Chemo
104 subscribers
49 photos
1 link
Download Telegram
mee jarana tanaan maal haa jennu?
qanii maskaramii 5 eenyu faana wal agarraree?
Namni adama jiratuu enyuu temerity leak mnw
aboo maali inni kuni maal jechu? namni afaan oromoo barreessuu Hin dandeenye asirratti Hin barreessin ok
namni adaamaa jiraatu anaa maaltu ta'e achitti?
Hy chemo Akkm isin!!!baga gamadaan baga gamanee gude
Baga bara 2011EC isin gahee! Bari kun kan jaalalaa kan nagaa kan Gammachuu kan qufaaa isinif ha ta'uu!!!!!! Gude from Nakamte
baga bara haataa geettan hundi keessanuu barri haaraan nuhundaafuu kan milkii nuuf haa ta'u
Ya warra garee kanaf akmi jirtan ani nagadha jireenyi ho mal fakkata? Chemochi ani bayee isin jalladha hunda kessanuu kessatu b/ta siraji ka jedhamu maluma tatee naga qabda garuu ega sihitu namnii amala hin jijirata mal tate badee ani sif sila..........? Ati garuu uuuuuuuuuuuuffff mal'.......!?mee siraji yada kee nuf qodi yoo maqa na walaltelee yadan na bekuun kee hin oluu kottuu walin..........(")rajidha si jallanna kuku kenyaa
hhhhhhhhhhhhhhhhhh... anis nagaa koodha akkam jirtu sin ngy qabduu? jireenyi maalfakkatti? anis hedduun sin jaaladha. siraaj qofa mitii namni kamuu yoo itti jijjiiraman inuma jijjiirama. innis abbaama isatti jijjiirametti malee nama biraatti malaa hin jijjiiramu. garuu hangasitti walitti jijjiiramuun maali? hundaafuu karaa keessaatin. wal dubbisaa
Dubbin kun jarsaan hoo ilaalamtuu
dubbiin tumiin????
Hi akkam jirtuu nagaadha maal taatanii Sila nagaa umaa
HY Chemoo akkn issn
Wal nu gessii hiradhaa qomo koo
jarattii tana hunda keessaa eenyutu isinitti tola. hedduun keessan Dr. santle akka jettan nan shakka. anatti garuu...
Masfin