Chemo
104 subscribers
49 photos
1 link
Download Telegram
jira jirtuu sin akkam nagaa qabduu? Hin badinaakaa walin dagatinaa yaa jarana. sir
Tole siru Koo wal dagachuu hin qabnu!I gaxarimaa ta'ee ibsaa dhabne
Sun nuhundaa rakkisaa jirti abshir
Uuuffffff siruu j
Koo
Maths fi CHEm kutaa 7_8 fataa gochaa jiraia siru gud
hhhhhhh wayi gude maraataa
fataffatikaa sirritti. dammoo gola keessatti dhalaa ilaaltee jennaan salphatte
Akkam jirtuu nagaadha Alewi dha gudee fi sir wariikanhoo maalif baddani
nagaa keenya alewi. akkam ati jirtaa? sir
Galaata rabbi Anilee jira jirtu isiin 2g
Jira Akkam nagadhaa isiin bayyee isiin yadee dhugaa rabbii
Jirra Alwi Koo akkam atti!!
Jirra Alwi Fi Siru Koo bayyeen sin yaadeera!! Gud
Chemo Warren hojjii hin argattin Rabbi caaraa hojjii isinif haa banu!! Warren hojjii jalqabdaan immoo caaraa hojjii guddinaa nuf haa kennu!Gude
Adadoooooo😆😆😆😆😆😆😆😆
💋💋💋💋💋💋💋💋eyu hunda kessanufu
jira jirtuuu hordoftoota garee kanaa
Jirraaaaaa Gude
Hy jira jira
Akkm fayya kessani
fy keenna