Anile Siru koo ijjolotatti wallif hin galu malee yotuu guyyaa takka wal argine baayyen jaaladha!! Gude
chemoche akkam nagaa naaf jirtuu hundi keessan? fayyaadhaa? akkam dalagaan jiruun jireenyi maal fakkaatti. addaan fagaatuu henna jarana. Hin badinaa waliif haa barreessinuu. wal haa yaadannuu. baayyeen sin yaade hunda keessanuu. baayyeen sin jaaladhas. nagaa naaf tahaa. yeroo gaarii siniif hawwa. rabbiin nagaan walnuhaa agarsiisu. sir..
Jirtuu akm isin anilleen baayee sin yaadeera wal argaan fagaattus yaadaan walbira jirra naaf jiraadha guyyaa waaqatti wal argaan hn ooltu!!
chemoche akkam nagaa naaf jirtuu hundi keessan? fayyaadhaa? akkam dalagaan jiruun jireenyi maal fakkaatti. addaan fagaatuu henna jarana. Hin badinaa waliif haa barreessinuu. wal haa yaadannuu. baayyeen sin yaade hunda keessanuu. baayyeen sin jaaladhas. nagaa naaf tahaa. yeroo gaarii siniif hawwa. rabbiin nagaan walnuhaa agarsiisu. sir..
Jirra jirtuuy Chemoo!! Baga jiraatan hundii kessaan!! Egaa wal haa yaadanuu waliif haa barresiinu! Gude
Chemooo akkam jirtuu?? Chemoo wal dagaachuf jiraam maloo wallif haa bareesinuu waliifis haa bilbiluu
Wareen fedha qabdan yoo jaalaala kesaan ta'ee wal argudhaaf haala mijeefanee yoo wal arginee mal ta'aa?? Gude
ni danda'ama gude. anis nin deeggara yaadakee. xumura irratti yoo barumsi cufate osoo peedaa Hin deemnetti yoo ta'e ni danda'ama. sir
Hin banne jirraa akkam nagaa jirtuu yaa jaalatamtoota hiriyoottan koo Hin badinaa akkasitti. sir.