Chemo
104 subscribers
49 photos
1 link
Download Telegram
10q Alewiya but Huw are you
Sima bira
Jalqaba irratii si biraan dhufa
Gowadognoche akkm isin!! Baga nagaa naf tataan!!; bari milka'ina idinif has ta'uu!! Bilbila Adanee kan qabdaan na ergaa! Yeroo xiqoof wal lolee ture Ama garuu ani dubisuun barbada
Gude from nkmt
Gude siifan erga karaa keessaatin na dubbisi eshe
Sir. from A
Eyyee Gudee yeroo San araaramaa jadhee ainkadhee dadhabee Alewi from a.a
abshiraa ammas taree Hin qabuu araaramaa eshe gude
Maaloo hiriyyootakoo baayeen is in yaade erga adda baane an nama baayeen arge bashaadduu caaltuu eyyuu alewiyyaa kabbee booniyoosii sawargin argeera hunda keessanuu akkan argu abdiin qaba naaf jiraadhaa keyeron wallaggaa
sawaregin immoo eessatti agarte keerii?
Woow kerii atii caraa qabetiidha Alewi a.a ira
Keessumaa aliikoo group kana hundeessuunkee bareedaadha ijoollee hafan itti dabaliin jedha keeroo
Galma milinihemittan arge isheemmoo
Hadisaa abbanshee jalaa du'eera. warri bilbila ishee qabdan bilbilaafii.
from A
Hadisaa father ishe jalaa du'ura jedhan!! Benatachwo bilbila jajabesaa.... Gude
Rabbii jajjabina isheef ha kenu !!! Gude
ishedhaf dawwali gude
Rabbii jajabinaa isheef haa kenuu
Maaloo bilbilaatii jajjabeessaa adaraa
Bilbilashee naaf ergaa iniin qabuu nadidee