Chemo
103 subscribers
49 photos
1 link
Download Telegram
Bayyen sin yade jirtu garu
Wayooooooop
Hy hy jirtu
jirra jirtuuu.
baddan garuu akka malee maaligaa
bannaatachu akkam nagaa jirtanii baayyeen sin yaade
Anile dhuga rabbi malloooooooo mallloooooo
Yadon bayyateeee
Maaf akkanatti baduufi waldagachuun jirtuu adaraa akm isin baayee isin yaadeera Dhugaa keeroo
Anis Naga koti jirtu garu hin badina mallo eyerus
anis nagaadha akkam sin fayyaa jirtuu? baddanii hin badinaa maaloo akkanatti. baay'een sin yaade. sir
Hordoftoota amaantaa musilimaa hundaan!!! Bags
Ayyaana Arafaa wagaa 1440n issin gahe! Gude
ameeen Gude koo. jirtaa mitii ati? maaligaa bannaate addaan banneerraa. nuuf jiraadhaa siniis. Sir.
Tole siru man wal ganneera akkas ta'uu hin qabu gude
Akkam nagaadha bayyee baddanii chemo alewi
jirra alewii. akkam ati addaan bannee mitii?
Eyyee nagaadhaa
hundi keessanuu baga jiraattan. akkam ture barri hojii jalqabaa keessan? jabaadhaa. walis Hin dagannuu nun dagatinaa. sir
Akm jirtu jaallatamoo ijoollee chemistry maaliidha akkanatti baduun ani nagaakooti isin yaaduu malee isinis nagaa akka taatan nan amana adaraa Hin badinaa waliif barreessinaatii keeroo
yaadadhaanii ishee tanas achumaan. sir