eyyuuuyyee Mar. sirrii jette anis gama kootin eessattuu taanan dhufee sin hundaa arguu fedhiin qaba. rabbiin nuuf haa guutu malee hanga jirru wal yaadachaa wal jaalachaa waliin taphachaa itti fufna. sin hundaa nan jaaladha. melkamun hulu lenante temagnaw. sir
Eyyee waldagachuun nurra hin jiruu. Garii nis tahe gadheen waggaa 3 waliin turreerraa gadda waliin hirmanneerraa kanaaf arsaa barbachisuu kafallee wal arguun Dirqama nurtahaa jadheen yaada akka koottii qophiidha Amma hundumtuu hiriyyuuma qosaattii ilaalaa turee gatii isaa hubanerraa kanaaf uttu wal agarreen jedha. Haamma dandenyeen garuu chanalii irrattii waliif haa barreessinuunan jedhaa sababiin chanaliin banamef akka wal hin dagganeefi from Alewi bayyee isiin jaalladha mara kessanuu uphaaa
Chemoo dhuguma jetaan wall dagachun garii mitti!! Ani yomiyuu tanaan hunda kesaan hin dagadhuu Bayeen sin jaaladha!! Gude
abshiraa taphadhaa ijoolle. guyyuma sinitti tole hi nuun jedhaa warri hojiin itti baayyatus yoo jiraate
Dhugaadha hunduu baga jiraattan an baayee sin yaadeera sin arguufis hawwiin qaba naaf jiraadha waliif haa barreessinu from keeroo
sin haa gahu nagaaf jaalalli koo kan onnee irraa madde kabajamtootaa fi jaalatamtoota ijoollee classi kiyyaa. sin yaadeen jira hunda keessanuu. yeroon waliin turre dheertuu nutti fakkaattee hedduun keenna walittis mufanneerra. garuu akka kootti Amma natti dhagahamaa jira. waggaan sadan waliin turre waan guyyaa sadi waliin turre natti hin fakkaattu. akkamiinuu carraa argadhee deebi'ee otoon sin waliin jiraadhee hawwii kooti ture. garuu waan rabbi fedhetu taha. waliin turuun dadhabamus ijaan wal garree guyyaa takkaa lama waliin ooluun salphaadha. yoo itti yaanne. guyyaa tokko hawwiin koo kuni naaf dhugoomee sin hunda keessaniin wal arga jedheen abdadha. hangasitti bakkuma jirtanitti nagaa naaf ta'aa. waliif haa barreessinuu. waliif haa bilbiĺluu. nagaatti. sir.
Anaafillee dhugaadha isin arguun hawwiikoo isa guddaadha kunimmoo nuti fedhii qabaannaan salphaadha from keeroo
Anile Siru koo ijjolotatti wallif hin galu malee yotuu guyyaa takka wal argine baayyen jaaladha!! Gude
chemoche akkam nagaa naaf jirtuu hundi keessan? fayyaadhaa? akkam dalagaan jiruun jireenyi maal fakkaatti. addaan fagaatuu henna jarana. Hin badinaa waliif haa barreessinuu. wal haa yaadannuu. baayyeen sin yaade hunda keessanuu. baayyeen sin jaaladhas. nagaa naaf tahaa. yeroo gaarii siniif hawwa. rabbiin nagaan walnuhaa agarsiisu. sir..