Forwarded from Odaa Electronics
🤝Ashamaa akkam jirtu🤝
Afaan oromoo kan jaallattaniif dhageessan maraaf:-
Akkuma beekamu Afaan oromoo Afaan saba guddaa akka ta'e beekamaadha.
Gama tekinooloijiitiin garuu yoo ilaalle baayyee gadi bu'aadha.
Kunis nama beekumsa qabutu dhabame utuu hin taane nama irraa baratutu dhabame.
Gama afaan biraatti yoo deebine gama tekinooloojiitiin baayyee nu caalu sababa kanaafidha kan namoonni keenya technology irratti oromoi ta'anii Afaan kan biraadhaan hojjetaniif.
Nutis Kan kanaan duraa haasa'uu qofa osoo hin taane gama hundumaanuu tekinooloojiitti jabaannee beekumsa fagoo fagoorra jiru wolirraa haa barannu.
Ammuma kanneen Aartii oromoo cimsuufi Afaan oromoo guddisuu barbaaddan You tube keenya armaan gadii Sabscribe nuuf godhaa.
ABDI TECH
Afaan oromootiin qophiiwwan faayidaa
gurguddaa qabaniifi barsiisoo ta'an kan beeknu isin barsiisuufii tekinooloojiitti Afaan keenya guddisuudhaaf hojenna.
Chanela keenya kanarratti namni tekinooloojiitti dhiyoo hin jirre kamiyyuu tekinooloojiitti dhiyeessinee wantoota baruun ta'u barsiifnee nama tekinooloojii isa gochuuf qophiidha.
akkasumas:-
•Qoosaawwaniif koomeediiwwan
•walaloo garaa nama qabbaneessuuf nama
hawwatu
•Tooftaalee milkaayinaa
•dandeettii dubbatanii amansiisuu fi
•wantoota haala yeroon wol qabatan isin biraan geenya.
NUTTI DHIYAADHAA YAADA NUUF KENNAA
👇👇👇👇sabscribe nuf godhaa👇
https://m.youtube.com/Abditechno
👆👆link arman olii tuqaa👆👆

#osoo____________silaa
Homtuu nama dhibini
Ammumaa ka'ani
Lafaa garaa ga'anii
#silaa maaf hidhii xuxuu
Du'anii ajjeessanii
Biyyoon ishee lixuu
Ishee jira nama jibbituu
Summii ajjeesu battuu
#osoo mijatee ta'e
Karattii cabsuu osumaa kattuu
Nama gamnanii male
Cabanii maaf aadu cisanii
Dabareen itti cabsuu
Sodaa ebeluu hin dhisanii
#silaa lafumaa jirtuttii
Keessa keessaa busanii
Madaa ofii sukkumatuu silaa
Baraan malaa hin kusanii
Qaamni ofiis argataa nagaa
Ni bareeduu deemanis ta'anii
Gadduu cabuun hafee
#osoo lafaa yaadan ga'anii
Osoo warrii keenyas
Fuula isaanii nutti qabanii
Wan nutuu jennu caqasanii
Mataan lafaa lalaa hin hafnuu
Afaan guutne dubbannaa gafasanii
Maal godhuree silaa
Sooddaa badanii jarrii keenya
Nutoo madaa keenya sukkumanii
Hormaa nuf gafatuu jenna beenya
Lakkii dubbiin hin tatuu
Osoo fi silaa koo rarrasee
Jirachuu wayyaa jedhe
Anu Qalbii koo haaressee
Hin dhiisus numan gungumaa
Akka roobaa arfasaa dirrisee
Yoon dhabees hiree
Na galafatuu yoo natti hirrisee
Lubbuu du'a sodaa
Hin ta'u golaa koo cufee
Manattuu du'a mitiree
Gaafa guyyaa isa dhufee
....
...
....
Baraa kana #osoo____________silaa jechuma kanatuu nagaa na dhorkataa jira
Baranaa dhalatee mo jechii kun duruu jira jaranaa??
@obsiin
@obsiin
#walaloon_afoolaa

⚡️⚡️⚡️💫💫💫⚡️⚡️⚡️💫💫💫
🌎
🌎 ZÃK Fåst Prømötīóñ 🌎
🌎 🌎
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Warreen Channel Qabdani. Wa'ee teknolojii ykn Barumsaa App Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
✅ @hizakiso
😜 @hizakiso
🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
JOIN

AGAA DHAGAHAA #walaloon_afoolaan yeroo dhihootti #kusaa_walaloo mat_dureen #GOOTA_OROMOO_KOO Jettu kuta kutaan qoqqodee isinin biraan gahuuf qophii xummureraa
Marree isin biraa kan eggamuu hiriyyaa keessanii fi jalleewwaan keessaan irrattii affeeru qofa
#walaloon_ibsituu callaqqee enyummatii!
#walaloo wiirtuu ibsituu seenaa sabaa oromoo fi sabboonummaati
#walaloon hirree kooti ittinaan dhadhadhaa ummataa koo goota koon farsaa jechaa humnaa xiqiin as ba'a jira
#waloo koo erga naf dabarsii
Goota oromoo koo me naf farsii
Isa guddinaa koo jibbuu xuqii arsii
Dhangala'ii akka burqituu arfasaa
enyuu sodattaa jedhii dhangaasaa
....
.....
...
Kottu waliin ya hojjennuu karrii keenya banadhaa
@obsiin
Contact to me 0932597569

#kennaa_koo
Eessaa sif egaluu
Jechatuu natti yarata
Afaan koo himuu dadhabuu
Jaalala kee miirri koo himataa
Jireenya qalbii booji'ee
Fagoo jirtamoo haalala
Qabbanee sooraa onnee
Madda gammachuuf jaalala
Addunyaa buburree kanarraa
Ijji koohin laalle kan biraa
Yoomuu sin jaaladha
Kennaa kooti situu naf jira
Taliila bishaan Amboo sana
Dhugaan kan hin quufne
Kasuutti si baatti onneen koo
Bekii yoomuu Akka sin buufnee
Hireef hirree kooti ati
Sumaan abdadhaa kamittuu
Boojituu onnee kootii
Sin mararsifadha yoomittuu
Haalaf amalli kee
Qalbii koo facaasaa
Bashaasha koo marree
Sin yaada si qalbii koo raasa
#siifan si moggasuu
Barreedduu koo maqaa
Kennaa kooti ati
Badhaasa guddaa kan waaqaa
Addunyaa kana yoon abuuree
Akka kee hin argadhuu
Sabboontittii oromoo
Faaya koo naaf jiraadhu
Sumayyaa koo wan ofii
Kennaa koo hedduudha kan si jaaladhu
@obsiin
#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
Eessaa sif egaluu
Jechatuu natti yarata
Afaan koo himuu dadhabuu
Jaalala kee miirri koo himataa
Jireenya qalbii booji'ee
Fagoo jirtamoo haalala
Qabbanee sooraa onnee
Madda gammachuuf jaalala
Addunyaa buburree kanarraa
Ijji koohin laalle kan biraa
Yoomuu sin jaaladha
Kennaa kooti situu naf jira
Taliila bishaan Amboo sana
Dhugaan kan hin quufne
Kasuutti si baatti onneen koo
Bekii yoomuu Akka sin buufnee
Hireef hirree kooti ati
Sumaan abdadhaa kamittuu
Boojituu onnee kootii
Sin mararsifadha yoomittuu
Haalaf amalli kee
Qalbii koo facaasaa
Bashaasha koo marree
Sin yaada si qalbii koo raasa
#siifan si moggasuu
Barreedduu koo maqaa
Kennaa kooti ati
Badhaasa guddaa kan waaqaa
Addunyaa kana yoon abuuree
Akka kee hin argadhuu
Sabboontittii oromoo
Faaya koo naaf jiraadhu
Sumayyaa koo wan ofii
Kennaa koo hedduudha kan si jaaladhu
@obsiin
#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
Maal irraa fudhu dammaa
Atu dammaa kana
Onnee koo bulbultee
Na boojitettaa ana
Biyyaa keenya gubbaa
Garbuun daddararee
Bareedduu oromoo koo
Si fudhee badaa na diddaree
Dukkaana hin imaalin
Gufuu miila kee rukutaa
Jaalalli kee cimaa
Onnee koo hammeessee butaa
Jaalalli onnee koo guuba
Naf ergii wan qabbaneessuu
Onneen jaalala kee boosse
Kana caalaa obsuu hin dandeessuu
Maati hin sodatinii
Dhokadhuu koo na lalii mee
Ya bareedduu oromoo
Na fudhuu oromiyaa galii mee
#oromiyaa_jiitu_koo_lafaa seenaa
✍✍✍✍
@obsiin
#walaloon_afoolaa
Atu dammaa kana
Onnee koo bulbultee
Na boojitettaa ana
Biyyaa keenya gubbaa
Garbuun daddararee
Bareedduu oromoo koo
Si fudhee badaa na diddaree
Dukkaana hin imaalin
Gufuu miila kee rukutaa
Jaalalli kee cimaa
Onnee koo hammeessee butaa
Jaalalli onnee koo guuba
Naf ergii wan qabbaneessuu
Onneen jaalala kee boosse
Kana caalaa obsuu hin dandeessuu
Maati hin sodatinii
Dhokadhuu koo na lalii mee
Ya bareedduu oromoo
Na fudhuu oromiyaa galii mee
#oromiyaa_jiitu_koo_lafaa seenaa
✍✍✍✍
@obsiin
#walaloon_afoolaa
Jedhii_nagattii
Ani fi ati yoomu
Walitti hin tanuu
Ati maratuu kana
Si waliin maradhee anuu
Yoon si dhiise
Maal rakkoo qaba
Amallii kee hamtuu
Siifan meeqa caba?
Anu ogeessaa
Amma kana si badhee
Tolaan narra deemi
Jaalalanis si kadhee
Achii narraa fagadhuu
Sin fedhuu argaa kee
Ati baar bineensa
Haalaf amallii kee
Ati achii jiradhuu
Tenyaa gama gamattii
Argaa kee jibbee
Beenu jedhi nagattii
✍✍✍✍✍
@obsiin
#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
Ani fi ati yoomu
Walitti hin tanuu
Ati maratuu kana
Si waliin maradhee anuu
Yoon si dhiise
Maal rakkoo qaba
Amallii kee hamtuu
Siifan meeqa caba?
Anu ogeessaa
Amma kana si badhee
Tolaan narra deemi
Jaalalanis si kadhee
Achii narraa fagadhuu
Sin fedhuu argaa kee
Ati baar bineensa
Haalaf amallii kee
Ati achii jiradhuu
Tenyaa gama gamattii
Argaa kee jibbee
Beenu jedhi nagattii
✍✍✍✍✍
@obsiin
#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
Sona walaloo via @like
HOPE PROMOTION
akkam jirtu jaallatamtootaaf fayyadamtoota telegram maraaf.
akkuma beekamu dhaabbanni HOPE PROMOTION kanaan dura beeksisa ajaayibaafi wal madaalaa qabu gurguddaa hojjechuun chaneloota hedduu sadarkaa guddinaatiin gahee jira.
haa ta'u malee rakkoo muraasaaf haala yerootiif hojii dhaabee ture.
amma garuu haala bareedaaf ajaayiba ta'een deebi'ee jira.
chaaneloota hojii irra jiran hundaafi fedhii hojii qaban maraaf galmee jalqabee jira.
Kanneen kanaan dura galmooftanii jirtan hedduudha kanneen amma galmaahuu barbaaddanis akka seerota armaan gadiitti wolii nii galtu yoo ta'e Chanela keessan galmeeffadhaa.
1. chanellikee 200 member gahuu qaba.
2. chanela kee jalatti admn nuuf kennita
3. yeroo promotion keenyatti promotion biraan tokko illee hin jiraatu ykn jiraachuu hin qabu
4. chanela kee jalatti promotionin baayyachuu hin qabu ykn chanela kee irratti hojjechuu qabda.
5. oduulee sobaafi uummata burjaajessu kamiyyuu gadhiisuun dhorkaadha.
6. promotion keenya balleessuun dhorkaadha nuti ofii waan balleessinuuf
7. chanela kee qulqullinaaf hojii gaarii yoo irratti hojjette ji'atti wol dorgommii badhaasa beeksisa dhuunfaa (VIP)tti nii dhiyaatta. dorgomtee yo moote member 200 dhuunfaatti siif dalagama.
8. Kaayyoon Chanela keetii wanta miidhaa qabu osoo hin taane ykn faayidaa dhuunfaaf qofa osoo hin taane kan uummataaf bu'aa buusu ta'uu qaba.
9. chanela kee irratti chaneloota namaarraa copy gootee paste gochuun dhorkaadha.
10. yeroo yerootti @hopepromotion hordofuun beeksisa darbu hordofuu qabda.
Kaayyoon seera kanaa
akkuma beekamu chaneloonni afaan oromoo hedduun erga guddatanii hojiitti hin jiran.
promotionin chanelli jeeqamee jira.
nutis kun akka sirratuufii namoonni ogummaa qabanii fi beekumsa qabaniin hojjechuu qaban cimanii akka hojjetanii gara fuulduraatti deemaniif seerri kun kan ba'edha.
haaluma kanaan kanneen nu woliin hojjechuun hojii ifa qabeessaa fi poromotion madaalawaa ta'e argachuu barbaaddan.
Karaa @hopen_bot link chanela keessanii qofa nuuf ergitu.
kan kanaan dura galmooftanis irra deebi'uun nuuf ergaa.
GALATOOMAA
@HOPEPROMOTION

Bagaan ta'e oromoo
Sabaa beeku safuu
Karaa qajeela na qabsisee
Ibsituu ta'e naafu
Jara jarraa lakkaa'e
Jaalala bulu tokkomee
Anis bagaan isaan ta'e
Oromummaan koo dhugoomee
Hundeen koo kush
boraanaaf bareentuun maati koo
Namni natti falmuu jiraree
Narraa mulquf oromummaa koo
Isa akkasiin jibbaa
Du'arraan balaaleeffadha
Ani oromoodha
Maafan itti qanfaadha??
#oromummaan_faaya!!!!!!
✍✍✍✍✍✍✍
@obsiin
#join 👇👇👇👇👇👇godhi
#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
Sabaa beeku safuu
Karaa qajeela na qabsisee
Ibsituu ta'e naafu
Jara jarraa lakkaa'e
Jaalala bulu tokkomee
Anis bagaan isaan ta'e
Oromummaan koo dhugoomee
Hundeen koo kush
boraanaaf bareentuun maati koo
Namni natti falmuu jiraree
Narraa mulquf oromummaa koo
Isa akkasiin jibbaa
Du'arraan balaaleeffadha
Ani oromoodha
Maafan itti qanfaadha??
#oromummaan_faaya!!!!!!
✍✍✍✍✍✍✍
@obsiin
#join 👇👇👇👇👇👇godhi
#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
Didee
Hin jaalanne duruu
Arrabaan yo na kultuu
Hamaa yaadda
Cistee hin bultuu
Nama fakkattaa
Garuu garaan kee bollaa
Araaraaf miti
Walittuu buftaa ollaa
Ati bineensa
Hojiin akka bofa
Jaaladhus jibbiis
Carraan qabu si jibbuu qofa
Didee goyyomsaa kee
Isaa gaarii fakkatuu
Jaalala sobaa
Haalaalchee nama nyaatuu
Hin fedhuu gonkumaa
Achumaa siqii narraa
Anis koo cufeen bula
Atis cufadhuu karraa
Maal walii goona sechii
Ani fi ati dugdaa garaadha
Ani nama kaayyoo
Jibbee ati maraataadha
Didee jibbee tokkummaa
Isan si waliin ijaaru
Ofi koo beekeen deema
Akka kees hin jarjaruu
Dubbii faale xaaxee
Hin ka'u marmaree
Jechaa namaa galafatuu
Didee mirgaa kooti
Harkii kootu nagaa sin gaafatuu
@obsiin
@obsiin
#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
Hin jaalanne duruu
Arrabaan yo na kultuu
Hamaa yaadda
Cistee hin bultuu
Nama fakkattaa
Garuu garaan kee bollaa
Araaraaf miti
Walittuu buftaa ollaa
Ati bineensa
Hojiin akka bofa
Jaaladhus jibbiis
Carraan qabu si jibbuu qofa
Didee goyyomsaa kee
Isaa gaarii fakkatuu
Jaalala sobaa
Haalaalchee nama nyaatuu
Hin fedhuu gonkumaa
Achumaa siqii narraa
Anis koo cufeen bula
Atis cufadhuu karraa
Maal walii goona sechii
Ani fi ati dugdaa garaadha
Ani nama kaayyoo
Jibbee ati maraataadha
Didee jibbee tokkummaa
Isan si waliin ijaaru
Ofi koo beekeen deema
Akka kees hin jarjaruu
Dubbii faale xaaxee
Hin ka'u marmaree
Jechaa namaa galafatuu
Didee mirgaa kooti
Harkii kootu nagaa sin gaafatuu
@obsiin
@obsiin
#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
#ana_dhufuu
Hawwii guddaan si eegna
Dafii koottu maloo
Weeddisaa leellisaa jagnaa
Goota oromoo callaqqee koo
Sin farsaa gucaa bilisummaa koo
#Goota_oromoo_koo_alaabaa_oromtichaa!!!
Hawwii guddaan si eegna
Dafii koottu maloo
Weeddisaa leellisaa jagnaa
Goota oromoo callaqqee koo
Sin farsaa gucaa bilisummaa koo
#Goota_oromoo_koo_alaabaa_oromtichaa!!!
Forwarded from Media Ko
Barreessaa fiilmii "Lafaafi Lafee" Jimaa Galataafi daarekteera fiilmichaa Hawwii Hayiluu baga gammaddan. Guddina fiilmii Afaan Oromoo sadarkaa tokko ol buttan! Fiilmii miidhagaa namni hunduu ilaalee irraa barachuu qabudha.
Sababa malee wal lolla, sababa malee diina taana. Obbolaan haadhoo garaa tokkoo taanee wajjin dhalannee alagaa caalaatti dalga wal ilaalla. Jette jettee namaa dhageenyee summii wal nyaachisuuf karoorsina. Waan nurraa hafee ormaafuu ga'u utuu qabnuu, boroo naannofnee ciqileedhaan wal dhoofna. Wal hoodnee walirraa fagaanna. Gidiraa guddaaf wal saaxilla.
Waliin mari'annee, wal gorfannee rakkoo keenya haa furannu. Irreefi jabina waliif haa taanu. Alagaa gaafa kolfaa, fira gaafa golfaa!
Via~Leta Kenei Aga
@JIRRA_OROMIA

Forwarded from Sabaaf App (🤔zak)
Afaanuma kenyaan ha baranuu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/0zUOFYxcu2U
Share it
https://youtu.be/0zUOFYxcu2U
https://youtu.be/0zUOFYxcu2U
https://youtu.be/0zUOFYxcu2U
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/0zUOFYxcu2U
Share it
https://youtu.be/0zUOFYxcu2U
https://youtu.be/0zUOFYxcu2U
https://youtu.be/0zUOFYxcu2U
Sona walaloo via @like
Ol hunkuree gad hunkuree
Bu'ee basee garagalchee
Daaku dhaheen deebi'ee
Caccaabseen halalchee
Ittaan agaarsisee
Amma nama dhukkubuu
Dhidhittaan abbaa hormaa
Ya argituu amma nama hubuu
Amman kabalamee
Dachaan kabalee cimsee
Garaan koo madaadha
Isantuu dabaree narraa himimsee
Barri tokkoo gadii
Tokkoo akka carraa olii
Harkatuu harkaa dhiiqa
Aja'uus hooru foolii
Hodhuu fudhuu jedhe
Ittaan kennee hidhee
Dabareen kooti
Nan gubaa jilchee
#Qallittittaan naqee
Achiin dabaree ililchee
#garuu
Maal bu'a qabaree
Hojii koo taasumadhaa
Yoon garagalee bannanuu
Lakkaa wantichii #abjuudha
@obsiin
#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
#share naf godhi maloo!!!
#abjuun koo/kee/keenya yoom dhugoomaa??
Bu'ee basee garagalchee
Daaku dhaheen deebi'ee
Caccaabseen halalchee
Ittaan agaarsisee
Amma nama dhukkubuu
Dhidhittaan abbaa hormaa
Ya argituu amma nama hubuu
Amman kabalamee
Dachaan kabalee cimsee
Garaan koo madaadha
Isantuu dabaree narraa himimsee
Barri tokkoo gadii
Tokkoo akka carraa olii
Harkatuu harkaa dhiiqa
Aja'uus hooru foolii
Hodhuu fudhuu jedhe
Ittaan kennee hidhee
Dabareen kooti
Nan gubaa jilchee
#Qallittittaan naqee
Achiin dabaree ililchee
#garuu
Maal bu'a qabaree
Hojii koo taasumadhaa
Yoon garagalee bannanuu
Lakkaa wantichii #abjuudha
@obsiin
#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
#share naf godhi maloo!!!
#abjuun koo/kee/keenya yoom dhugoomaa??
Sona walaloo via @like
#Goota_oromoo_koo
#seensaa fi #kutaa_1ffaa
Oromiyaa biyyaa koo
Hiddaa handhuura qaama koo
Dachee seenaa qabeettii
Badhaatuu wa maraa
hundumaan dureettii
Seena qabda kan baraa
Hadhaa haqaa
balfattuu dubbii dharaa
Lafaa lafeen ijarramtee
Oromiyaa koo jiituu
Bagaa biyyaa koo jedhamtee
Badhaatuu biyyaa goototaa
Burqaa hayyuuf beektotaa
Maddaa artistiif atileetotaa
Biyyaa koo biyyaa injineerotaa
Abuurraa faayya kan doctorotaa
Maal sitti wakkaateree
Uuman kee hundaa si badhaasee
Kanaf hormaa garaa gubaa
Hinaffaan gubee kasee
Lattuu koo laatii kanarraa
nutoo isa kana feenaa
Oromiyaa jituu koo
Dachee lafaa seenaa
Beekee argee alaagaan
hunduu si keessaa jiru
Tokkummaa keenyaa diguuf
Kutaaf amaantiin si hiruu
Qabeenya kee saamuuf
Adda addaatti nu ciruu
Hormii hormaa beekna
Duruu garaa nun hiiruu
Bitaaf mirgaan si butuu
Sirraa nyaatanii dhuganii
Oromiyaa koo sitti duutuu
Abashaan garaan bofa
Tokkummaa keenya digdii
Hawwiin isaani kana qofa
Bulchinsii abashoota
haayyuu baayyee fixee
Ilmaa boruuf abdannuu
biyyoon nu jala lixee
Qotee bulaan hin haftee
Daldalaaf barsisaa weeraranii
Lubbuu meeqa dhabnee
Gaafa rasaasaan nu haleelaanii
Jarraa nurraa turee
Mana nu basanii nu figsanii
Tokkummaa keenya diganii
Dhiiga barattootaa keenya
Guyyaa malee jigsanii
Seena baraa dheeraa
Godannisaa hin qorree nu dhiksanii
Durii jalqabee amma haar'aa
Garbummaa lakka'ee jaarraa
Du'af sababaa nuf ta'e
Ilmaan shawwaa dhangala'ee
Qaqaallii wallaggaa ajjeese
Dhiiga keenya saree arrabsisee
Seenaa gaddaa nu warabsisee
Hormii hormaa duruu
Hin beekuu nuf toolee
Lubbuu ilmaa harargee sanaa
Kan kaleessaa isa Aanolee
Oromoo ta'eef qofa
biyyaa keenyarra nu godansisee
Rasasaan nu fixee
Ilmaan baalee bochisee
Hin jiratiin jedhee nu kachisee
Alaagaan keessii bineensaa
Nu balleessuuf fiige eega qeensa
Maal yaakkitee oromiyaan koo
Maaf ciqilanii jaarraa dheeraa
Duguggaa nurrattii rawwatanii
Afaan sobanii lallabaa seeraa
Dargaggeessaaf dargaggeettii
Manguddoof walallee hin jennee
Duguggaa sanyii rawwatee
Xiqqaa guddaa hin filaannee
Du'aan nu hawwee
jirachuu keenya hin jaalanne
Ol adeemtuu qaqallii Harar galatafee
Ilmaan walloo kooti
Rasasaa irbaataa tatee
Kan jiraan kan du'aan godaanee
Jirachuu dadhabnee jaranaa
keenyarraa bobbanee
Danuu dhabnee ijoollee keenya
Alagaan sababaa tatee
Enyuu beekaa ijoollee arsii
Kan badee du'ef jiratee?
Oromiyaa koo
....
....
itti fufaa
#kutaa 2ffaa
Guyyaa murasaa booddee
#sharee naf goodhi
#yaadaaf qeeqaa yoo qabattaan👇👇👇
@obsiin
@obsiin qunnamaa karaa keessaa
#walaloon_afoolaa
#seensaa fi #kutaa_1ffaa
Oromiyaa biyyaa koo
Hiddaa handhuura qaama koo
Dachee seenaa qabeettii
Badhaatuu wa maraa
hundumaan dureettii
Seena qabda kan baraa
Hadhaa haqaa
balfattuu dubbii dharaa
Lafaa lafeen ijarramtee
Oromiyaa koo jiituu
Bagaa biyyaa koo jedhamtee
Badhaatuu biyyaa goototaa
Burqaa hayyuuf beektotaa
Maddaa artistiif atileetotaa
Biyyaa koo biyyaa injineerotaa
Abuurraa faayya kan doctorotaa
Maal sitti wakkaateree
Uuman kee hundaa si badhaasee
Kanaf hormaa garaa gubaa
Hinaffaan gubee kasee
Lattuu koo laatii kanarraa
nutoo isa kana feenaa
Oromiyaa jituu koo
Dachee lafaa seenaa
Beekee argee alaagaan
hunduu si keessaa jiru
Tokkummaa keenyaa diguuf
Kutaaf amaantiin si hiruu
Qabeenya kee saamuuf
Adda addaatti nu ciruu
Hormii hormaa beekna
Duruu garaa nun hiiruu
Bitaaf mirgaan si butuu
Sirraa nyaatanii dhuganii
Oromiyaa koo sitti duutuu
Abashaan garaan bofa
Tokkummaa keenya digdii
Hawwiin isaani kana qofa
Bulchinsii abashoota
haayyuu baayyee fixee
Ilmaa boruuf abdannuu
biyyoon nu jala lixee
Qotee bulaan hin haftee
Daldalaaf barsisaa weeraranii
Lubbuu meeqa dhabnee
Gaafa rasaasaan nu haleelaanii
Jarraa nurraa turee
Mana nu basanii nu figsanii
Tokkummaa keenya diganii
Dhiiga barattootaa keenya
Guyyaa malee jigsanii
Seena baraa dheeraa
Godannisaa hin qorree nu dhiksanii
Durii jalqabee amma haar'aa
Garbummaa lakka'ee jaarraa
Du'af sababaa nuf ta'e
Ilmaan shawwaa dhangala'ee
Qaqaallii wallaggaa ajjeese
Dhiiga keenya saree arrabsisee
Seenaa gaddaa nu warabsisee
Hormii hormaa duruu
Hin beekuu nuf toolee
Lubbuu ilmaa harargee sanaa
Kan kaleessaa isa Aanolee
Oromoo ta'eef qofa
biyyaa keenyarra nu godansisee
Rasasaan nu fixee
Ilmaan baalee bochisee
Hin jiratiin jedhee nu kachisee
Alaagaan keessii bineensaa
Nu balleessuuf fiige eega qeensa
Maal yaakkitee oromiyaan koo
Maaf ciqilanii jaarraa dheeraa
Duguggaa nurrattii rawwatanii
Afaan sobanii lallabaa seeraa
Dargaggeessaaf dargaggeettii
Manguddoof walallee hin jennee
Duguggaa sanyii rawwatee
Xiqqaa guddaa hin filaannee
Du'aan nu hawwee
jirachuu keenya hin jaalanne
Ol adeemtuu qaqallii Harar galatafee
Ilmaan walloo kooti
Rasasaa irbaataa tatee
Kan jiraan kan du'aan godaanee
Jirachuu dadhabnee jaranaa
keenyarraa bobbanee
Danuu dhabnee ijoollee keenya
Alagaan sababaa tatee
Enyuu beekaa ijoollee arsii
Kan badee du'ef jiratee?
Oromiyaa koo
....
....
itti fufaa
#kutaa 2ffaa
Guyyaa murasaa booddee
#sharee naf goodhi
#yaadaaf qeeqaa yoo qabattaan👇👇👇
@obsiin
@obsiin qunnamaa karaa keessaa
#walaloon_afoolaa
😱😱😱😱😱😱😱😱😱
Bot bareedaa miseensota chaanaalii ykn group keessanii guddisuuf isin gargaaru.
Haala salphaatin miseensota horachuuf link gadiitin galaa
@guddistuu_hordoftootaa_bot
@guddistuu_hordoftootaa_bot
@guddistuu_hordoftootaa_bot
🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈

Saatalaayitiin Ityoophiyaan Jimaata dhuftu gara hawaatti furgugsitu ragaalee funaanuun dhaabbileedhaf erguun gumaacha olaanaa kan qabaattu ta’uun ibsame.
Inistiitiyuutiin Spees Saayinsii fi Teeknooloojii Ityoophiyaa akka beeksisetti, Ityoophiyaan saatalaayitiishee jalqabaa gara hawaatti erguuf qophii xumurteetti.
Saatalaayitittiinis Jimaata, Muddee 10,2012 gara hawaatti ni furgugfamti.