Channel name was changed to «Center for Development and Governance»
Forwarded from CDG
Nagaa Buusuun Mirgoota Namaa, Olaantummaa
Seeraa fi Bulchiinsa Gaarii Mirkanaa’uuf Bu’uura
Ammajjii 12, 2024 @ Hoteela Elilli
Nuti warri midiyaa hawaasaa hordofnu sababa jeequmsaatiin kan ka’e qabiinsi mirgoota namaa rakkoo keessa seenuu, olaantummaan seeraa mirkanaa’uu dhabuu fi bulchiinsi gaarii dhibuutiin haala rakkisaa hawaasni keenya keessa jiru ni hubanna.
Ani yeroo ammaa kana qophii CDGn geggeessaa jiru kan matadureen “Hudhaalee Mirgoota Namaa, Olaantummaa Seeraa fi Bulchiinsi Gaariin dhibuuf fi furmaata isaa” jedhu irratti hirmaataan jira. Kaayyoon isaas dhimmoota kana irratti dammaqina uumuu fi mala furmaataaf hojiitti itti seenamu qopheessuu dha.
Dhugumatti odeeffannoon tamsaafaman qaama kamuu kan hin balaaleffanne ykn kan hin faarsine ta’anii dhimmoota mullatan kan agarsiisani dha. Ebalutu balleesse ykn tolche gonkumaa hin jenne.
CDGn yeroo ammaa Mirgootni Namaa akka kabajamanitti, Olaantummaan Seera akka mirkanaa’uu fi Bulchiinsi Gaariin akka jiraatutti Naannoo Oromiyaatti darbees guutuu biyyatti nageenyi akka uumamutti gumaachuuf duula barnoota sarara irraa geggeessaa jira.
Kanaafuu, hordoftootni miidiyaa hawaasaa akka dhimmoota CDGn website, Facebook, Tik Tok fi kanneen biroo irratti odeeffannoo tamsaasaniif xiyyeffannoo kennanii akka hordofanin dhaamaaf.
Karaa armaan gadii “CDG” hordofaa:
Facebook: https://www.facebook.com/cdg.ethiopia
Website: www.cdget.org
You Tube: https://www.youtube.com/channel/UC5rBl9TY-DrcPm8sPxewYXA
TikTok: https://www.tiktok.com/@cdcbet
Telegram: https://tme/cdcb.org
Ulfaadhaa hiriyootaa,

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
Forwarded from CDG
ሰላም - ሰብአዊ መብቶች እንዲከበሩ የሕግ የበላይነት
እንዲረጋገጥ
እና መልካም አስተዳደር እንዲሰፍን ወሳኝ ጉዳይ ነው
ታህሳስ 11,2016
በማህበራዊ
ሚዲያ ተሳትፎ ያለን ግጭት በተከሰቱባቸው አካባቢዎች የሚገኘውን የሰብአዊ መብት ሁኔታ፥ የሕግ
የበላይነት እና የመልካም አስተዳደር እጦት እንገነዘባለን፡፡
በሲዲጂ
በተዘጋጀው እና “ግጭት በሚያስከትላቸው ተግዳሮቶች እና ይህም በሰብአዊ መብቶች በሕግ የበላይነት እና መልካም አስተዳደር ላይ የሚፈጥረው
ጫና ከነመፍትሔዎቹ” በሚል መሰረተ ሀሳብ ላይ እየተካሄደ ባለው ምክክር ላይ እየተሳተፍኩ ነው፡፡ ዝግጅቱ በጉዳዮቹ ላይ ግንዛቤ
ለማሳደግ እና አስተዋጽኦ ለማበርከት የሚቻልባቸውን ዘዴዎች ለማመልከት የታሰበ ነው፡፡
የተሰራጩት
መረጃዎች በተጨባጭ ነገሮች ላይ ብቻ በማተኮር በገለልተኝነት የቀረቡ ናቸው፡፡ በማናቸውም አካል ላይ ያነጣጠረ ውንጀላ ጨርሶ የለም፡፡
ሲዲጂ
በአሁኑ ጊዜ በማህበራዊ ሚዲያ የመስመር ላይ የማንቃት ዘመቻ በማካሄድ ላይ ይገኛል፡፡ የዘመቻው ዓላማ በኦሮሚያ ክልል ብሎም በመላ
አገሪቱ ሰብአዊ መብቶችን ለማክበር የሕግ የበላይነትን ለማረጋገጥ
እና መልካም አስተዳደርን ለማስፈን እንዲቻል ሰላምን በማስፈን
ረገድ አስተዋጽኦ ማበርከት ነው፡፡
በመሆኑም
የማህበራዊ ሚዲያ ተጠቃሚዎች እና ተከታታዮች ሲዲጂ በድረገጹ በፌስቡክ በቲክቶክ እና በሌሎችም ማህበራዊ ሚዲያዎች የሚያስተላልፋቸውን
መልእክቶች እንድትከታተሉ ለማስታወስ እወዳለሁ፡፡ አመሰግናለሁ፡፡
For more information follow CDG on:
Facebook:
https://www.facebook.com/cdg.ethiopia
Website: www.cdget.org
You Tube: https://www.youtube.com/channel/UC5rBl9TY-DrcPm8sPxewYXA
TikTok:
https://www.tiktok.com/@cdg.et

Voice for PEACE to Promote Human Rights
Rule of Law and Good Governance
Those of us who are active users of the Social Media are undoubtedly aware of the situation of Human Rights, Rule of Law and Governance situation in the conflict affected areas of our communities.
I am attending “Dialogues on the Challenges of Conflict and its impact on Human Right, Rule of Law and Good Governance vis-à-vis the Way-out” organized by the CDG on January 12, 2024 @ Elilly Hotel. This Dialogue is intended to raise awareness and setting intervention mechanisms.
The information disseminated are genuinely neutral with focus on issues for objective presentation. There are no judgments at all.
The CDG is currently conducting online advocacy campaigns to contribute towards restoration of peace in Oromia Region and the country in general to enhance Human Right, Rule of Law and Good Governance.
This is, therefore, to inform the Social Media users give attention to products of the CDG posted on their website, Facebook, Tik Tok and other platforms.
For more information follow CDG on:
Facebook: https://www.facebook.com/cdg.ethiopia
Website: www.cdget.org
You Tube: https://www.youtube.com/channel/UC5rBl9TY-DrcPm8sPxewYXA
TikTok: https://www.tiktok.com/@cdg.et
Telegram: https://tme/cdcb.org
Thank you, Friends,

CDGn waggoota dhihoodhaa asitti dhimma nagaa buusuu irratti hubannoo hawaasaa ol guddisuuf dammaqinaan hojjetaa tureera. Hojii dammaqinaa kana keessattis xiyyeffannoon isaa nageenya ilaalchisee dargaggootni Miidiyaa Hawaasaa irratti dhiibbaa gaarii akka uuman gochuudha. Dhaabbatni keenya bu’awan marii kanaa bifa barreeffamaa, fiilmii gaggabaaboo fi dizaayinaan qindeesseera. Bu’awwan marii qindeeffaman kunneen ji’a tokko ykn ji’oota lama keessatti karaa Miidiyaa Hawaasaa adda addaatiin kan tamsaafaman ta’u. Kanaafuu CDGn hordoftootni isaa mariilee dinqifatamoo guyyoota dhufan keessatti tamsaaman kana xiyyeffannoo itti kenanii akka hordofan waamicha dhiheessaaf.
CDG Conducted Dialogue among Social Media influencers 📢 🪧 🇪🇹
The Center for Development and Governance (CDG) conducted three round dialogues on Human Rights, Rule of Law and Good Governance among 80 youth Social Media (SM) influencers. The participants were drawn from relevant institutions of the Government, academy, media, and private citizens from across Oromia. The dialogues, which took place in Addis Ababa, last January, were conducted by a senior legal expert who briefly explained the concepts of the three issues. He emphasized that these issues are foundations for lasting peace and sustainable development. Intensive discussions were subsequently made by the participants on the topics. The outcome of the discussions helped draft possible way-outs and suggested the role of youth Social Media influencers in safeguarding Human Rights, Rule of Law and Good Governance.
The CDG has been actively involved in public awareness raising activities on the importance of peace in recent years. Specific focus is given to youth on the Social Media with the intention of directing their attention to positively influencing peace. The organization has compiled the dialogues outputs in the form of texts, footages and graphics illustrations. These would be disseminated via the different SM outlets over the coming one or two months. CDG, thus, calls for the attention of its followers to the outcomes of these fascinating dialogues in the coming days.

በማህበራዊ ሚዲያ ተጽእኖ ፈጣሪዎች መካከል የተደረገ ምርክክር 📢 🪧 🇪🇹
ሴንተር ፎር ዴቬሎፕመንት ኤንድ ገቨርናንስ (ሲዲጂ) በሰብአዊ መብቶች ፥ በሕግ የበላይነት እና መልካም አሰተዳደር ጉዳዮች ላይ ከ80 በላይ በሚሆኑ የማህበራዊ ሚዲያ ተጽእኖ ፈጣሪዎች መካከል ለሶስት ዙሮች ምክክር አካህዷል። የምክክሩ ተሳታፊዎች የተውጣጡት አግባብነት ካላቸው የተለያዩ የመንግሰት ተቋማት፥ ከከፍተኛ ትምህርት ተቋማት ፥ ከሚዲያ ተቋማትና የማበራዊ ሚዲያ አንቂዎች ግለሰቦች ነበሩ፡፡ በአዲስ አበባ ከተማ በጥር ወር የተካሄደው ምክክር በሶስቱ ጽንሰ ሀሳቦች ላይ የህግ ባለሙያ በሰጠው ማብራሪዎች መነሻ ነበር፡፡ ባለሙያው በማብራሪያዎቹ ሶስቱ ጉዳዮች ለዘላቂ ሰላም እና ልማት መሰረት መሆናቸውን በአንክሮ አስገንዝቧል፡፡ ከገለጻው በኋላ በነበረው የውይይት ጊዜ ተሳታፊዎቹ በርእሰ ጉዳዮቹ ላይ በንቃት ተሳተፏል፡፡ የውይይቱ ውጤቶችም የመፍትሔ አቅጣጫዎችን የጠቆሙና ሰብአዊ መብቶችን በማስፈን ፥ የሕግ የበላይነትን በማስከበር እና መልካም አሰተዳደር በማስፈን ረገድ የማህበራዊ ሚዲያ ተጽእኖ ፈጣሪዎች የሚኖራቸውን ሚና ያመላከተና ተሳታፊዎቹም በግላቸዉ የበኩላቸዉን ድርሻ ለመወጣት ቃል የገቡበት ነበር፡፡
ሲዲጂ ከቅርብ ዓመታት ወዲህ በሰላም ጉዳዮች ላይ የሕዝቡን ግንዛቤ ለማሳደግ በሚረዱ ሥራዎች ላይ ትኩረት አድርጎ በመስራት ላይ ይገኛል፡፡ ልዩ ትኩረት የሰጠውም የማህበራዊ ሚዲያ ሥርጭት ተሳታፊ የሆኑ ወጣቶች በሰላም ጉዳይ ላይ በጎ ተጽእኖ መፍጠር በማስቻሉ ላይ ነው፡፡ ድርጅቱ የምክክሩን ዉጤቶችን በጽሑፍ ፥ በአጫጭር ፊልሞች እና በዲዛይን አቀናጅቶ ለሥርጭት አዘጋጅቷል፡፡ እነዚህ ዉጤቶችን በሚቀጥለው አንድ ወር ወይም ሁለት ወራት በተለያዩ ማህበረዊ ሚዲያዎች አማካይነት የሚሰራጩ ይሆናል፡፡ በመሆኑም በሚቀጥሉት ቀናት የማህበራዊ ሚዲያ ተከታዮቹ እነዚህን ድንቅ ሥርጭቶች እንዲከታተሉ ሲዲጂ ከወዲሁ ጥሪውን ያቀርባል፡፡

Dargaggoota Dhiibbaa Miidiyaa Hawaasaa Uumaniin Gidduutti Marii Gaggeeffame. 📢 🪧 🇪🇹
Dhaabbatni keenya Center for Development and Governance (CDG) dargaggoota Miidiyaa Hawaasaa irratti dhiibbaa uumuu danda’an 80 ol ta’anii gidduutti dhimmoota Mirga Namaa, Olaantummaa Seeraa fi Bulchiinsa Gaarii irratti marsaa sadiif mare gaggesseeera. Hirmaattotni Marii kana dhabbilee mootummaa, dhaabbilee barnootaa olaanoo, miidiyaa fi namoota dhuunfaa dibbaa midiaa hawaasaa irrattii gessisan kan Oromiyaa guutuu irraa walitti dhufan turan. mariiwwan ji’a Amajjii kana keessa Finfinnee keessatti gaggeffaman yaadrimee sadeen irratti ibsa gaggabaaboo ogeessi seeraa beekamaan kenne irra ka’uun ture. Ibsi Ogeessicha dhimmootni sadeen kunneen nageenya waaraa fi misooma itti fufiinsa qabuu fiduuf bu’uura ta’uusaa irratti xiyyeffannaa kan kenne ture. Ibsa booda hirmaattotni matadureelee sadeen bu’uura godhachuun marii ho’aa adeemsisaniru. Bu’aawwan marichaa furmaataaf karaa saaquuf kan fayyadan yoo ta’an Mirgoota Dhala Namaa, Olaantummaa Seeraa fi Bulchiinsa Gaarii dhugoomsuuf shoorri dargaggoota dhiibbaa Miidiyaa Hawaasaa uumanii maal akka ta’e kan agarsiiseefi hirmaattotnis duunfaa isaaniitti gahee irraa eeggamuu bahuuf waadaa kan itti wal galchan ture.
CDGn waggoota dhihoodhaa asitti dhimma nagaa buusuu irratti hubannoo hawaasaa ol guddisuuf dammaqinaan hojjetaa tureera. Hojii dammaqinaa kana keessattis xiyyeffannoon isaa nageenya ilaalchisee dargaggootni Miidiyaa Hawaasaa irratti dhiibbaa gaarii akka uuman gochuudha. Dhaabbatni keenya bu’awan marii kanaa bifa barreeffamaa, fiilmii gaggabaaboo fi dizaayinaan qindeesseera. Bu’awwan marii qindeeffaman kunneen ji’a tokko ykn ji’oota lama keessatti karaa Miidiyaa Hawaasaa adda addaatiin kan tamsaafaman ta’u. Kanaafuu CDGn hordoftootni isaa mariilee dinqifatamoo guyyoota dhufan keessatti tamsaaman kana xiyyeffannoo itti kenanii akka hordofan waamicha dhiheessaaf.
Dhaabbatni keenya Center for Development and Governance (CDG) dargaggoota Miidiyaa Hawaasaa irratti dhiibbaa uumuu danda’an 80 ol ta’anii gidduutti dhimmoota Mirga Namaa, Olaantummaa Seeraa fi Bulchiinsa Gaarii irratti marsaa sadiif mare gaggesseeera. Hirmaattotni Marii kana dhabbilee mootummaa, dhaabbilee barnootaa olaanoo, miidiyaa fi namoota dhuunfaa dibbaa midiaa hawaasaa irrattii gessisan kan Oromiyaa guutuu irraa walitti dhufan turan. mariiwwan ji’a Amajjii kana keessa Finfinnee keessatti gaggeffaman yaadrimee sadeen irratti ibsa gaggabaaboo ogeessi seeraa beekamaan kenne irra ka’uun ture. Ibsi Ogeessicha dhimmootni sadeen kunneen nageenya waaraa fi misooma itti fufiinsa qabuu fiduuf bu’uura ta’uusaa irratti xiyyeffannaa kan kenne ture. Ibsa booda hirmaattotni matadureelee sadeen bu’uura godhachuun marii ho’aa adeemsisaniru. Bu’aawwan marichaa furmaataaf karaa saaquuf kan fayyadan yoo ta’an Mirgoota Dhala Namaa, Olaantummaa Seeraa fi Bulchiinsa Gaarii dhugoomsuuf shoorri dargaggoota dhiibbaa Miidiyaa Hawaasaa uumanii maal akka ta’e kan agarsiiseefi hirmaattotnis duunfaa isaaniitti gahee irraa eeggamuu bahuuf waadaa kan itti wal galchan ture.
CDGn waggoota dhihoodhaa asitti dhimma nagaa buusuu irratti hubannoo hawaasaa ol guddisuuf dammaqinaan hojjetaa tureera. Hojii dammaqinaa kana keessattis xiyyeffannoon isaa nageenya ilaalchisee dargaggootni Miidiyaa Hawaasaa irratti dhiibbaa gaarii akka uuman gochuudha. Dhaabbatni keenya bu’awan marii kanaa bifa barreeffamaa, fiilmii gaggabaaboo fi dizaayinaan qindeesseera. Bu’awwan marii qindeeffaman kunneen ji’a tokko ykn ji’oota lama keessatti karaa Miidiyaa Hawaasaa adda addaatiin kan tamsaafaman ta’u. Kanaafuu CDGn hordoftootni isaa mariilee dinqifatamoo guyyoota dhufan keessatti tamsaaman kana xiyyeffannoo itti kenanii akka hordofan waamicha dhiheessaaf.
SM Influencers say “Peace is the Denominator”
“Peace is the denominator” said Social Media Influencers during the Dialogue on promotion of peace in online advocacy efforts set in motion by the Center for Development and Governance (CDG). Yes, peace is the denominator for Human Rights, Rule of Law and Good Governance, which means, they are inseparably interconnected to have lasting peace and sustainable development. The violation of one or the other invariably has impact on peace for the family, the neighborhood and for communities. When all the components (peace and the 3 elements) are fulfilled nationals enjoy safety and security in their day to day activities.
The CDG has come through some hiccups until recently in which there has been a look into what may have gone wrong in handling the online activities. According to a conclusion of an assessment done, what went wrong was inability to maintain the momentum of an increase in reaching more and more users of the SM. Maintaining the influencers on board while acquiring their valuable contribution was the gap to fill to gain effectiveness. Campaigns organized to create competition among the SM influencers and screening of documentaries on effects of the conflict created leverage to bring the influencers back on track.
The current Peace Dialogue is part of renewed opportunity created through enhanced scheme of online advocacy. It was organized on the urgent need for the restoration of peace given the heightened conflict here and there in the country. During this new year (2024) alone, the CDG conducted 3 rounds of discussion on the 3 issues for which Peace is the denominator.
The SM influencers aired their stance on the required components of peace in the online advocacy program under implementation for some years now. Besides the SM influencers, participants from pertinent government institutions (Communication, Judiciary, Academy…) and other entities joined the discussion in which they too shared experiences and stated their commitments to contribute their part for the needed rectification.
There was a moderator with ample experience and deep knowledge still vocal in the discussion who covered the sessions without faltering. He gave valuable briefs on the concepts and application of Human Rights, Rule of Law and Good Governance and how they are connected to each other while being instrumental to sustain peace. His presentation and other SM perspectives served as a startup for the discussion held among participants that culminated with the design on how to move forward with the online advocacy focusing on the young generation. The increased reach of the information online would expectedly raise public awareness on the one hand and help improve responsiveness of public servants on the other.

“The best weapon is to sit down and talk”– Nelson Mandela
I am attending “Online Youth Community for Peace and Democracy in Oromia Project Review Workshop organized by the CDG. This Project is intended for Enhanced youth participation in promoting Good Governance, Human Rights, Rule of Law and Peace Building.
This Event Reminded me of the quote of Nelson Mandela:“The best weapon is to sit down and talk”.
This is, therefore, to inform the Social Media users give attention to products of the CDG posted on their website, Facebook, Tik Tok and other platforms.
For more information follow CDG on:
Facebook: https://www.facebook.com/cdg.ethiopia
Website: www.cdget.org
You Tube: https://www.youtube.com/channel/UC5rBl9TY-DrcPm8sPxewYXA
TikTok: https://www.tiktok.com/@cdg.et
Telegram: https://t.me/cdcb.org

“Meeshaan hunda caalu gadi taa’anii mariyachuu dha”– Nelson Mandela
Ani yeroo ammaa kana waltajjii/workishoppii piroojektii “Online Youth Community for Peace and Democracy in Oromia” jedhamu CDGdhan qindeeffame irrattin hirmaachaan jira. Pirojektiin kun dhimmoota Mirga Namoomaa, Olaantummaa Seeraa, Bulchinsa Gaarii fi Nageenya mirkaneessuu irratti hirmaannaa dargaggootaa ol guddisuudha.
Dhimmotni armaan olii kunneen yaada armaan gadii na yaadachiisa: “Meeshaan hunda caalu gadi taa’anii mariyachuu dha”. Nelson Mandelaatu jedhe.
Kanaafuu, warri Miidiyaa Hawaasaa keessatti dhiibbaa uuman bu’aalee hojii CDG kanneen ta’an marsariitii (wesite), Facebookii, Tik Tokii fi miidiyaalee biroo irraatti dabarfamaniif xiyyeeffannoo akka kennanin yaadachiisuu barbaada.
Infoormeeshinii dabalataa CDG: