tsetup-x64.3.1.8.exe
33.1 MB
telegram for windows x64 join us @samitecno @free_ict_group
TeraBox_1.0.0.10.exe
51.2 MB
terabox for windows join us @samitecno @free_ict_group
Jaalatamtoota maatii #schooltech akkam jirtu ani nagaa koodha yeroodhaaf barnoonni kenyaa sababi internetin naannoo kenyaa irraa citee tureef dhifaama isiinin Jenna...
Akka gudda isiin jaalannu isiiniyyu beektu har'aa booda barnoota bareeda qabanne isiinif dhufneerra channel keenya #join gochuu Fi hiriyoota kessaanif share gochuu hin dagatina

#Urael_๐๐๐๐ก_๐๐๐ฐ๐ฌ
#OduuGammachiisa - Afaan Oromoo Afaanota 25 hojii eegalchiisuuf dhaabbatichi hojjachaa jiru tahuu #Google Beeksiseera.
Dhaabbatitni Guddichi Addunyaa kanaa #Google Ibsa baaseen #Afaanota dabalaa 25 jalqaba bara haaraa kanatti hojii jalqabsiisuuf xumurarra jiraachuu beeksiseera. Afaanotni kunneen Sadarka #BetaTranslation irra gahuu ibsi dhaabbatichaa eereera. Akka walii galaatti Afaanota 126tu hiikamaa jira kan jedhu ibsi dhaabbatichaa, #AfaanOromoo Afaanota jalqaba Bara 2022 hojii eegalan keessatti tarreeffameera.
Carraan kun Guddina #Afaan keenyatiif shoora olaanaa qabaachuu bira darbee #Afaanichi Qorannoo, Qo'annoo Saayinsii fi Tekinoolojii keessatti hirmaachuuf carraa akka argatu gochuu, Afaan Giddugala Qorannoo osoo hin qabne #Afaan Addunyaa tahe keessatti kan ramadamu tahuun ammoo ilmaan Oromoo xiiqiidhaan Addunyaan ofqixxeessuuf humnas dandeettis akka qabnu firris diinnis quba qabaadhaa jechaa #Jaallan dadhabdanii humna qabdan hundaan tattaafachaa turtan/jirtan.
#BAGAGAMMADDAN
#Copy from Abdisa Bencha
#๐๐๐๐๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ_๐๐๐๐ค๐ง๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข_๐๐๐ซ๐จ๐จ_๐๐๐ซ๐จ๐จ๐ง_๐๐ซ๐ ๐๐๐ก๐ฎ๐_๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ_๐๐๐๐ง๐ฒ๐_๐๐จ๐ข๐ง_๐๐จ๐๐ก๐
@samitecno

โ _OF EeggannOO_โ
#Share godhaa wal qaqqabsiisaa
โHattoonnii Aappii #spyhuman jedhamu faayyadamanii wanta nuti mobaayila keenyan adeemsifnu hunda nu jalaa hordofaa akka jiran beekamee jira Fkn,
โErgaa whatsappii, messenger,line fi kkf waliif erginu nu jalaa hordofuu
โPhoto gallery keessaa qabnu hunda ilaaluu yoo barbaadaniis save godhanii fudhachuu
โBilbila eenyutti akka bilbille sa'aatii meeqatti akka bilbille daqiiqaa meeqa akka haasofne maal akka haasahaa turre hunda argachuu
โkaameeraa keenya akka barbaadanitti garagalchanii photo kaasanii fudhachuu,
โSagalee keenya yeroo barbaadanitti live waraabanii fudhachuu
โAappii mobaayila keenya irraa qabnu ilaaluu yoo fedhaniis kan barbaadan nu jalaa haquu
โInterneeta irratti maal akka search godhaa turre beekuu
โbakka nuti jirru beekuu fi kan kana fakkaatan hedduu nu jalaa hordofuu danda'u kanaafuu akka asii gadii kanatti hojjadhaa mobaayila keessan balaa kana irraa qulqulleeffadhaan dhaamsa kiyya
~~~~~
"Jalqaba Setting banadhaa itti aansun Application manager kan jedhu tuqaa san booda gama mirgaa irraa gara bitaattii dabarsuun All kan jedhu jala dhaqaa All kan jedhu kana keessatti Aappii mobaayila keessan irraa qabdan kan dhokatees tahee kan dirree jiru hunda ni argattu Fuula sanirra gadi deemun Aappii maqaan isaa secure service ykn system service jedhu barbaadaa yoo agartan akka namni biraa isin hordofaa jiru beekaa dafaati uninstall godhaa ofirraa balleessaa"
~~~~~~
๐นDhaamsa
โMobaayila keessan yeroo mara cuftuu screen paaterniis tahee paaswoordiin kan isin malee namni biraa banee seenuu hin dandeenyen hidhachuu hin dagatinaa
โNama eenyummaa isaa beektaniis tahee kan hin beekne mobaayila keessan goonkumaa itti hin kenninaa yoo itti kennitaniis biraa hin fagaatinaa waan inni godhuus laalaa
โNamoonni mobaayila hojjataa namarraa bittan format gootanii akka haarawatti itti faayyadamuu qabduu jechuunan
#Galatoomaa
$credit:oromosamsung

Guddina afaan oromoo kessaatti gahe haa qabannuu
@samitecno
Afaan Oromoo Afaanota
Gurguddoo Addunyaa 109 tti makamee tajaajila kennuu jalqabuuf Jechootni English Miliyoona 1 fi isaa ol Afaan Oromootti yoo hiikamaniidha. Kana milkeessuf Namni Jechaa fi Hima Afaan English gara Afaan oromootti hiikuu dandaโu kamuu irratti hirmaachuu ni dandaโa. kanaaf immoo dhaabbanni Google haala mijeessee jira.
Afaan Oromoo tarree Afaanota gurguddatanii hiriirsun hojii namoota muraasaa miti, ykn kan dhaabbata tokkoo miti. Dhimmichi Nama afaan kana haasayu hunda ilaallata. kanaafuu ni dandeenya yoo taโe hiikkaa isaa irratti hirmaachuu, hin dandeenyu yoo taโe kanneen hiikaman gulaaluu irratti hirmaachuu, kanaas hin dandeenyu yoo taโe xiqqaatu waamicha akkanaa miidiyaalee hawaasa faayyadamnu irratti share taasisun nurra jiraata.
Hiikkaa Google Afaan Oromoo irratti hirmaachuuf:
Tartiibaa asii gadii hordofaa:
1. Google Chrome seenaa
2. Email (Gmail) keessaniin Login godhaa
3. liinkii kana seenaa, https://translate.google.com/ liinkii kana seenuf filannoo hedduu gargaaramu dandeessu. Fkn, liinkima kana irratti cuqaasuu ykn asirraa laalun saanduqa search keessatti barreessuu.
4. Contribute kan jedhu seenaa (suuraa asii gadii ilaalaa)
4. Setting > Languages > Gadi buโaa Oromo filadhaa
5. itti aansun Suuraa asii gadii qalbeeffadhaa
6. Bakka xiyyi agarsiisu ilaalun gara English โ Oromo tti jijjiiraa
7. Bakka halluu magarisaan haguugame yoo tuqxan kanneen namootni biroo hiikan akka gulaaltaniif isin gaafata. isin kan sirrii taโee LIKE kennituuf, kan sirrii hin taane DISLIKE kennituuf. yoo hin beekne SKIP tuquun gara itti aanutti dabartu.
8. Bakka halluu cuqulisaan haguugame yoo tuqxan Himoota Afaan English isiniif fidaa, gara Afaan Oromootti akka hiiktan isin ajaja. ni dandeessu yoo taโe irratti hirmaachun gahee keessan bahattu.
Suuraan olii kuni, kan namootni hiikan yogguu gulaaltudha
Suuraan kun Himoota haaraya yogguu Afaan Oromootti hiiktu agarsiisa
Dabalata vidiyoo asii gadii ilaalun caalatti hubachuun ni dandaโama.
Hiikkaan Google Afaan Oromoo Faayidaa akkamii qaba? Faayidaan inni qabu hedduudha, isaan keessaa muraasa haa ilaalluu.
โข Tarree Afaanota Gurguddoo Addunyaa taaโa.
โข Afaan hojii Dhaabbilee Gudrguddoo Idil-Addunyaa tahuuf carraa argata.
โข Biyyoota hawaasni Afaan Oromoo dubbatu jiru hundattuu salphatti ittiin-tajaajiluu fi tajaajilamuun hojiirra oola. Akkasuma carraa hojii balโaa uumufii dandaโa.
โข Tajaajilootaa fi Oomishaalee Adda addaa salphatti Afaan Oromootiin akka oomishamaniifi raabsaman daandii saaqa.
โข Afaan Oromoo Afaan Miidiyaaleen gurguddoon dhimma itti bahan akka tahuuf shoora olaanaa taphata.
โข Odeeffannoolee/Barreeffamoota Afaanota Gurguddoo kamiinuu jiru namni barbaadu/hawaasni Afaan Oromoo dubbatu salphatti Afaan Oromootti jijjiiratee dhimma itta baha, akkasumas, barruulee/Odeeffannoolee Afaan Oromootiin bahan qaamni barbaadu kamuu yeroo/biyya barbaadetti Afaan fedheetti jijjiiratee dhimma itti-bahuuf gargaara.
โข Marsaaleen hawaasaa gurguddoon yeroo ammaa Addunyaa ganda tokko gochuuf hojjachaa jiran kan akka Feesbuukii, Tiwiitaraa, Telegiraamaa, Instaagiraamaa, LinkidIin, Yuutuubii, fi kkf..niif Afaanota hojii waan tahuuf Guddina Afaanichaatiif shoora olaanaa kaawuu bira darbee Aadaa, seenaa, duudhaa fi sirna Gadaa Oromoo balโinaan ni beeksisa.
โข Afaan Oromoo hirmaannaa Qorannoo fi qoโannoo Idil-Addunyaa tahan, akkasumas Guddina Saayinsii fi Tekinoolojii isa yeroo ammaa addunyaa raasaa jiru keessatti hirmaachuuf carraa akka argatu gochuudhaan, Hawaasichi Afaanicha dubbatus Jijjiirama saffisaa Saayinsiif Tekinoolojiin Addunyaa uumaa jiru kana keessatti akka hirmaatuufi irraa fayyadamu, akkasumas akka waliin tarkaanfatu daandii kan saaquudha.
Walumatti yeroo takkaan Guddina Afaan Oromoo tarkaanfii hedduu gara fuulduratti butuu fi kkf isaan muraasadha.
Maarree Hojii seena qabeessa guddina Afaan Oromoo tarkaanfii 10 ol fuulduratti tarkaanfachiisu kana Ati maal raawwatte? Qooda maal fudhatte? Fira/Maatii/Hiriyoota kee Meeqatti himte/affeerte?
#oroict.com
@samitecno
@free_ICT_group
Join & share support us

Google
Google Translate
Google's service, offered free of charge, instantly translates words, phrases, and web pages between English and over 100 other languages.
โค1๐ฅ1
Yeroo namoonni WIFI isin biraa fayyadaman bilbilli keessan WIFI isiiniif hojjachuu didee beekaa?
Yoo isiniif hojjachuu dide koodii iccitii *#2663# kana bilbila keessannitti galchuun #WIFI_REFRESH_VERSION kan jedhu tuquun sirreffachuu dandeessu.
Chaanaalii keenya share nuuf godhaa .
@free_ICT_group
@samitecno
Yoo isiniif hojjachuu dide koodii iccitii *#2663# kana bilbila keessannitti galchuun #WIFI_REFRESH_VERSION kan jedhu tuquun sirreffachuu dandeessu.
Chaanaalii keenya share nuuf godhaa .
@free_ICT_group
@samitecno
telegram-x-0-24-4-1497-armeabi-v7a.apk
23.3 MB
best telegram application ๐ @samitecno
root-checker-6-5-0.apk
10.9 MB
namoonni bilbilaa kessaan root gootan root taรบu fi taรผu dhiisu isaa test ittin godha @samitecno @free_ict_group
2004-2011 entrance questions.zip
2.1 MB
barattooa kutaa 12ffa entrance exam iddoo tokkotti โจ๏ธ @samitecno โจ๏ธ๐ฏ๐ฏ โจ๏ธ @free_ict_group โจ๏ธ
link application gadii๐๐พ kanan extract godhaati fayyadama๐ https://t.me/samitecno/1275
Telegram
School Techยฎ
best extracter zip file apk for android @samitecno @free_ict_group
๐คทโโ๐คทโโAccount Facebook amma fayyadamaa jirru cufuun/ tasa balleessuun akkamittiin danda'amaa??
๐Midiyaa hawaasaa kamiinuu yeroo barbaannetti account banannee gaafa fedhiin keenya badetti yoo feene accounticha tasuma balleessuu, yoo feenes yeroodhaaf cufnee gaafa barbaanne immoo deebisnee reactivate gochuun fayyadamuu dandeenya.
๐account Facebook hanga nutti toletti fayyadamnee gafa fedhiin fayyadama keenyaa badetti cufuu dandeenya. yeroo account kana cufnus karaa lamaan cufna:
1: #deactivate_account:- account kana yeroodhaaf cufnee gaafa barbaannu reactivate goonee deebinee itti fayyadamuu dandeenya.
Private message(chat) irra kan hafe yeroof photo,video, profile akkasumas post keenya hundinuu namoota jalaa nidhokata(hidden)ta'a. Kana jechuun garuu delete taha jechuu miti. Search godhaniis namoonni nu argachuu hin danda'anu.
2: #delete_account:- inni kun garuu accounticha tasuma balleessudha. Erga badee booda garuu deebisnee argachuus tahe reactivate goonee itti fayyadamuu hin dandeenyuu. Adeemsa delete gochuu kana ergi eegalchiisne booda cancel gochuu yoo feene facebook guyyoota 30 nuuf laata. Sana booda garuu carraa accounticha argachuu hinqabnu.
Walumaa galatti facebook account keenya delete gochuuf guyyoota 90 itti fudhata. Turtii guyyoota 90 kanatti namni kamiyyuu profile,suuraas tahe post keenya kanaan duraa kamiinu arguu hindandahuu
Egaa school tech sagantaa isaa harraatiin akkamitti account facebook akka cufan akka armaan gadiitti isiniif qabatee dhufee jira. Dubbisaa irraa baradhaa.
๐Account Facebook yeroof cufuuf(#deactivate) gochuuf steppiiwwan armaan gadii hordofaa.
๐๐๐๐๐๐๐๐
Step 1: Facebook keenyaa banuun sarara sadii mataarra gara mirgaatiin jiru cuqaasna.
Step 2: #setting keessa seennee #personal_and_information_account Kan jedhu cuqaasna.
Step 3: #Account_ownership_and_control Kan jedhu cuqaasna.
Step 4: itti aansuun #deactivation_and_deletion filanna .
Step 5: #Deactivate_account filachuun continue Jenna.
Step 6: password keenya itti galchuun continue jenne xumurra.
=================
๐๐Account Facebook tasuma cufuuf(#delete) gochuuf steppiwwan armaan gadiitti hordofna.

Step 5: #delete_account filachuun continue jennaani .
Step 6: itti aansuun #continue_to_account_deletion cuqaasuu
Step 7: #delete account gara gadii jiru cuqaasuu
Step 8. Password keenya itti galchuun Continue jechuun xumurra.
Galatoomaa๐๐๐
Channel keenya join akkasumas share waliif gochuu hin dagatinaa.
๐๐๐๐๐๐๐
@samitecno
@samitecno
@samitecno
Yaadaaf gaaffiif
๐๐๐๐๐๐๐๐
@samilearn
ยฉcredit: burkatech

rufus-3.15p.exe
1.1 MB
rufus for bootable flash window๐ฏ โจ๏ธ@samitecnoโจ๏ธ โจ๏ธ@free_ictgroupโจ๏ธ
๐1