Chemo akkam warii group kenyaa???? Chemo hojjii argachuun rakisaa nutii ta'ee ture!Ama erga hojjii jalqabnee booda akka itti nyaata godhanee nyaanu rakkisaa nutti ta'ee!!! Budena goggaa bitadheen ittoo hojetachuun walalee malloooooo....!!!! Budeena goggaa malee kontorata nyaachuuf katamittin kontorata hin hojjetuu!!!!! Uuuufffffff way jirenya gaxaarii....!!!
wayi gude dhugaa rabbii sirrii jette. anis akkasittan rakkachaa jira bannaate. garuu anaa barsiisota dubartootaatu biddeen naaf hojjata. sir.
Chemo Warren hojjii hin argattin Rabbi caaraa hojjii isinif haa banu!! Warren hojjii jalqabdaan immoo caaraa hojjii guddinaa nuf haa kennu!Gude