akkam jiruun fayyaan jireenyi dalagaan. baddanii maali muluma kana nagumarratti hundi keessan akkanatti baddanii? Hin badinaa al takka takka biq jedhaa mee. sir
Maaf akkanatti baduufi waldagachuun jirtuu adaraa akm isin baayee isin yaadeera Dhugaa keeroo
anis nagaadha akkam sin fayyaa jirtuu? baddanii hin badinaa maaloo akkanatti. baay'een sin yaade. sir
Hordoftoota amaantaa musilimaa hundaan!!! Bags
Ayyaana Arafaa wagaa 1440n issin gahe! Gude
Ayyaana Arafaa wagaa 1440n issin gahe! Gude
ameeen Gude koo. jirtaa mitii ati? maaligaa bannaate addaan banneerraa. nuuf jiraadhaa siniis. Sir.