Hi Akkam Jirtu? Xiqqoo sin jalaa badeen ture. Karaa keessaas na gaggaafachaa warra turtaniif galanni koo guddaa dha. Har'a Video haaraa Application'oota Afaan Oromootiin hojjetaman gurguddoo saddeettan(8) waliin ilaalla. Link kanaa gad jiru xuquun seenaatii ilaalaa! Galatoomaa!
https://youtu.be/1aHSDxK9tPQ
https://youtu.be/1aHSDxK9tPQ
https://youtu.be/1aHSDxK9tPQ
https://youtu.be/1aHSDxK9tPQ
YouTube
App'wwan Afaan Oromoo Bilbila Kee Irra Dirqama Jiraachuu Qaban 8
"bilbila koon" channel bilbila keenyaan maal maal gochuu akka dandeenyu nutti himu dha. subscribe gochuun video nuti yeroo yerootti gad dhiisnu tolaan argachuu dandeessu!
Telegram Channel: https://t.me/joinchat/AAAAAEz9ws-iP3b...
App'wwan suuraa keenyaβ¦
Telegram Channel: https://t.me/joinchat/AAAAAEz9ws-iP3b...
App'wwan suuraa keenyaβ¦
Watch "Barattoonni Yuunivarsiitii rifeensa dheereffachuun dhorkame" on YouTube
https://youtu.be/CWYzTzAuM3Q
https://youtu.be/CWYzTzAuM3Q
bilbila koon π± pinned Β«Watch "Barattoonni Yuunivarsiitii rifeensa dheereffachuun dhorkame" on YouTube https://youtu.be/CWYzTzAuM3QΒ»
Watch "Qorri inni baranaa maaliif akkas hammaate?" on YouTube
https://youtu.be/xLG1LNr0F4A
https://youtu.be/xLG1LNr0F4A
Forwarded from Ad Fontes (Bikila Habtamu)
Watch "Biqilaan komii qabuu fi ergaa ariifachiisaa dabarse." on YouTube
https://youtu.be/CG4ToRl7COI
https://youtu.be/CG4ToRl7COI
Forwarded from Ad Fontes (Bikila Habtamu)
Baga Bara Haaraa 2014 Nagaan Geessan!
α₯αα³α αα α²α± 2014 α α°αα α α°α¨α³α½α!
Bara Haaraa Kanatti Waan Haaraa Tokko Qabadhee Gara Keessan Dhufeera!
Innis Hojiilee 'Graphics' jechuunis Logo, Banner, Business Card, Mock up, Brands, T-Shirt... Dhaan Gara Keessan Yommuun Dhufu Gammachuu Guddaadhaani. Isinis Page Kana Like fi Follow, Share, Comment fi React Gochuun Hojiilee Keenyaan Tajaajilamaa.
α α α²α± ααα΅ α α α²α΅ ααα αα°αα
α₯αα±α αα α¨αα«ααα΅ α΅α« ααα΅α Logo, Banner, Business Card, Mock up, Brands, T-Shirt...
α₯ααΆα α¨α³α½ α¨α°ααα αα Pageα½αα Like, Follow, Share, Comment & React α αα΅α¨α α¨α ααααα³α½α α°α αα α₯αα²αα α°αα₯ααα!
Kaaldii Giraafiksi
α«αα² αα«ααα΅
ππππππ
https://www.facebook.com/100164425755996/posts/100210279084744/

Akkam jirtu, hojii online qarshii baayyee itti argattan isiniif qabadhee dhufeera. Namni kam iyyuu hojjechuu danda'a!
Karaa keessaa @bilbila_koon irratti na dubbisaa.
Karaa keessaa @bilbila_koon irratti na dubbisaa.
Hojii kana hojjechuuf Bilbila/Mobile qofa isin barbaachisa. Namoonni jalqaban jiru. @bilbila_koon irratti keessaan na dubbisaa. carraa gaarii
Gaaffilee badhaasa kuufama interneetaa 5GB argamsiisan fuula Facebook kana irratti yaaluu ni dandeessu!
ππ½ππ½ππ½ππ½ππ½
https://www.facebook.com/100164425755996/posts/136697062102732/?app=fbl
ππ½ππ½ππ½ππ½ππ½
https://www.facebook.com/100164425755996/posts/136697062102732/?app=fbl
Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
Akkam jirtu? Nagaan koo bakka jirtanitti sin haa qaqqabu.
Har'a waan salpha tokko akka na gargaartaniifan kana isiniif barreessaa jira.
Innis dorgommii loogoo(Aasxaa) dhaabbanni Odaa Electronics baase irratti dorgomaan jira. Namni mo'ate qarshii 5,000 badhaafama. Kanaaf, link an armaan gaditti siniif kaa'u tuquun fuula Facebook Odaa Electronics jala seenuun kan Bikila Habtamu jedhu like(π) yoo naaf gootan, isin baasii tokko illee utuu hin baasin dorgommii kana akkan mo'adhu gochuu dandeessu!
ππππππππ
https://www.facebook.com/127557864480162/posts/1092462921322980/
Galatoomaa! π