Beyan Abdella
23 subscribers
21 photos
2 files
7 links
Gaarii tahi malee gaarii hin barbaadin.
Download Telegram
Forwarded from መርጌታ ሠናይ የባህል መዳህናኒት 🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
🎊BAGA GAMMADDAN🎊

Namoonni bootii COOP namoota 30 Affeeran qarshii 2500 badhaafamaniiru!

Isinis affeeraa badhaafama!

🎊እንኳን ድስ አሎት🎊

የCOOPን ቦት ለ30 ሰዎችን የጋበዙ 2500 ብር ተሸላሚ ሆነዋል!

እርሶም ይጋብዙ ይሸለሙ!

https://t.me/+2H5wrrvTIdg4YmNk
https://t.me/+2H5wrrvTIdg4YmNk
Forwarded from Arraata Biyyolessa Oromiyaa
Harargee maa teessaa
Birmadhu Karrayyuu
Saamamaa jirakaa
Qe'een warra hayyuu
Sabni qe'een guutuu
Harka namaa ilaale
Arsii maaf callifta
Birmadhu yaa Baalee

Tokko tokkoon cabuun
Nu gaha warrana
Dubbadhu yaa Gujii
Waa jedhi Boorana
Yeroo ati duutu
Taa'eeraa Harargee
Anoo waanan qabu
Hammaareen siif ergee

Maal ta'e sabnikoo
Maaliif natti ilaalee
Maa callifta Amboo
Waa jedhi Salaalee
Nuti wal harcaafnaan
Alagaan nuun hilu
Birmadhu Beddellee
Maa callifta Iluu

Maaf callifta Jimmaa
Birmadhu Adaamaa
Isiniim qomoonkoo
Eenyuttimmoon dhaama
Maaf teessaa Gullallee
Callifteem Buraayyuu
Kalee si'iif dhiigee
Dhiiguma har'ayyuu

Akka firan qabne
Anoo duruu beeka
Maaloo naaf birmadhaa
Isin ilmaan Leeqaa
Silaa galma tokko
Qabna jechuu beekna
Maaliif hanga dhumaa
Callifnee wal eegna!

Qomoo maa calliftan
Baadiyaa magaala
Egaa humnan qabu
Ani kana caalaa..........."

Jettee boossi #Horroo_Guduruun!
1🥰1
The owner of this channel has been inactive for the last 5 months. If they remain inactive for the next 30 days, they may lose their account and admin rights in this channel. The channel will remain accessible for all users.
The owner of this channel has been inactive for the last 5 months. If they remain inactive for the next 17 days, they may lose their account and admin rights in this channel. The channel will remain accessible for all users.