http://oroict.com
Itti dhiyaadha dhaabbata guddaa afaan oromo afaan technologitti babbalisuuf hojjechaa jiruudha...
Hojii boonsa hojjechaa jiruu hamiile haa taanuf
Saba gudda technology guddatu barbaachisa...
Share and support us
@samitecno
@free_ict_group

Forwarded from All_in_one_๐ (Samiโ )
#Update
#Dhiyateera 12ffa
Qormaata kutaa 12ffaa Onkololeessa 29 hanga Sadaasa 2 ni laatama!
Qormaata kutaa 12ffaa kan bara 2013 Onkololeessa 29 hanga Sadaasa 02 bara 2014 ALH akka laatamu Eejensiin Madaallii Barnoota fi Qormaata Biyyaaleessaa beeksise.

MalMath Step by step solver_v6.0.18_apkpure.com.apk
4.4 MB
best maths solver apk
ZArchiver_v0.9.5.8_apkpure.com.apk
4.8 MB
best extracter zip file apk for android @samitecno @free_ict_group
Everything-1.4.1.1009.x86-Setup.exe
1.6 MB
name: search everything type: for windows size: 1.6 join us channel: @samitecno group: @free_ict_group
tsetup-x64.3.1.8.exe
33.1 MB
telegram for windows x64 join us @samitecno @free_ict_group
TeraBox_1.0.0.10.exe
51.2 MB
terabox for windows join us @samitecno @free_ict_group
Jaalatamtoota maatii #schooltech akkam jirtu ani nagaa koodha yeroodhaaf barnoonni kenyaa sababi internetin naannoo kenyaa irraa citee tureef dhifaama isiinin Jenna...
Akka gudda isiin jaalannu isiiniyyu beektu har'aa booda barnoota bareeda qabanne isiinif dhufneerra channel keenya #join gochuu Fi hiriyoota kessaanif share gochuu hin dagatina

#Urael_๐๐๐๐ก_๐๐๐ฐ๐ฌ
#OduuGammachiisa - Afaan Oromoo Afaanota 25 hojii eegalchiisuuf dhaabbatichi hojjachaa jiru tahuu #Google Beeksiseera.
Dhaabbatitni Guddichi Addunyaa kanaa #Google Ibsa baaseen #Afaanota dabalaa 25 jalqaba bara haaraa kanatti hojii jalqabsiisuuf xumurarra jiraachuu beeksiseera. Afaanotni kunneen Sadarka #BetaTranslation irra gahuu ibsi dhaabbatichaa eereera. Akka walii galaatti Afaanota 126tu hiikamaa jira kan jedhu ibsi dhaabbatichaa, #AfaanOromoo Afaanota jalqaba Bara 2022 hojii eegalan keessatti tarreeffameera.
Carraan kun Guddina #Afaan keenyatiif shoora olaanaa qabaachuu bira darbee #Afaanichi Qorannoo, Qo'annoo Saayinsii fi Tekinoolojii keessatti hirmaachuuf carraa akka argatu gochuu, Afaan Giddugala Qorannoo osoo hin qabne #Afaan Addunyaa tahe keessatti kan ramadamu tahuun ammoo ilmaan Oromoo xiiqiidhaan Addunyaan ofqixxeessuuf humnas dandeettis akka qabnu firris diinnis quba qabaadhaa jechaa #Jaallan dadhabdanii humna qabdan hundaan tattaafachaa turtan/jirtan.
#BAGAGAMMADDAN
#Copy from Abdisa Bencha
#๐๐๐๐๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ_๐๐๐๐ค๐ง๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข_๐๐๐ซ๐จ๐จ_๐๐๐ซ๐จ๐จ๐ง_๐๐ซ๐ ๐๐๐ก๐ฎ๐_๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ_๐๐๐๐ง๐ฒ๐_๐๐จ๐ข๐ง_๐๐จ๐๐ก๐

โ _OF EeggannOO_โ
#Share godhaa wal qaqqabsiisaa
โHattoonnii Aappii #spyhuman jedhamu faayyadamanii wanta nuti mobaayila keenyan adeemsifnu hunda nu jalaa hordofaa akka jiran beekamee jira Fkn,
โErgaa whatsappii, messenger,line fi kkf waliif erginu nu jalaa hordofuu
โPhoto gallery keessaa qabnu hunda ilaaluu yoo barbaadaniis save godhanii fudhachuu
โBilbila eenyutti akka bilbille sa'aatii meeqatti akka bilbille daqiiqaa meeqa akka haasofne maal akka haasahaa turre hunda argachuu
โkaameeraa keenya akka barbaadanitti garagalchanii photo kaasanii fudhachuu,
โSagalee keenya yeroo barbaadanitti live waraabanii fudhachuu
โAappii mobaayila keenya irraa qabnu ilaaluu yoo fedhaniis kan barbaadan nu jalaa haquu
โInterneeta irratti maal akka search godhaa turre beekuu
โbakka nuti jirru beekuu fi kan kana fakkaatan hedduu nu jalaa hordofuu danda'u kanaafuu akka asii gadii kanatti hojjadhaa mobaayila keessan balaa kana irraa qulqulleeffadhaan dhaamsa kiyya
~~~~~
"Jalqaba Setting banadhaa itti aansun Application manager kan jedhu tuqaa san booda gama mirgaa irraa gara bitaattii dabarsuun All kan jedhu jala dhaqaa All kan jedhu kana keessatti Aappii mobaayila keessan irraa qabdan kan dhokatees tahee kan dirree jiru hunda ni argattu Fuula sanirra gadi deemun Aappii maqaan isaa secure service ykn system service jedhu barbaadaa yoo agartan akka namni biraa isin hordofaa jiru beekaa dafaati uninstall godhaa ofirraa balleessaa"
~~~~~~
๐นDhaamsa
โMobaayila keessan yeroo mara cuftuu screen paaterniis tahee paaswoordiin kan isin malee namni biraa banee seenuu hin dandeenyen hidhachuu hin dagatinaa
โNama eenyummaa isaa beektaniis tahee kan hin beekne mobaayila keessan goonkumaa itti hin kenninaa yoo itti kennitaniis biraa hin fagaatinaa waan inni godhuus laalaa
โNamoonni mobaayila hojjataa namarraa bittan format gootanii akka haarawatti itti faayyadamuu qabduu jechuunan
#Galatoomaa
$credit:oromosamsung