Chemo akkam jirtuu?? Maloo chemo wal dagachaa jiraam!!! Nagaa wal gafaachuu hin dagatinaa!!! Gude
eennu ati kan jaalalli si qabe suni? karaa keessaan na dubbisi waan gootu sitti himaa.
Maaloo adaraa waaqaaf jedhaa waanuma gorsaafi gaggaarii waliif haa barreessinuu. keeyeron