Chemo
103 subscribers
49 photos
1 link
Download Telegram
Hy
hi
Jirtu jarana
jirra boo akkam ati jirtaa sir
Jira galta w aqqa eyerus akkm ati
eyuye jirtaa
Jira siru ni badani mani gary
jirra kinoo. hunduma keenyatu badeem eyu. akkam silaa nagaa jirtuu
Naga hojin bareda siru
eeen hojiin bareeda sibiratti hoo akkami dalagaan eyuye
Barreda galta w aqqa enyudhan wal agarte beta
musa fi caaltu Birmaji yeroo dhihootti
atihoo
Namu hin agare siru bayyen sin yade dhuga
eyu hundumti keenya baayyee wal yaanne maal gochuu dandeenya garuu fageenyi haa godhattuu
Mal godhan garu waqqyon hunda kegna fan a ya ta'u male
dhugaadha rabbiin wal nu agarsiisuu dandayaatii asumarrattis akka wal hin daganne
Eyye dhuga jete rabbi jira homa miti
abshiri eyuye Hin badinkaa
Tolle hin badu siru ko
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM