable flash window๐Ÿ’ฏ โ™จ๏ธ@samitecnoโ™จ๏ธ โ™จ๏ธ@free_ictgroupโ™จ๏ธ
๐Ÿ‘1
speedtest-@samitecno.apk
29.5 MB
internet speedtest for android join and support us โ™จ๏ธ@samitecnoโ™จ๏ธ โ™จ๏ธ@free_ict_groupโ™จ๏ธ
#update

hacking maalidha?

Akkam jirtuu kabajamtoota maatii school Tech gaaffii baayyinaan karaa keessoo nuqaqqaban keessaa waayee hacking irratti gadi fageenyaan akka barsiifnu gaafatamnee jirra. Kanaaf jecha harraaf akka seensaatti mata duree hacking maalidha jedhu gabaabsinee akka armaan gadiitti qabannee dhufnee jirra. #dubbisaa_irraa_baradhaa

๐Ÿ‘‰Hacking gocha qaawwa banaa ta'e sirna kompiitaraa ykn network keessa barbaadanii argachuun saaqanii seenuuti. 

๐Ÿ‘‰hacking yeroo baay'ee kan hojjatamuuf miidhaa geessisuuf(kompiitara miidhuuf yookiin odeeffannoo hatuuf) akka ta'e ni beekna. Namni gocha hacking kana raawwatu hacker jedhama.

#Gosoota_Hackers
Hackeroonni hojii isaanii irratti hundaa'uun bakka gurguddoo 3tti qoodamu

1.#White_Hat_Hackers (Ethical hackers):- Jarreen kun beekumsa hacking qabanutti fayyadamuun odeeffannoo ykn daataa argachuuf jecha sakatta'iinsa seeraan alaa kanneen hin goonedha.

๐Ÿ‘ŒYeroo baay'ee dadhabina sagantaa kompiitaraa fi network kompiitaraa keessa jiru barbaadanii argachuun beekamuu. Akkasumas Hanqina system kompiitaraa foyyessuufi rakkoo network qabuu furuuf kanneen hojjetaniidha.
Kanaaf jecha #Security_expert jedhamuun beekamu. Industry IT irratti illee guyyaa harraa baayyee barbaadamoodha. Walumagalattii yeroo hedduu #cyberattack ittisuuf akkasumas system garaagaraa test gochuuf gargaaru.

2.#Black_Hat_Hackers(the bad guys) :- Hackeroonni gosa kanaa #crackers jedhamuun beekamu. Jarreeen kun beekumsa hacking qabanitti fayyadamuun hojiilee seeraan ala ta'an garaagaraa eeyyama malee raawwatu.
Fakkenyaaf:
๐Ÿ‘‰Credit card hatuu
๐Ÿ‘‰Bank hack godhuu
๐Ÿ‘‰Daataa fi odeeffannoo hatuu
๐Ÿ‘‰Password namaa cabsuu
๐Ÿ‘‰system hojiin ala gochuu fi kkf

3. #Grey_Hat_Hackers :-Jarreen kun #white_hat fi #black_hat giddutti kan argaman #hybrid dha. Kana jechuunis yeroo tokko black hat yeroo kaan immoo white hat ta'uun sochii jaraa adeemsisu.

Sadarkaa hackeroota( Hackers Hierarchy)
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
#Script_kiddies :-Warreen dandeetti hacking hinqabne garuu hacker ta'uu barbaadanidha. Hack gochuuf kan jarri fayyadaman #ready_made_tool ykn software qaama biraatiin qophaa'edha. Yeroo baayye beekumsaa fi dandeettii waan hinqabneef akkasumas ofeegganno barbaachisuu illee dursanii waan hin fudhanneef ofumaa deebisanii of miidhu. "Little knowledge is dangerous" jedhu warrii adiin.

#Intermediate_hackers :- scriptkiddies irraa beekumsaa fi dandeetti hacking ni qabu, garuu software hacking dhaaf jara gargaaru kan dhuunfaa isaanii uummachuu hin danda'ani. Haatau malee dandeetti hacking gaarii qabu.

#Professional_or_Elite_hackers
Jarreen kun dandeettii fi beekumsa hacking kan sirriitti qabaniifi software mataa isaanii kan hacking gochuuf gargaaruun uummachuu danda'u.

Kanaafuu system kamiin iyyuu dandeetti ajaa'ibaa cabsanii seenuu fi ofiis akka hinqabamneef of dhoksuu jara dandeessisu qabu.

Galatoomaa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Channel keenya join akkasumas share waliif gochuu hin dagatinaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samitecno
@samitecno
@free_ICT_group

Yaadaaf gaaffiif
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samilearn
๐Ÿ”ฅ1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#_๐“๐ž๐œ๐ก_๐๐ž๐ฐ๐ฌ

Dhaabbanni Feesbuuk WBO feesbuukii irraa uggureera maqaa WBO ykn kanneen jaarmiyicha bakka bu'aniin fuulli banamu ykn banamee jiru ni haqama, kan banamuuf jiraatus hayyama hin argatu jechuudha.
Qabiyyeewwan namoota biraan maxxanfaman ''garee kanaaf deeggarsa kennu ykn hokkora gareen kun uumu leellisu'' ni haqamu.
Namoota Heddu Jala Sababuma kanaan Account isanii uugurama turun isa ni yaaddatama Kanaafuu ofeeggannoo barbaachisuu gochu qabdu.๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜

#๐Ž๐๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ_๐“๐ž๐ž๐ค๐ง๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข_๐˜๐ž๐ซ๐จ๐จ_๐˜๐ž๐ซ๐จ๐จ๐ง_๐€๐ซ๐ ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐Ÿ_๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ_๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š_๐‰๐จ๐ข๐ง_๐†๐จ๐๐ก๐š

เผ† @samitecnoเผ†
เผ† @samitecno เผ†


๐Ÿ“Œ ||| - @samitecno - |||


ยฉuraeltech ๐Ÿ“Œ
๐Ÿง‘โ€๐Ÿ’ปRakkoolee kompiyuutarri qaba jedhamu hedduu isaa mala armaan gadiin furuu ni dandeessu!๐Ÿง

Computer Maintenance Checklist ๐Ÿค“

Step 1: Anti-virus ๐Ÿค”
Step 2: Anti-spyware/anti-malware ๐Ÿฅต
Step 3: Empty your recycle bin (best done with CCleaner) ๐Ÿฅธ
Step 4: Disk and Application/Software Cleanup
Step 5: Defragment
Step 6: Configure your startup
Step 7: Check Windows Updates, Update plugins and basic applications ๐Ÿฅบ
Step 8: Check file backup plan and create system recovery disks if applicable
Step 9: Clean and dust internal computer parts and fan (check fans and computer temp.)


โ™จ@samitecnoโ™จ
๐Ÿ”ฅ@samitecno๐Ÿ”ฅ


๐Ÿ”—@free_ict_group๐Ÿ”—

ยฉuraeltech
Baankiin Daldala Itoophiyaa (CBE) tajaajilaa kaardii ATM malee maallaqa maashinii ATM keessa baafachuu dandeessisu maamiltoota isaaf dhiyeessee jira.

Kunis kaardii ATM malee #CBE_Birr fayyadamuun maallaqa maashini ATM keessaa baafachuu dandeessisa. Yoo CBE Birr irraa maallaqa gahaa hinqabnees #mobile_banking fayyadamuun qarshii account keenya irraa gara CBE Birr tti dabarsuun salphaatti baafachuu dandeenya.

Steeppiiwwan armaan gadii hordofuun ATM machine irraa kaardii ATM malee maallaqa baafachuu dandeenya.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

#Step_1: ATM machine iskiriinii isaa gara gadii CARD LESS kan jedhuu filanna.

#Step_2: Itti aansuun CBEBirr Cash Withdraw kan jedhu filanna.

#Step_3: Please enter your phone number wayita nuun jedhutti, lakkoofsa bilbilaa ittiin CBE birr banannee galchuun Continue jenna.

#Step_4: Enter your voucher number(lakkofsa iccitii ykn PIN) itti galchuun Continue jenna.

#Step_4: Please enter withdrawal amount yeroo nuun jedhutti Maallaqa hanga baasu barbaanne itti galchuun continue jennaan.

#Step_5: Maallaqa nuti gaafanne nuuf baha jechuudha.

Galatoomaa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Channel keenya join akkasumas share waliif gochuu hin dagatinaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samitecno
@samitecno
@samitecno

Yaadaaf gaaffiif
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@samilearn
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM