COD-ET®
20.3K subscribers
610 photos
31 videos
122 files
529 links
#COD-ET 🇪🇹

💻 Code • Learn • Build
🚀 Ethiopia’s growing developer community

🎯 Tech tips | 💡 Learning | 🌐 Web & Apps | 🎨 Design | 💼 Online opportunities

We build. We learn. We grow. Together.

Smart Code. Smart Security. Ethiopian Soul
Download Telegram
Channel photo updated
ZArchiver_v0.9.5.8_apkpure.com.apk
4.8 MB
best extracter zip file apk for android @samitecno @free_ict_group
Everything-1.4.1.1009.x86-Setup.exe
1.6 MB
name: search everything type: for windows size: 1.6 join us channel: @samitecno group: @free_ict_group
tsetup-x64.3.1.8.exe
33.1 MB
telegram for windows x64 join us @samitecno @free_ict_group
👍1
Jaalatamtoota maatii #schooltech akkam jirtu ani nagaa koodha yeroodhaaf barnoonni kenyaa sababi internetin naannoo kenyaa irraa citee tureef dhifaama isiinin Jenna...
Akka gudda isiin jaalannu isiiniyyu beektu har'aa booda barnoota bareeda qabanne isiinif dhufneerra channel keenya #join gochuu Fi hiriyoota kessaanif share gochuu hin dagatina
#Baga jala bulti ayyana qille gessaan
#Urael_𝐓𝐞𝐜𝐡_𝐍𝐞𝐰𝐬

#OduuGammachiisa - Afaan Oromoo Afaanota 25 hojii eegalchiisuuf dhaabbatichi hojjachaa jiru tahuu #Google Beeksiseera.
Dhaabbatitni Guddichi Addunyaa kanaa #Google Ibsa baaseen #Afaanota dabalaa 25 jalqaba bara haaraa kanatti hojii jalqabsiisuuf xumurarra jiraachuu beeksiseera. Afaanotni kunneen Sadarka #BetaTranslation irra gahuu ibsi dhaabbatichaa eereera. Akka walii galaatti Afaanota 126tu hiikamaa jira kan jedhu ibsi dhaabbatichaa, #AfaanOromoo Afaanota jalqaba Bara 2022 hojii eegalan keessatti tarreeffameera.

Carraan kun Guddina #Afaan keenyatiif shoora olaanaa qabaachuu bira darbee #Afaanichi Qorannoo, Qo'annoo Saayinsii fi Tekinoolojii keessatti hirmaachuuf carraa akka argatu gochuu, Afaan Giddugala Qorannoo osoo hin qabne #Afaan Addunyaa tahe keessatti kan ramadamu tahuun ammoo ilmaan Oromoo xiiqiidhaan Addunyaan ofqixxeessuuf humnas dandeettis akka qabnu firris diinnis quba qabaadhaa jechaa #Jaallan dadhabdanii humna qabdan hundaan tattaafachaa turtan/jirtan.
#BAGAGAMMADDAN
#Copy from Abdisa Bencha

#𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨_𝐓𝐞𝐞𝐤𝐧𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢_𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨_𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨𝐧_𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐟_𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥_𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚_𝐉𝐨𝐢𝐧_𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚
@samitecno
_OF EeggannOO_

#Share godhaa wal qaqqabsiisaa


Hattoonnii Aappii #spyhuman jedhamu faayyadamanii wanta nuti mobaayila keenyan adeemsifnu hunda nu jalaa hordofaa akka jiran beekamee jira Fkn,
●Ergaa whatsappii, messenger,line fi kkf waliif erginu nu jalaa hordofuu
●Photo gallery keessaa qabnu hunda ilaaluu yoo barbaadaniis save godhanii fudhachuu
●Bilbila eenyutti akka bilbille sa'aatii meeqatti akka bilbille daqiiqaa meeqa akka haasofne maal akka haasahaa turre hunda argachuu
●kaameeraa keenya akka barbaadanitti garagalchanii photo kaasanii fudhachuu,
●Sagalee keenya yeroo barbaadanitti live waraabanii fudhachuu
●Aappii mobaayila keenya irraa qabnu ilaaluu yoo fedhaniis kan barbaadan nu jalaa haquu
●Interneeta irratti maal akka search godhaa turre beekuu
●bakka nuti jirru beekuu fi kan kana fakkaatan hedduu nu jalaa hordofuu danda'u kanaafuu akka asii gadii kanatti hojjadhaa mobaayila keessan balaa kana irraa qulqulleeffadhaan dhaamsa kiyya
~~~~~
"Jalqaba Setting banadhaa itti aansun Application manager kan jedhu tuqaa san booda gama mirgaa irraa gara bitaattii dabarsuun All kan jedhu jala dhaqaa All kan jedhu kana keessatti Aappii mobaayila keessan irraa qabdan kan dhokatees tahee kan dirree jiru hunda ni argattu Fuula sanirra gadi deemun Aappii maqaan isaa secure service ykn system service jedhu barbaadaa yoo agartan akka namni biraa isin hordofaa jiru beekaa dafaati uninstall godhaa ofirraa balleessaa"
~~~~~~
🔹Dhaamsa
☆Mobaayila keessan yeroo mara cuftuu screen paaterniis tahee paaswoordiin kan isin malee namni biraa banee seenuu hin dandeenyen hidhachuu hin dagatinaa
☆Nama eenyummaa isaa beektaniis tahee kan hin beekne mobaayila keessan goonkumaa itti hin kenninaa yoo itti kennitaniis biraa hin fagaatinaa waan inni godhuus laalaa
☆Namoonni mobaayila hojjataa namarraa bittan format gootanii akka haarawatti itti faayyadamuu qabduu jechuunan
#Galatoomaa

$credit:oromosamsung

@samitecno
@samitecno
Guddina afaan oromoo kessaatti gahe haa qabannuu

@samitecno
Afaan Oromoo Afaanota
Gurguddoo Addunyaa 109 tti makamee tajaajila kennuu jalqabuuf Jechootni English Miliyoona 1 fi isaa ol Afaan Oromootti yoo hiikamaniidha. Kana milkeessuf Namni Jechaa fi Hima Afaan English gara Afaan oromootti hiikuu danda’u kamuu irratti hirmaachuu ni danda’a. kanaaf immoo dhaabbanni Google haala mijeessee jira.
Afaan Oromoo tarree Afaanota gurguddatanii hiriirsun hojii namoota muraasaa miti, ykn kan dhaabbata tokkoo miti. Dhimmichi Nama afaan kana haasayu hunda ilaallata. kanaafuu ni dandeenya yoo ta’e hiikkaa isaa irratti hirmaachuu, hin dandeenyu yoo ta’e kanneen hiikaman gulaaluu irratti hirmaachuu, kanaas hin dandeenyu yoo ta’e xiqqaatu waamicha akkanaa miidiyaalee hawaasa faayyadamnu irratti share taasisun nurra jiraata.
Hiikkaa Google Afaan Oromoo irratti hirmaachuuf:
Tartiibaa asii gadii hordofaa:
1. Google Chrome seenaa
2. Email (Gmail) keessaniin Login godhaa
3. liinkii kana seenaa, https://translate.google.com/ liinkii kana seenuf filannoo hedduu gargaaramu dandeessu. Fkn, liinkima kana irratti cuqaasuu ykn asirraa laalun saanduqa search keessatti barreessuu.
4. Contribute kan jedhu seenaa (suuraa asii gadii ilaalaa)
4. Setting > Languages > Gadi bu’aa Oromo filadhaa
5. itti aansun Suuraa asii gadii qalbeeffadhaa
6. Bakka xiyyi agarsiisu ilaalun gara English – Oromo tti jijjiiraa
7. Bakka halluu magarisaan haguugame yoo tuqxan kanneen namootni biroo hiikan akka gulaaltaniif isin gaafata. isin kan sirrii ta’ee LIKE kennituuf, kan sirrii hin taane DISLIKE kennituuf. yoo hin beekne SKIP tuquun gara itti aanutti dabartu.
8. Bakka halluu cuqulisaan haguugame yoo tuqxan Himoota Afaan English isiniif fidaa, gara Afaan Oromootti akka hiiktan isin ajaja. ni dandeessu yoo ta’e irratti hirmaachun gahee keessan bahattu.
Suuraan olii kuni, kan namootni hiikan yogguu gulaaltudha
Suuraan kun Himoota haaraya yogguu Afaan Oromootti hiiktu agarsiisa
Dabalata vidiyoo asii gadii ilaalun caalatti hubachuun ni danda’ama.
Hiikkaan Google Afaan Oromoo Faayidaa akkamii qaba? Faayidaan inni qabu hedduudha, isaan keessaa muraasa haa ilaalluu.
• Tarree Afaanota Gurguddoo Addunyaa taa’a.
• Afaan hojii Dhaabbilee Gudrguddoo Idil-Addunyaa tahuuf carraa argata.
• Biyyoota hawaasni Afaan Oromoo dubbatu jiru hundattuu salphatti ittiin-tajaajiluu fi tajaajilamuun hojiirra oola. Akkasuma carraa hojii bal’aa uumufii danda’a.
• Tajaajilootaa fi Oomishaalee Adda addaa salphatti Afaan Oromootiin akka oomishamaniifi raabsaman daandii saaqa.
• Afaan Oromoo Afaan Miidiyaaleen gurguddoon dhimma itti bahan akka tahuuf shoora olaanaa taphata.
• Odeeffannoolee/Barreeffamoota Afaanota Gurguddoo kamiinuu jiru namni barbaadu/hawaasni Afaan Oromoo dubbatu salphatti Afaan Oromootti jijjiiratee dhimma itta baha, akkasumas, barruulee/Odeeffannoolee Afaan Oromootiin bahan qaamni barbaadu kamuu yeroo/biyya barbaadetti Afaan fedheetti jijjiiratee dhimma itti-bahuuf gargaara.
• Marsaaleen hawaasaa gurguddoon yeroo ammaa Addunyaa ganda tokko gochuuf hojjachaa jiran kan akka Feesbuukii, Tiwiitaraa, Telegiraamaa, Instaagiraamaa, LinkidIin, Yuutuubii, fi kkf..niif Afaanota hojii waan tahuuf Guddina Afaanichaatiif shoora olaanaa kaawuu bira darbee Aadaa, seenaa, duudhaa fi sirna Gadaa Oromoo bal’inaan ni beeksisa.
• Afaan Oromoo hirmaannaa Qorannoo fi qo’annoo Idil-Addunyaa tahan, akkasumas Guddina Saayinsii fi Tekinoolojii isa yeroo ammaa addunyaa raasaa jiru keessatti hirmaachuuf carraa akka argatu gochuudhaan, Hawaasichi Afaanicha dubbatus Jijjiirama saffisaa Saayinsiif Tekinoolojiin Addunyaa uumaa jiru kana keessatti akka hirmaatuufi irraa fayyadamu, akkasumas akka waliin tarkaanfatu daandii kan saaquudha.
Walumatti yeroo takkaan Guddina Afaan Oromoo tarkaanfii hedduu gara fuulduratti butuu fi kkf isaan muraasadha.
Maarree Hojii seena qabeessa guddina Afaan Oromoo tarkaanfii 10 ol fuulduratti tarkaanfachiisu kana Ati maal raawwatte? Qooda maal fudhatte? Fira/Maatii/Hiriyoota kee Meeqatti himte/affeerte?
#oroict.com

@samitecno
@free_ICT_group

Join & share support us
1🔥1
Yeroo namoonni WIFI isin biraa fayyadaman bilbilli keessan WIFI isiiniif hojjachuu didee beekaa?
Yoo isiniif hojjachuu dide koodii iccitii *#2663# kana bilbila keessannitti galchuun #WIFI_REFRESH_VERSION kan jedhu tuquun sirreffachuu dandeessu.

Chaanaalii keenya share nuuf godhaa .

@free_ICT_group
@samitecno
root-checker-6-5-0.apk
10.9 MB
namoonni bilbilaa kessaan root gootan root taúu fi taüu dhiisu isaa test ittin godha @samitecno @free_ict_group
explorer-3-10-3.apk
4.5 MB
file explorer bilbiloota androididhaf @samitecno @free_ict_group
👍2