Chemo
104 subscribers
49 photos
1 link
Download Telegram
Anileeeee wudddddd
sin haa gahu nagaaf jaalalli koo kan onnee irraa madde kabajamtootaa fi jaalatamtoota ijoollee classi kiyyaa. sin yaadeen jira hunda keessanuu. yeroon waliin turre dheertuu nutti fakkaattee hedduun keenna walittis mufanneerra. garuu akka kootti Amma natti dhagahamaa jira. waggaan sadan waliin turre waan guyyaa sadi waliin turre natti hin fakkaattu. akkamiinuu carraa argadhee deebi'ee otoon sin waliin jiraadhee hawwii kooti ture. garuu waan rabbi fedhetu taha. waliin turuun dadhabamus ijaan wal garree guyyaa takkaa lama waliin ooluun salphaadha. yoo itti yaanne. guyyaa tokko hawwiin koo kuni naaf dhugoomee sin hunda keessaniin wal arga jedheen abdadha. hangasitti bakkuma jirtanitti nagaa naaf ta'aa. waliif haa barreessinuu. waliif haa bilbiĺluu. nagaatti. sir.
Anaafillee dhugaadha isin arguun hawwiikoo isa guddaadha kunimmoo nuti fedhii qabaannaan salphaadha from keeroo
Anilee akasuman from Alew
Anile Siru koo ijjolotatti wallif hin galu malee yotuu guyyaa takka wal argine baayyen jaaladha!! Gude
namni barbaadu qofti wal arguu dandeenya abbaadhumti eeyyamamaa ta'e sir
1gn Guddee
Aniis waliin galaa Alewi
ok
jirtuu
sin yaadeen jira
Anileeee
chemoche akkam nagaa naaf jirtuu hundi keessan? fayyaadhaa? akkam dalagaan jiruun jireenyi maal fakkaatti. addaan fagaatuu henna jarana. Hin badinaa waliif haa barreessinuu. wal haa yaadannuu. baayyeen sin yaade hunda keessanuu. baayyeen sin jaaladhas. nagaa naaf tahaa. yeroo gaarii siniif hawwa. rabbiin nagaan walnuhaa agarsiisu. sir..
Galatomii siru Koo wal dagaachuu hin qabnu iashii!! Gud
Jirtuu akm isin anilleen baayee sin yaadeera wal argaan fagaattus yaadaan walbira jirra naaf jiraadha guyyaa waaqatti wal argaan hn ooltu!!
Keyeroon irraati
Akkam nagaadha Wal jalaa babnee
chemoche akkam nagaa naaf jirtuu hundi keessan? fayyaadhaa? akkam dalagaan jiruun jireenyi maal fakkaatti. addaan fagaatuu henna jarana. Hin badinaa waliif haa barreessinuu. wal haa yaadannuu. baayyeen sin yaade hunda keessanuu. baayyeen sin jaaladhas. nagaa naaf tahaa. yeroo gaarii siniif hawwa. rabbiin nagaan walnuhaa agarsiisu. sir..
Jirra jirtuuy Chemoo!! Baga jiraatan hundii kessaan!! Egaa wal haa yaadanuu waliif haa barresiinu! Gude
Chemooo akkam jirtuu?? Chemoo wal dagaachuf jiraam maloo wallif haa bareesinuu waliifis haa bilbiluu
Gude