Hubachiisa❗️
Barattoota qormaata biyyaaleessaa baranaa fudhattan hundaaf:
Barnoota bara 2012 sababa weerara vaayirasii koronaa addaan citu isaatin walqabate Ministeerri Barnoota qormaanni biyyaaleessaa yoom akka kennamu ifa akka hin goone ni beekama. Yeroo ammaa kanatti ammoo maqaa fi asxaa Ministeericha fayyadamuun odeeffannoo sobaa qormaatichi yoom akka eegalamu tamsa'aa jiraachu mul'achaa jira.
Ministeerichi ergaa gabaabdu har'a baaseen; yeroon barnoota eegalamu fi qormaatichi kennamu hanga ibsamutti barattoonni odeeffannoo sobaan osoo hin burjaaja'iin weerara COVID-19 irraa of eeggachaa kitaaba of harkaa qaban akka qayyabatan dhaamsa dabarseera.
@Biroobarnootaoromiyaa

Koronaavaayiras: Dhimma barnootaafi qormaataa bara kanaa maaltu yaadamaa jira?
Biiroo Barnoota Oromiyaa dhimmi barnootaas ta'e qormaataa erga Covid-19n too'atame booda murtaa'a jedheera.
@Biroobarnootaoromiyaa
Biiroo Barnoota Oromiyaa dhimmi barnootaas ta'e qormaataa erga Covid-19n too'atame booda murtaa'a jedheera.
@Biroobarnootaoromiyaa
#COVID19 #COVID19Ethiopia
Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 4,853 gaggeeffameen namoota dabalataa 195 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 3,954 taasiseera. Akkasumas lubbuun namoota 2 darbeera.
Namoonni har'a qabamu isaani mirkanaa'e hundu lammii Itoophiyaati. Umurii isaani waggaa 1 - waggaa 85 yoo ta'u, koorniyaan dhiira 90 fi dubartii 105.
Namoonni qabamu isaani mirkanaa'e: 144 magaala Finfinnee, 12 naannoo Amaaraa, 12 naannoo Tigraay, 4 naannoo Oromiyaa, 7 naannoo Affaar, 4 naannoo Somaalee, 7 magaala Dirree Dhawaa, 3 naannoo Gaambeellaa fi 2 naannoo Hararii irraati.
Gama biraan namoonni dabalataa 85 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 934 gaheera.
Dr. Liyaa Taaddasaa

#Sidaamaa
Manni Maree Naannoo Kibbaa guyyaa har'a Naannoo Sidaamaaf wal-harkaa fudhiinsa aangoo taasiseera. Sirni wal-harkaa fudhiinsa kun kan gaggeeffame yaa'ii Mana Maricha marsaa 5ffaa, bara hojii 5ffaa, yaa'ii ariifachisaa 2ffaa irratti. Haaluma kanaan Naannoon Sidaamaa Naannoo biyyatti 10ffaa ta'ee galmaa'eera.

#COVID19 Imalaan maaskii godhachuu dide xiyyaararraa akka bu’u godhame
Ameerikaatti Imalaan Daandii Xiyyaaraa maaskii godhachuu dide akka xiyaaraan hin deemne dhorkame. Taateen kunis US keessatti kan jalqabaati jedhameera.
Biraadaan Istaraakaan osoo xiyyaarri imalasaa Niiw Yoork irraa gara Daalaas taasisuu hin jalqabiin dura ture akka bu’u kan godhame.
Xiinxalaan Tiwiitararratti hordoftoota hedduu qabu tokko taateen kun “fudhatama hin qabu” jedhuun qeeqeera.
Yeroo ammaa kanatti US keessatti seerri imaltoonni xiyyaara keessatti maaskii godhachuu qabu jiraachuu baatus, daandileen xiyyaaraa seera mataasaanii hojiirra oolchuu garuu ni danda’u.
Jalqaba torbee kanatti Daandiileen Xiyyaaraa Ameerikaa fi shan biroo imaltoota maaskii hin godhanne isaan waliin imaluu akka hin dandeenye ibsaniiru.
Namoonni rakkina fayyaa qaban garuu godhachuun irra hin jiraatu.
Madda: BBC

#Oromiyaa
Naannoo Oromiyaatti sa'atii 24 darban keessatti qorannoo laaboratoorii namoota 700 'f taasifameen namoonni 6 vaayirasii koronaan qabamuun isaa mirkanaa'eera.
Haala dhukkubsattootaa kanneenii:-
1⃣
• Teessoon: Harargee Bahaa
• Seenaa imala: ni qaba
• Koorniyaan: dhiira
• umriin : waggaa 23
• Ibsa: seenaa imala kan Jibuutii qaba
2⃣
• Teessoo: Harargee Bahaa
• Seenaa imala: ni qabdi
• Koorniyaan: dubartii
• umriin : wagga 37
• Ibsa: seenaa imala kan Somaalee Laandii qabdi
3⃣
• Teessoon: Shawaa Bahaa
• Seenaa imala: hin qabdu
• koorniyaan: dubartii
• umriin : waggaa 20
• ibsa: hawaasa keessaa argame
4⃣
• Teessoon: Buraayyuu
• seenaa imala: hin qabdu
• kooriyaan: dubartii
• umriin: waggaa 26
• Ibsa: hawaasa keessa kan argamte
5⃣
• Teessoon: Godina Jimmaa
• seenaa imala: hin qabdu
• kooriyaan: dubartii
• umriin: waggaa 24
• Ibsa: hawaasa keessa kan argamte
6⃣
• Teessoon: Sabbataa
• seenaa imala: hin qabdu
• kooriyaan: dubartii
• umriin: waggaa 3
• Ibsa: tuttuqqii qabdi
Hanga ammaatti akka naannoo Oromiyaatti namoota vaayirasii koronaan qabamu isaani mirkanaa'e 221 gaheera.
@BirooBarnootaOromiyaa

Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 4,809 gaggeeffameen namoota dabalataa 116 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 4,070 taasiseera. Akkasumas lubbuun namoota 7 darbeera.
Namoonni har'a qabamu isaani mirkanaa'e hundu lammii Itoophiyaati. Umurii isaani waggaa 3 - waggaa 78 yoo ta'u, koorniyaan dhiira 76 fi dubartii 40.
Namoonni qabamu isaani mirkanaa'e: 101 magaala Finfinnee, 1 naannoo Amaaraa, 1 naannoo Tigraay, 6 naannoo Oromiyaa, 1 naannoo Affaar, 4 naannoo Kibbaa, 1 magaala Dirree Dhawaa, 1 naannoo Gaambeellaa irraati.
Gama biraan namoonni dabalataa 93 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 1,027 gaheera.
Dr Liyaa Taaddasaa

#Dexamethasone
Deksaametaasooniin akka qorannoon jedhetti dhukkuba COVID-19 yaaluuf hagam gargaara?
(Dr. Gurmeessaa Inkoosaatin)
1⃣. Dexamethasone qorichi jedhamu kun bakka hedduutti kan argamu, gatiin qaalawaa kan hin taane, qoricha haaraa osoo hin taane kan duraanuu turee fi dhukkuboota biroo yaaluuf kan fayyadamaa turree fi jirrudha.
2⃣. Qorichi kun namoota koroonaan qabaman hunda kan fayyadu osoo hin taane, namoota koroonaan qabatee daran hubamanii mana gargaarsa oksiijiinii (oxygen support) barbaadan qofa kan fayyaduudha.
3⃣. Qorannoon sun kan argate dexamethasone guutummaatti du’aatii sababa COVID-19 hambisa osoo hin taane, namoota du’uuf turan keessaa 1/3ffaa lubbuun hambisuu akka danda’udha.
4⃣. Qorichi kun vaayirasii kana lubbuun ajjeesa osoo hin taane, akka qaamni keenya vaayirasicha waliin haga barbaadamuu ol wal lolee dirree lolaa (somba) baay’ee hin barbadeessine taasisaa.
5⃣. Qorannoon dexamethasone irratti gaggeefame kun qorichi faayidaa jedhame kana qabaachuu isaa guutummaa guutuutti kan mirkaneessu miti, argannoo bareedaa ta’us qorannoon guddaan dabalataan gaggeeffamee mirkaneessuu qaba.
6⃣. Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) dabalatee, biyyootnii fi dhaabbileen gurguddoo hedduun argannoo kanaan akka gammadanii fi deeggaran beeksisaniiru.
7⃣. Kana irraa ka’uudhaan biyyoonni hedduun qoricha kana namoota dhukkuba COVID-19 kanaan qabamanii daran dhukkubsataniif fayyadamuu eegalanii jiran.
📌 Argannoon kun “oduu gammachiisaa” ta’uun akkuma jirutti ta’ee, waan hubatamuu qabu “Dexamethasone” irratti ofgatanii, akka qorichi kun dhukkuba COVID-19 fayyisuutti fudhatanii of eeggannoon laaffisuun hin taatu.
@BiroobarnootaOromiyaa

Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 4,848 gaggeeffameen namoota dabalataa 399 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 4,469 taasiseera.
Namoonni har'a qabamu isaani mirkanaa'e keessaa namoonni 398 lammii Itoophiyaa yoo ta'an 1 lammii biyya alaati. Umurii isaani waggaa 4 - waggaa 85 yoo ta'u, koorniyaan dhiira 195 fi dubartii 204.
Namoonni qabamu isaani mirkanaa'e: 135 iddoo tursiisa Yunivarsiitii Siivil Sarviis, 132 iddoo tursiisa Dawallee fi Gaalillee, 86 magaala Finfinnee, 18 naannoo Amaaraa, 2 naannoo Tigraay, 9 naannoo Oromiyaa, 1 naannoo Somaalee, 1 naannoo Kibbaa, 14 magaala Dirree Dhawaa, 1 naannoo Gaambeellaa irraati.
Gama biraan namoonni dabalataa 95 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 1,122 gaheera.

#COVID19Oromia
Naannoo Oromiyaatti qorannoo sa'aa 24 keessatti namoota 1,004 taasifameen vaayirasii koronaan (COVID-19) kan qabaman nama sagal (9) ta'uun mirkanaa'ee.
Hanga ammaatti akka naannoo Oromiyaatti namoota vaayirasii koronaan qabamu isaani mirkanaa'e 230 gaheera.

Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 3,238 gaggeeffameen namoota dabalataa 131 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 4,663 taasiseera. Akkasumas lubbuun nama 1 darbeera.
Namoonni har'a qabamu isaani mirkanaa'e keessaa namoonni 130 lammiilee Itoophiyaa yoo ta'an namni 1 lammii biyya alaati. Umurii isaani waggaa 2 - waggaa 80 yoo ta'u, koorniyaan dhiira 94 fi dubartii 37.
Namoonni qabamu isaani mirkanaa'e: 98 magaala Finfinnee, 16 naannoo Oromiyaa, 4 naannoo Somaalee, 3 naannoo Affaar, 3 magaala Dirree Dhawaa, 3 naannoo Kibbaa, 2 naannoo Gaambeellaa, 1 naannoo Amaaraa, 1 naannoo Tigraay irraati.
Gama biraan namoonni dabalataa 84 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 1,297 gaheera.

Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 4,034 gaggeeffameen namoota dabalataa 186 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 5,034 taasiseera. Akkasumas lubbuun namoota 3 darbeera.
Namoonni har'a qabamu isaani mirkanaa'e keessaa namoonni 181 lammiilee Itoophiyaa yoo ta'an namoonni 5 lammii biyya alaati. Umurii isaani baatii 6 - waggaa 75 yoo ta'u, koorniyaan dhiira 73 fi dubartii 113.
Namoonni qabamu isaani mirkanaa'e: 147 magaala Finfinnee, 16 naannoo Somaalee, 10 naannoo Affaar, 8 magaala Dirree Dhawaa, 4 naannoo Oromiyaa, 1 naannoo Kibbaa irraati.
Gama biraan namoonni dabalataa 74 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 1,486 gaheera.

Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 4,675 gaggeeffameen namoota dabalataa 141 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 5,175 taasiseera. Akkasumas lubbuun namoota 3 darbeera.
Namoonni har'a qabamu isaani mirkanaa'e keessaa namoonni 139 lammiilee Itoophiyaa yoo ta'an namoonni 2 lammii biyya alaati. Umurii isaani baatii 2 - waggaa 87 yoo ta'u, koorniyaan dhiira 81 fi dubartii 60.
Namoonni qabamu isaani mirkanaa'e: 113 magaala Finfinnee, 15 naannoo Oromiyaa, 6 naannoo Hararii, 3 naannoo Gaambeellaa, 2 naannoo Somaalee, 1 magaala Dirree Dhawaa fi 1 naannoo Beenishaanguul Gumz irraati.
Gama biraan namoonni dabalataa 58 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 1,544 gaheera.

Naannoo Oromiyaatti qorannoo sa'aa 24 keessatti namoota 279 taasifameen vaayirasii koronaan (COVID-19) kan qabaman nama kudha shan (15).
Namoonni qabamu isaani mirkanaa'e dhiira 7 fi dubartii 8 yoo ta'an teessoon isaani: 9 Godina Jimmaa, 3 magaala Jimmaa, 1 magaala Buraayyuu, 1 magaala Sabbataa, 1 Boorana irraati.
Hanga ammaatti akka naannoo Oromiyaatti namoota vaayirasii koronaan qabamu isaani mirkanaa'e 277 gaheera.

Artist Hacaaluu Hundeessaa guyyaa har'a weellistoota gameeyyii yeroo ammaan kana dhukkubsatanii jiran Nuhoo Gobanaa fi Haloo Daawwee bakka jiranitti ilaaluun tokkoon tokko isaanif gargaarsa qarshii 30,000 waliigalaan qarshii 60,000 kenneera.
📌Jabaa ofii yaadatanii gargaaruu aadaa haa godhannu!
@BiroobarnootaOromiyaa
@BiroobarnootaOromiyaa
📌Jabaa ofii yaadatanii gargaaruu aadaa haa godhannu!
@BiroobarnootaOromiyaa
@BiroobarnootaOromiyaa
Odeeffannoo waliigalaa COVID-19⬇️
Dhibeen kun addunyaarra biyyoota heddu irratti kan tamsa'e yoo ta'u, namoonni miiliyoona 9.6 ol dhibee kanaan qabamaniiru. Isaan keessaa hanga ammaatti lubbuun namoota kuma 487 ol darbeera.
🌏Addunyaa🌏
• Namoonni qabaman = 9,649,499
• Namoonni du'an = 487,800
• Namoonni bayyanatan = 5,239,121
Ameerikaa(USA)🇺🇸
• Namoonni qabaman = 2,491,193
• Namoonni du'an = 124,633
Braaziil(Brazil)🇧🇷
• Namoonni qabaman = 1,207,721
• Namoonni du'an = 54,434
Raashiyaa(Russia)🇸🇮
• Namoonni qabaman = 613,994
• Namoonni du'an = 8,605
Hindii(India)🇮🇳
• Namoonni qabaman = 491,168
• Namoonni du'an = 15,308
🌏Afrikaa🌏
• Namoonni qabaman = 349,203
• Namoonni du'an = 9,081
• Namoonni bayyanatan = 168,074
Itoophiyaa(Ethiopia)🇪🇹
• Namoonni qabaman = 5,175
• Namoonni du'an = 81
• Namoonni bayyanatan = 1,544

Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 5,414 gaggeeffameen namoota dabalataa 250 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 5,425 taasiseera. Akkasumas lubbuun namoota 8 darbeera.
Namoonni har'a qabamu isaani mirkanaa'e keessaa namoonni 240 lammiilee Itoophiyaa yoo ta'an namoonni 10 lammii biyya alaati. Umurii isaani baatii 3 - waggaa 90 yoo ta'u, koorniyaan dhiira 158 fi dubartii 92.
Namoonni qabamu isaani mirkanaa'e: 177 magaala Finfinnee, 21 naannoo Tigraay, 20 naannoo Amaaraa, 18 naannoo Gaambeellaa, 8 naannoo Oromiyaa, 4 naannoo Somaalee, 1 magaala Dirree Dhawaa fi 1 naannoo Beenishaanguul Gumz irraati.
Gama biraan namoonni dabalataa 144 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 1,688 gaheera.

Dhibeen kun addunyaarra biyyoota heddu irratti kan tamsa'e yoo ta'u, namoonni miiliyoona 9.8 ol dhibee kanaan qabamaniiru. Isaan keessaa hanga ammaatti lubbuun namoota kuma 494 ol darbeera.
🌏Addunyaa🌏
• Namoonni qabaman = 9,827,590
• Namoonni du'an = 494,470
• Namoonni bayyanatan = 5,305,245
Ameerikaa(USA)🇺🇸
• Namoonni qabaman = 2,538,885
• Namoonni du'an = 127,299
Braaziil(Brazil)🇧🇷
• Namoonni qabaman = 1,244,419
• Namoonni du'an = 55,304
Raashiyaa(Russia)🇸🇮
• Namoonni qabaman = 620,794
• Namoonni du'an = 8,781
Hindii(India)🇮🇳
• Namoonni qabaman = 509,446
• Namoonni du'an = 15,689
🌏Afrikaa🌏
• Namoonni qabaman = 354,626
• Namoonni du'an = 9,239
• Namoonni bayyanatan = 170,417
Itoophiyaa(Ethiopia)🇪🇹
• Namoonni qabaman = 5,425
• Namoonni du'an = 89
• Namoonni bayyanatan = 1,688

Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 5,552 gaggeeffameen namoota dabalataa 145 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 5,570 taasiseera. Akkasumas lubbuun namoota 5 darbeera.
Namoonni har'a qabamu isaani mirkanaa'e hundu lammiilee Itoophiyaati. Umurii isaani baatii 2 - waggaa 90 yoo ta'u, koorniyaan dhiira 86 fi dubartii 59.
Namoonni qabamu isaani mirkanaa'e: 94 magaala Finfinnee, 22 naannoo Oromiyaa, 10 naannoo Amaaraa, 10 naannoo Somaalee, 6 magaala Dirree Dhawaa fi 3 naannoo Beenishaanguul Gumz irraati.
Gama biraan namoonni dabalataa 327 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 2,015 gaheera.

Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 3,895 gaggeeffameen namoota dabalataa 119 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 5,589 taasiseera. Akkasumas lubbuun namoota 4 darbeera.
Namoonni har'a qabamu isaani mirkanaa'e keessaa namoonni 116 lammiilee Itoophiyaa yoo ta'an namni 3 lammii biyya alaati. Umurii isaani waggaa 1 - waggaa 80 yoo ta'u, koorniyaan dhiira 73 fi dubartii 46.
Namoonni qabamu isaani mirkanaa'e: 99 magaala Finfinnee, 7 naannoo Hararii, 5 naannoo Tigraay, 4 naannoo Somaalee, 3 naannoo Oromiyaa fi 3 naannoo Amaaraa irraati.
Gama biraan namoonni dabalataa 117 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 2,132 gaheera.
Dr Liyaa Taaddasaa
@BirooBarnootaoromiyaa

Addunyaarra lakkoofsa namoota sababa COBID-19 du'an 500,000 caaleera. Dhibeen kun addunyaarra biyyoota heddu irratti kan tamsa'e yoo ta'u, namoonni miiliyoona 10.1 ol dhibee kanaan qabamanuun, isaan keessaa hanga ammaatti lubbuun namoota kuma 502 ol darbeera.
🌏Addunyaa🌏
• Namoonni qabaman = 10,186,833
• Namoonni du'an = 502,986
• Namoonni bayyanatan = 5,512,967
Ameerikaa(USA)🇺🇸
• Namoonni qabaman = 2,621,774
• Namoonni du'an = 128,315
Braaziil(Brazil)🇧🇷
• Namoonni qabaman = 1,323,069
• Namoonni du'an = 57,174
Raashiyaa(Russia)🇸🇮
• Namoonni qabaman = 634,437
• Namoonni du'an = 9,073
Hindii(India)🇮🇳
• Namoonni qabaman = 549,197
• Namoonni du'an = 16,487
🌏Afrikaa🌏
• Namoonni qabaman = 383,346
• Namoonni du'an = 9,607
• Namoonni bayyanatan = 184,430
Itoophiyaa(Ethiopia)🇪🇹
• Namoonni qabaman = 5,689
• Namoonni du'an = 98
• Namoonni bayyanatan = 2,132