Qormaata Moodeelaa Kutaa 12ffaa Barattoota Online Qoramaniif
(Grade 12 Online Mock Exama)
---------------------
Barattoota Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa Marsariitiin (online) fudhataniif Qormaata Moodeelaa online'n( Online Mock Exam) Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee Biyyoolessaa Guyyoota Asiin Gadii kanneenitti kenna.
#1_Barattoota_Saayinsii_Uumamaa
KAMISA
#Guyyaa 21/09/2017
- Waaree Dura : Sa'aatii 3:00 - 6:00
- Marsaa 2ffaa :-
Waaree Boodaa : Sa'aatii 8:00 - 11:00
#2_Barattoota_Saayinsii_Hawaasaa
JIMAATA
#Guyyaa 22/09/2017 :-
Waaree Dura, Sa'aatii : 3:00 - 6:00
Waaree Booda, Sa'aatii: 8:00 -11:00
#Hubachiisa: Buufata Qormaataa itti ramadamtanitti guyyaafi sa'aatii jedhametti argamuun qormaata moodeelaa fudhadhaa!

Forwarded from +๐ฅฐTime for education+
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM