Maaloo adaraa waaqaaf jedhaa waanuma gorsaafi gaggaarii waliif haa barreessinuu. keeyeron
akkam jiruun fayyaan jireenyi dalagaan. baddanii maali muluma kana nagumarratti hundi keessan akkanatti baddanii? Hin badinaa al takka takka biq jedhaa mee. sir