hello dears xeenan keessan akkami. siraa namni argate jiraa? mangistiin nu sanaxxachiisee Amma tadaraajja'aa nuu jechaa jiraa. yoo tadaraajjaatan ganzaba isinii abaddarraa jedhan. ganzaba sanuu abaddarachuuf asir persentii xiree ganzabii kan gillii keessanii qabaachuu qabdan jedha. ginii ani akka gillii kiyyaatti ganzaba wahiituu Hin qabu. timirtiiyyuu beetasabiitu natamaarsise. Mee isin warri budinii kana keessa jirtan siraa gillii faxxaruu wayyamo, tadaraajja'uu wayya jettan? mee astaayetii itti kennaa. wayinimmoo siraa mangistii bichaa eeggatuu wayya? hundaafuu ani yoo mastaawwaqaan naazireetitti baye isiniif dawwalaa isinis yoo bootaa biraatti baye natti himaa. isin muluufuu iddilii xuruu isif hawwa. naazireetirraayi. (ADAAMAA) jechu. Sir. negn
maaali jarana ajaa'ibni akkanaa kuni. abshiir atillee yoo rabbi jedhe hireetee Hin dhabduu. waan nama biraa maaltu siyaachise atis akka isaatti darbuuf yaali. garuu Amma wanni tare taree ati garuu hireen namaa maalif siguba innis rabbitu fadheefii darbee. hhhhhh waanuma maraan nama mokkoruun tunis garuu namuma gubaa maalgootaree rabbumarraa dhuftee hunduu ameen jettee fudhachuu malee carraa biraa Hin qabdu!!!!!!
Baga bara 2011 EC issin gahe chemo!! Barri kun kan bara bagaa,bara milka'ina bara quufaa, bara tokkumaa nuf ga ta'uu Gudde
Wow chemo baga bara haaraa nagaan waliin gee ye barichi bara milkaahinaa nuuf hatahu keeroo
aboo maali inni kuni maal jechu? namni afaan oromoo barreessuu Hin dandeenye asirratti Hin barreessin ok
Baga bara 2011EC isin gahee! Bari kun kan jaalalaa kan nagaa kan Gammachuu kan qufaaa isinif ha ta'uu!!!!!! Gude from Nakamte
baga bara haataa geettan hundi keessanuu barri haaraan nuhundaafuu kan milkii nuuf haa ta'u
Ya warra garee kanaf akmi jirtan ani nagadha jireenyi ho mal fakkata? Chemochi ani bayee isin jalladha hunda kessanuu kessatu b/ta siraji ka jedhamu maluma tatee naga qabda garuu ega sihitu namnii amala hin jijirata mal tate badee ani sif sila..........? Ati garuu uuuuuuuuuuuuffff mal'.......!?mee siraji yada kee nuf qodi yoo maqa na walaltelee yadan na bekuun kee hin oluu kottuu walin..........(")rajidha si jallanna kuku kenyaa