Chemo
104 subscribers
49 photos
1 link
Download Telegram
Hello guys
Ethiopia airport beksisa hojii basee jiraa halmahuf hojaan1.65 ok temporary fi ministry card qabachun galmahuu dandesuu xumurii hagayya 3 good luck
Channel photo updated
Maaloo akm naaf jirtuu ijoollee group kanaa akm akkan isin yaadee ibsuu hn dandahu bakka jirtanitti nagaan naaf jiraadhaa carraa gaariin isiniif hawwa
ani gama kootin nagaan jira sin warri kaan hoo akkam ngy jirtuu? ijaan wal arguun ulfaatuu dandeetti garuu yaadan waluma bira jirra sin hundaafuu carraa gaariin hawwa
Aniis nagaadha siin akkam nagadhaa isiin Akkam bayyee isiin yadee
Aniis nagaadha ijriyoota Koo bayyeen sin jaaladha bayyeen sin yaadaas!! Egaa wal arguun turuu dandesii bakuma jirtanitti rabbi isin walii. Has ra'uu
Huda kesaniif
galatoomi
Gltomii atilee eyyee Waal argaan turuu dandessii
mee hanga addaan baane kanatti namni ijaan wal arge jira
Malin jedha jechan dhabe hiriyotan ko bayyen sin jaldha wal argun fagatus wal hin dagnu sinan jaldha lubbu Korra Naga ta'a cara gari hunda kegnafu eyu selalera
Erga addaan banee ani nama tokkiyuu hin argine garuu wal arguun turtus ani hunda kesaan hin dagadhu irriyita Koo!!
Rabbii bara 2011 EC bara nagaa bara milka'inaa nuf ha godhuu gowadognoche!!!! Egaa yeroo beksifni bahutu bilbilee wal wamuu akka hin dagatnee !! Bilbilan wal wamana!! Rabbii balbala hojjii nuf ha banuu.......
abshiraa eshii ani isiniifan bilbila yoo isin arsii dhuftanii dalaguu fedhii qabaattan. garuu irra hedduun keessan warra wallaggaa natti fakkaattani.
nan sobee?
selalellee Hin daganne eshi,