Chemo
104 subscribers
49 photos
1 link
Download Telegram
baga bara haataa geettan hundi keessanuu barri haaraan nuhundaafuu kan milkii nuuf haa ta'u
Ya warra garee kanaf akmi jirtan ani nagadha jireenyi ho mal fakkata? Chemochi ani bayee isin jalladha hunda kessanuu kessatu b/ta siraji ka jedhamu maluma tatee naga qabda garuu ega sihitu namnii amala hin jijirata mal tate badee ani sif sila..........? Ati garuu uuuuuuuuuuuuffff mal'.......!?mee siraji yada kee nuf qodi yoo maqa na walaltelee yadan na bekuun kee hin oluu kottuu walin..........(")rajidha si jallanna kuku kenyaa
hhhhhhhhhhhhhhhhhh... anis nagaa koodha akkam jirtu sin ngy qabduu? jireenyi maalfakkatti? anis hedduun sin jaaladha. siraaj qofa mitii namni kamuu yoo itti jijjiiraman inuma jijjiirama. innis abbaama isatti jijjiirametti malee nama biraatti malaa hin jijjiiramu. garuu hangasitti walitti jijjiiramuun maali? hundaafuu karaa keessaatin. wal dubbisaa
Dubbin kun jarsaan hoo ilaalamtuu
dubbiin tumiin????
Hi akkam jirtuu nagaadha maal taatanii Sila nagaa umaa
HY Chemoo akkn issn
Wal nu gessii hiradhaa qomo koo
jarattii tana hunda keessaa eenyutu isinitti tola. hedduun keessan Dr. santle akka jettan nan shakka. anatti garuu...
Masfin
Dr. Tanweer
Fisa
Lagurren ho kan shashamanee yadadhaa!!
Uuuuufffff salamii jedhiin uddaaan adhaa isaaa
Guys are ni denera
Applied dorm jira jirtu maf badan bareduwan ko mallo
Hunda kessanif
Jira galaata rabbi qomowwan ko
anis jira sin akka