Chemo
104 subscribers
49 photos
1 link
Download Telegram
Uuuuffff.. Iriyyota Koo akkm isin godhu!!!; yotuuu namni akka sinbiroo kochoo godhate balaliyuu danda'aa ta'ee hunda kesaan birran dhufa!!! Garuu...... Malgodhuu hin danda'amuu.... Uuuumphaaaa... Hunda kesaan sinaan jaaladha!! Gude from Nakemte
silaa jalqaba eenyu bira dhaqxa gude??
guyyama rabbin fedhe haa taatukaa maal goona
Annis bayyee isiin yadee Chanel kan banukotii bayyee gamadee please wara hafan ilee add godha eeyyee anii Eyu fi Keyroniin argeraa Mar kessanuu abdiin qabaa arguuf Alewiya welega rraa
animmoo warra channel kana keessa jiran Hin argine
garuu adane argeen jira.
Sir. adaamaarraa
nuun warri groupi kanaa eenyu faadha sah?
Alewiya
keerii
Eyu
Sir.
gude
nin beeka warri hafan hoo eenyu faadha??
We are only six out of ten (6/10)
four girls and two boys for now. the others are out of service.
but as I think, from those one is gust. all of u excuse ok
Eyyee adda kan godhee waar bil
Qabuu qofaa kanaaf add godhii atiis
we thanks very much a person who create this group
thank you very much!
but I don't know that person.
Ok
10q Alewiya but Huw are you
Sima bira
Jalqaba irratii si biraan dhufa
Gowadognoche akkm isin!! Baga nagaa naf tataan!!; bari milka'ina idinif has ta'uu!! Bilbila Adanee kan qabdaan na ergaa! Yeroo xiqoof wal lolee ture Ama garuu ani dubisuun barbada
Gude from nkmt
Gude siifan erga karaa keessaatin na dubbisi eshe
Sir. from A
Eyyee Gudee yeroo San araaramaa jadhee ainkadhee dadhabee Alewi from a.a
abshiraa ammas taree Hin qabuu araaramaa eshe gude
Maaloo hiriyyootakoo baayeen is in yaade erga adda baane an nama baayeen arge bashaadduu caaltuu eyyuu alewiyyaa kabbee booniyoosii sawargin argeera hunda keessanuu akkan argu abdiin qaba naaf jiraadhaa keyeron wallaggaa
sawaregin immoo eessatti agarte keerii?