bilbila koon πŸ“±
659 subscribers
6 photos
18 files
43 links
Download Telegram
Forwarded from Ad Fontes (Bikila Habtamu)
Baga Bara Haaraa 2014 Nagaan Geessan!
αŠ₯αŠ•αŠ³αŠ• αˆˆαŠ α‹²αˆ± 2014 α‰ αˆ°αˆ‹αˆ αŠ α‹°αˆ¨αˆ³α‰½αˆ!
Bara Haaraa Kanatti Waan Haaraa Tokko Qabadhee Gara Keessan Dhufeera!

Innis Hojiilee 'Graphics' jechuunis Logo, Banner, Business Card, Mock up, Brands, T-Shirt... Dhaan Gara Keessan Yommuun Dhufu Gammachuu Guddaadhaani. Isinis Page Kana Like fi Follow, Share, Comment fi React Gochuun Hojiilee Keenyaan Tajaajilamaa.

α‰ αŠ α‹²αˆ± α‹“αˆ˜α‰΅ α‰ αŠ α‹²αˆ΅ ነገር αˆ˜α‰°αŠ“αˆ
αŠ₯ርሱም αˆ™αˆ‰ α‹¨αŒαˆ«αŠαŠ­αˆ΅ ሡራ αˆ›αˆˆα‰΅αˆ Logo, Banner, Business Card, Mock up, Brands, T-Shirt...
αŠ₯ርሢም αŠ¨α‰³α‰½ α‹¨α‰°α‰€αˆ˜αŒ α‹αŠ• Pageα‰½αŠ•αŠ• Like, Follow, Share, Comment & React α‰ αˆ›α‹΅αˆ¨αŒ α‹¨αŠ αŒˆαˆαŒαˆŽα‰³α‰½αŠ• α‰°αŒ α‰ƒαˆš αŠ₯αŠ•α‹²αˆ†αŠ‘ α‰°αŒ‹α‰₯α‹˜α‹‹αˆ!

Kaaldii Giraafiksi
αŠ«αˆα‹² ግራፊክሡ
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/100164425755996/posts/100210279084744/
Akkam jirtu, hojii online qarshii baayyee itti argattan isiniif qabadhee dhufeera. Namni kam iyyuu hojjechuu danda'a!
Karaa keessaa @bilbila_koon irratti na dubbisaa.
Hojii kana hojjechuuf Bilbila/Mobile qofa isin barbaachisa. Namoonni jalqaban jiru. @bilbila_koon irratti keessaan na dubbisaa. carraa gaarii
Gaaffilee badhaasa kuufama interneetaa 5GB argamsiisan fuula Facebook kana irratti yaaluu ni dandeessu!

πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½
https://www.facebook.com/100164425755996/posts/136697062102732/?app=fbl
Akkam jirtu? Nagaan koo bakka jirtanitti sin haa qaqqabu.

Har'a waan salpha tokko akka na gargaartaniifan kana isiniif barreessaa jira.
Innis dorgommii loogoo(Aasxaa) dhaabbanni Odaa Electronics baase irratti dorgomaan jira. Namni mo'ate qarshii 5,000 badhaafama. Kanaaf, link an armaan gaditti siniif kaa'u tuquun fuula Facebook Odaa Electronics jala seenuun kan Bikila Habtamu jedhu like(πŸ‘) yoo naaf gootan, isin baasii tokko illee utuu hin baasin dorgommii kana akkan mo'adhu gochuu dandeessu!

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/127557864480162/posts/1092462921322980/

Galatoomaa! πŸ™
bilbila koon πŸ“± pinned Β«https://youtu.be/hrNFaV9AwKIΒ»
The owner of this channel has been inactive for the last 5 months. If they remain inactive for the next 7 days, they may lose their account and admin rights in this channel. The contents of the channel will remain accessible for all users.