maali jarana hanganumatti wal dagachuu maaltu fide? erga addaan baaanee wag. 1 Hin guunne. ani ani akka kootti ganaa ijaanuu walagarra jedheen yaada. immoo nama hedduun akka walagarrus abdiin qaba. abshiraa wal hin dagannuu. sir.
Eyye sirajo dhuga jete qal dagnu wal agara an gama kotin Sun gin dagadhu jalewan ko sinin jaldha hamtun sin hin argin wudddddddddd eyu
eyyuuuyyee Mar. sirrii jette anis gama kootin eessattuu taanan dhufee sin hundaa arguu fedhiin qaba. rabbiin nuuf haa guutu malee hanga jirru wal yaadachaa wal jaalachaa waliin taphachaa itti fufna. sin hundaa nan jaaladha. melkamun hulu lenante temagnaw. sir
Eyyee waldagachuun nurra hin jiruu. Garii nis tahe gadheen waggaa 3 waliin turreerraa gadda waliin hirmanneerraa kanaaf arsaa barbachisuu kafallee wal arguun Dirqama nurtahaa jadheen yaada akka koottii qophiidha Amma hundumtuu hiriyyuuma qosaattii ilaalaa turee gatii isaa hubanerraa kanaaf uttu wal agarreen jedha. Haamma dandenyeen garuu chanalii irrattii waliif haa barreessinuunan jedhaa sababiin chanaliin banamef akka wal hin dagganeefi from Alewi bayyee isiin jaalladha mara kessanuu uphaaa