Chemo
103 subscribers
49 photos
1 link
Download Telegram
Jirra jirtuuy Chemoo!! Baga jiraatan hundii kessaan!! Egaa wal haa yaadanuu waliif haa barresiinu! Gude
Chemooo akkam jirtuu?? Chemoo wal dagaachuf jiraam maloo wallif haa bareesinuu waliifis haa bilbiluu
Gude
Wareen fedha qabdan yoo jaalaala kesaan ta'ee wal argudhaaf haala mijeefanee yoo wal arginee mal ta'aa?? Gude
ni danda'ama gude. anis nin deeggara yaadakee. xumura irratti yoo barumsi cufate osoo peedaa Hin deemnetti yoo ta'e ni danda'ama. sir
Akkam. Jirtuu nagaadha bayyee baddanii Alew
Hin banne jirraa akkam nagaa jirtuu yaa jaalatamtoota hiriyoottan koo Hin badinaa akkasitti. sir.
Hy kiss me
What what//
jirtiut
Pleas kiss me
Eenyu ati
Kkkkk anuma pleas kess
dubbii Hin balleessinaakaa jara keenna
Errrrr uuuuuu malini kuni imo
Utuu waanuma tolu barreessinee Gaarii hn tahumee qoosaa dhiisnee
akkas wayya dhugaa waanuma gaaridhaan wal haa yaadannuu yaa joollee teenna
Chemo akkam jirtuu?? Maloo chemo wal dagachaa jiraam!!! Nagaa wal gafaachuu hin dagatinaa!!! Gude
Ijole jalala na qabe????? Nati fakte, chemo mala and mala me
Akkam nagadhaa jirtuu waan haaraa maaltu jiraa
eennu ati kan jaalalli si qabe suni? karaa keessaan na dubbisi waan gootu sitti himaa.