ameeen Gude koo. jirtaa mitii ati? maaligaa bannaate addaan banneerraa. nuuf jiraadhaa siniis. Sir.
hundi keessanuu baga jiraattan. akkam ture barri hojii jalqabaa keessan? jabaadhaa. walis Hin dagannuu nun dagatinaa. sir
Akm jirtu jaallatamoo ijoollee chemistry maaliidha akkanatti baduun ani nagaakooti isin yaaduu malee isinis nagaa akka taatan nan amana adaraa Hin badinaa waliif barreessinaatii keeroo