ከ50% በላይ ያመጡ ተማሪዎች በሙሉ በባቻቸው ፍሬሽማን ኮርስ ይጀምራል።
፨ከ50% በታች ያመጡ ተማሪዎች ሶስት አማራጭ አላቸው
1) *መንግስት የሚሰጠውን ሁለተኛ ዕድል በመጠቀም የማካካሻ ትምህርት መውሰድ እና አንድ ባች ዝቅ ብሎ ፍሬሽማን መጀመር።(መቁረጫ ነጥብ ለሚያሟሉ)
*ከመንግስት ዩንቨርሲቲ ውጭ በግል ከፍተኛ የትምህርት ተቋማት የማካካሻ ትምህርት ተምረው በድጋሚ የወደቁባቸውን ትምህርት በመከታተል ቀጣይ ዓመት በግል ፍሬሽማን ኮርስ መጀመር
2) ከቀጣይ ተፈታኞች ጋር በግል ድጋሚ መፈተን
3)ቴክኒክና ሙያ መሰልጠን
በመንግስት ስፖንሰርነት ማካካሻ የሚወስዱ የ#100ሺህ ተማሪዎች የመቁረጫ ነጥብ ከ10-15 ቀን ጊዜ ውስጥ ይፋ ይደረጋል።

👁🗨#Wixataan booda biiroon ogeessoota Anesthesia fi Radiology BSc carraa kaasisuun ramaddii dhaaf biiroottii yaamee jira. yaa ta'u malee. hanga sa'aa kanaatti hospitaalloonni ogeessa Radiology BSc fedhii biiroof ergitan..👇
Gidaamii, Daarimuu, Gundoo Masqal, Asaboot, Leemman, Suudee, Oomoo Naaddaa, Aggaaroo,
Baantuu, Saqqaa Coqorsaa, Caancoo Arsii, Baakkoo, Lokkee Siraaroo, Abboomsaa fi Qarsaa qofa dha. Kanaafuu hospitaallooni gitaa fi baajata qabdan hanga boor sa'aatii 8:00tti qofa fedhii keessan telegramaan dhiyeessu dandeessan. xalayaa dhaan immoo wixata laaqana dura qaqabsiisaa.
👤2ffaan Ogeessootni carraa kaastan carraan kan kaafamuu sa'aa 8:00 akka ta'ee ni beekama. yaa ta'uu malee ogeeyyiin Anesthesia moggaasa Ogummaa baafattan muraasa waan taataniif moggaasni ogummaa kan ogeessoota Anesthesias ta'ee kan Radiology BSc laaqanaan duratti akka xumurattaniif ganamaan Daar.Regulatory akka process gootan yaa ta'u.
👤3ffaan Ogeeyyiin fayyaa qormaata qacarrii sadarkaa godinaaleetti fudhachuun keessoon guyyaa carraa kaasnee ramadamnu nuuf ibsaa jettani keessoon gaafachaa jirtan waajirri fayyaa godinaalee ammaaleen kan guyyaa komiin dhaggeeffatamuu hin xumurree kan jiran ta'uu fi jijjiirraa booda gitoota hojjataan irraa ka'ee dhaabbileen fayyaas update waan gochaa jiraniif obsaan nuu eegaa. Hanga dandaa'aameetti facaatii ogeessa hospitaalootaaf carraa kaafamuu keessa galuu torbee dhuftu irraa kaafnee kan isiin beeksiifnu ta'a.
👤4ffaan. Qindeessitoota HR sadarkaan jirtan Gitoota banaa baajatni itti qabame waardiyyaa,Qulqulleessitu,hojjataa miccaa fi konkolaachisaa ambulaansii karaa BPSMQN oromiyaatiin gaafatamee(Out source kan godhame hin ilaallatu) warri akkaataa unka gadii bu'een guyyaa jedhame keessatti PDF kan official ta'ee fi excel dhaan gaafatamtani hin ergine kan warra dhiyeessan qofa biiroon qindeessee qaama gaafateef waan dhiyeessuuf kana booda biiroon kan hin fudhanne ta'uu yaa hubatamu.
👤5ffaan manneen hojii fi Dhaabileen fayyaa baajata biirootiin bultan taatanii baajata hojjataa isin biratti jijjiirraa, ramaddii fi Qacarriin dhufaniif baajata gaafachuuf dhiyaattan Guca armaan gadiitin qindeessuun dhiyaachuun akkuma jiruutti ta'ee ragaaleen dhiyaachuu qaba.
👉1.Beeksisa jijjiirraa/qacarrii hayyamame copy tokko.
👉 2.Hojjataa haaraa biiroo irraa ergameef xalayaa ramaddii copy tokko. unka seenaa jireenyaa, xalayaa yaalii ji'a jahaa, ragaa meedikaalaa, Ragaa ashaaraa, waligalee hojii fi...waliin dhiyaachuu qabu.
Fayyaa Qabaadhaa.!

📌 Vacancy Announcements:-
1. Organization: Dandii Boru College
Location: Vary
Minimum Experience: #0_year
Professionals needed:-
- 5 MSc or above in Nursing (Adult Nursing and Pediatrics) or related field
- 1 BSc in #Nursing
- 1 MSc or above in Clinical pharmacy, #Pharmacy, Pharmacokinetics, Pharmacy Technology or related field
Deadline: February 10 2023
🔗 Vacancy Details
https://bit.ly/3HVLi8r
2. Organization: Danish Refugee Council (DRC)
Position: Sanitation and Hygiene Officer
Education: BSC in #Environmental_health science, environmental engineering, #public_health, water supply and sanitation or other related fields with relevant experience
Location: Somali Region
Salary: USD 540 - 656 per month
Required No: 3
Minimum Experience: 2 years
Deadline: February 18, 2023
🔗 Vacancy Details
https://bit.ly/3vtp7RD
___
👉 ለተከታታይ የጤና መረጃዎች
በTelegram- t.me/Thequorachannel
በGroup t.me/Ethiopianquora
በFb https://www.facebook.com/Doctorsonlineeth/
በwebsite https://doctorsonlinee.com ይከታተሉን።
❔ Help with link
➡️ Share

Forwarded from ᴡᴀʟᴅᴀᴀ ᴏɢᴇᴇʏʏɪɪ ꜰᴀʏʏᴀᴀ ᴏʀᴏᴍɪʏᴀᴀ
👁🗨#Ogeessoni ogummaa
1.Faarmaasii digirii duraa
2.Laboraatoorii digirii duraa
3. Anistetistii digirii duraa fi
4.Raadiyoologii digrii duraa tiin eebbifamtanii BFO tti galmooftan ayyaana Ramadaanaatii booda akkuma jijjiiraan xumuramee baajani adda baheen waamichi karaa biiroo Egumsa Oromiyaatin kan isiniif godhamu ta'uu beektanii akka eeggatan isin hubachiifna.
yeroo gaarii.

የጤና ሚኒስቴር በ10ኛ ዙር የሰጠውን የጤና ባለሙያዎች የብቃት ምዘና ፈተና ከወሰዱ ውስጥ 45.7 በመቶ የሚሆኑት ብቻ ማለፋቸው ተገለጸ።
ሚኒስቴሩ በ2015 ዓ.ም ጥር ወር የሰጠውን የጤና ባለሙያዎች የብቃት ምዘና ውጤት ይፋ አድርጓል።
ለፈተና ከተቀመጡቱ 19,681 ውስጥ 8,993 ተፈታኞች ፈተናውን ያለፉ ሲሆን ይህም 45.7 በመቶ የሚሆኑት ብቻ ማለፋቸውን ያሳያል፡፡
የብቃት ምዘና ፈተናውን ከወሰዱ የመንግስት ተማሪዎች ውስጥ 60.7 በመቶ የሚሆኑት ያለፉ ሲሆን በግል ከተፈተኑ ተማሪዎች ደግሞ 34.5 በመቶ የሚሆኑት ማለፋቸውን ሚኒስቴሩ ገልጿል፡፡
በአጠቃላይ 21 ሺ ባለሙያዎች ለፈተና የተመዘገቡ ሲሆን 19,681 ተመዛኞች ፈተናውን መውሰዳቸው ታውቋል።
ሞባይል ስልክ እና ለሌላ ሰው ለመፈተን የሞከሩ 40 ተፈታኞች ከፈተናው እንዲታገዱ መደረጉም ተገልጿል።
Health info and vaccancy news
#License #healthcare #examination #results #ethiopia

Any recent information related to COC and exit exams are on the link given below 👇👇⬇️⬇️⬇️
Join the account given below and be a family member
Below 👇⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://www.facebook.com/mekeyasgetu.ararso

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
Obbolettiin keessan Nardos Shiferraan jii'a sadii dura xiqqoo gurra korra nahuursa jetti tuure, rakkina kanaaf mana yaala dhaqxee qorrannaan godhameefii...MRI gaafa kaatu "Brain tumor" Cancer Sammuu keessaa akkaa qabdu itti himame. Kana booda Ogessoonnii fayyaa dhibee ishii caalatti qoratanii biyyaa keessa osoo hin taane, iddoo dhitoon Cancer sanaa jiruu rakkisaa waan taheef, biyyaan aalatti attattamaan wallansa argachuu akka qabduu itti himame. Kana booda iddoo kadhanaa adda addaa dhaqxxe kadhatameef garuu fayyuu hin dandenye. Ittuu rakkinni jiruu itti caala dhufe Size'iin dhitoo sanaas dabalaa dhufee bayyee dhukkubsachaa jirti.
Wallansa...Neurosurgery(Surgery Sammuu), Radiation therapy fi Chemotherapy....atattamaan hin argattuu tanaan lubbuunshee akka darbu ogessoota fayaan itti himame jira. Wallansa kana biyya Hindiitti(India) argachuuf qarshii biyya Ethiopia dhaan 4million barbachisa. Kana gochuuf immoo matiin ishii qabegna gahaa waan hin qabneef, hundii kessaan hamma dandessan akka gargaartani lubbuu ishii olchitan kabajaan isiin gaafadha. Bu'aan qorannoo fi ragaan wallasaa barbaachisu akka armaan gaditti.
Lakk. Bilb +251963684720/
Bank Account ishii kana:
1000316517448
Nardos Shiferaw Ayele
Share waliif godhaa hadaraa

Follow this guy on Facebook u can get any information related to COC exam!
Message him to get any information!
Follow this guy on Facebook u can get any information related to COC exam!
Message him to get any information!
Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
Namoonni avacoin hojjettanii qabdan yoo gurgurachuu barbaaddan comment irratti na beeksisaa!
Haala walii galtee.
Baay'ina AVACOIN qabdanii 0.002 n baayyisuun gatii doolaara amma jiruun(fakkeenyaaf avacoin 50000 yoo qabaattan 0.002*50000=100)...then 100*76=7600 ta'aa jechuudha!