Sona walaloo
1.92K subscribers
145 photos
16 videos
32 files
198 links
Sona baay'ee argattu!!
@Walaloo
@Barumsa jajjabeessan
Download Telegram
Forwarded from Leka Printing®️
📢Chaanaalii keenya Fika Tech irraa wantoota Teknooloojii wajjin walqabatan Afaan Oromootiin barnoota hedduu ni argattu! Isaan keessaa muraasni: -

Beekumsa bal'aa waa'ee Teknooloojii isin barsiisna!
Akkaataa ittiin 'social media' cabsan ykn 'hack' godhan isin barsiisna!
Kanneen akka FB, IMO, WhatsApp, Email, Mobile card fi kkf akkaataa ittiin cabsuu dandeessan ibsa bal'aa waliin isin barsiisna!
Moosaajiiwwan haaraa waliin wal isin barsiisna!
Viidiyoolee isin bashannansiisan isiniif maxxansina!
Addunyaa Teknooloojii keessa isin jiraachisna!!

📌Maarree warreen Email qabdan akka maamila nuuf taatan kabajaan isin gaafanna!!

"Afaanuma keenyaan Teknooloojii dubbisna" - Fika Tech

🔰Link (geessituu) kanaan seenaatii subscribe godhaa🔰
https://bit.ly/2KYEPgi
#Ani_kun

Of ta'en jiraadha
Hin fedhuu wan hormaa
Sanyii kotuu goota
Anis sanyii kormaa

isa kaleessaa darbee
Seenaa koo qoradhee
Fuldurattaan tarkanfadhaa
Abdii jiruu horadhee

#anumtii_kun
Hormaa lalee miti
Kan jiradhuu yoomuu
Ofifaan murteeffadhaa hiree
Ta'ee foonin hin coomuu

Oduuf hin qabu gurraa
Ofittaan amaanaa cimee
Akkan oromoo fakkadhuu
Abbaa kootu Nattii himee

#eyyenii_anumtii_kun
Kan hormaa hin fedhuu
Dubaas hin haatu dhaqee
Ofta'een jiraadha yoomuu
Sogiddaa miti hin badu baqee

Roorroo hin fedhuu rorrifamuu
Isa na dhibuu nin jibbaa
Ofta'ee jiradhaa umrii kootti
Shantamaas tatuu dhiibbaa

#ani_kun....
.............
...........
@obsiin

#walaloon_afoolaa
⚡️⚡️⚡️💫💫💫⚡️⚡️⚡️💫💫💫
🌎
🌎 ZÃK Fåst Prømötīóñ 🌎
🌎 🌎
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️

Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa

❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

Warreen Channel Qabdani. Wa'ee teknolojii ykn Barumsaa App Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
@hizakiso
😜 @hizakiso

🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣

Channel Keessan bekksifachuuf galmaa

⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso

JOIN

😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘

Yadaa walii hiruu
Waan bekkan Wal barsisuu
Wal jajabesun

Hundaa kenyaa irraa waan egamuu dhaa.....

Channel armaan gadii join godhadhaa
Forwarded from Odaa Electronics
🤝Ashamaa akkam jirtu🤝

Afaan oromoo kan jaallattaniif dhageessan maraaf:-

Akkuma beekamu Afaan oromoo Afaan saba guddaa akka ta'e beekamaadha.
Gama tekinooloijiitiin garuu yoo ilaalle baayyee gadi bu'aadha.
Kunis nama beekumsa qabutu dhabame utuu hin taane nama irraa baratutu dhabame.
Gama afaan biraatti yoo deebine gama tekinooloojiitiin baayyee nu caalu sababa kanaafidha kan namoonni keenya technology irratti oromoi ta'anii Afaan kan biraadhaan hojjetaniif.

Nutis Kan kanaan duraa haasa'uu qofa osoo hin taane gama hundumaanuu tekinooloojiitti jabaannee beekumsa fagoo fagoorra jiru wolirraa haa barannu.
Ammuma kanneen Aartii oromoo cimsuufi Afaan oromoo guddisuu barbaaddan You tube keenya armaan gadii Sabscribe nuuf godhaa.

ABDI TECH
Afaan oromootiin qophiiwwan faayidaa
gurguddaa qabaniifi barsiisoo ta'an kan beeknu isin barsiisuufii tekinooloojiitti Afaan keenya guddisuudhaaf hojenna.
Chanela keenya kanarratti namni tekinooloojiitti dhiyoo hin jirre kamiyyuu tekinooloojiitti dhiyeessinee wantoota baruun ta'u barsiifnee nama tekinooloojii isa gochuuf qophiidha.
akkasumas:-
•Qoosaawwaniif koomeediiwwan
•walaloo garaa nama qabbaneessuuf nama
hawwatu
•Tooftaalee milkaayinaa
•dandeettii dubbatanii amansiisuu fi
•wantoota haala yeroon wol qabatan isin biraan geenya.

NUTTI DHIYAADHAA YAADA NUUF KENNAA
👇👇👇👇sabscribe nuf godhaa
👇
https://m.youtube.com/Abditechno
👆👆link arman olii tuqaa👆👆
Forwarded from Leka Printing®️
📢Chaanaalii keenya Fika Tech irraa wantoota Teknooloojii wajjin walqabatan Afaan Oromootiin barnoota hedduu ni argattu! Isaan keessaa muraasni: -

Beekumsa bal'aa waa'ee Teknooloojii isin barsiisna!
Akkaataa ittiin 'social media' cabsan ykn 'hack' godhan isin barsiisna!
Kanneen akka FB, IMO, WhatsApp, Email, Mobile card fi kkf akkaataa ittiin cabsuu dandeessan ibsa bal'aa waliin isin barsiisna!
Moosaajiiwwan haaraa waliin wal isin barsiisna!
Viidiyoolee isin bashannansiisan isiniif maxxansina!
Addunyaa Teknooloojii keessa isin jiraachisna!!

📌Maarree warreen Email qabdan akka maamila nuuf taatan kabajaan isin gaafanna!!

"Afaanuma keenyaan Teknooloojii dubbisna" - Fika Tech

🔰Link (geessituu) kanaan seenaatii subscribe godhaa🔰
https://bit.ly/2KYEPgi
https://bit.ly/2KYEPgi
https://bit.ly/2KYEPgi
Sobanii fakkeessuu
Dharaa odeessuu
Jedhanii akkeessuu
Beekaa balleessuu
Sobaan murteessuu
Hammeenya jaalachuu
Sobanii kakachuu
Sammuu gidiraa bachuu
Balleessanii kachuu
#nama_ya_olchuu

Abbaa arrabsuu
Haqaa dabsuu
Beekaa cabsuu
Balleessanii kolfuu
Qaama ofii balfuu
Hin jirree yaadu
Obboleessaa gaadu
Balleessanii baduu
#amalaa_akka kana
#waaqni_na_olchu_ana

Waaqa adii roobu
Nama osoo laltuu si sobuu
Ilmaa aangoo da'effatee
Sabaa isa midhuu
Haqaa jallisee miti jedhuu
Ilmaa imaanaa nyaatuu
Fardaa koraa malee katuu
Summii ajjeessaa dawwaa fakkatuu
Nama kokkolfaa sitti deemu
Haqanqaalee hiyyeessaa samuu
Amala yaraa abbaa dhibu
Qotee bulaa daarii dhibuu
Intaala quftuu jaalattu kijibuu
Jecha gadhee lubbuu dararuu
#waaqni_sin_ya_bararuu

@obsiin
@obsiin

Yoo sittii toleef irraa barattee
#share godhii hiriyyaan kee #join ya godhatuu

#walaloon_afoolaa
Forwarded from LEKA VIP 🚀 via @Fika_promo_bot
🅿️🅿️🅿️🅿️🅿️🅿️🅿️🅿️🅿️Yeroo Beeksisa Helen🅿️🅿️🅿️🅿️🅿️🅿️

🤔Profile keessan eenyutu yeroo baayyee ilaala? Baruuf 👉 JOIN 👈

🙌Filannoo Itoophiyaa bara kanaa irraatti eenyu akka injifachuu danda'u mootummaan Amerikaa ifoomse, kanarraa ka'uunis...read more

🎭Haakeroonni 3 osoo baankii addunyaa cabsuuf yaalaa jiranii qaban garuu, kan baankicha cabsuuf yaalaa ture akka isaan...read more

🖥Ati nama Teknooloojii dhaa? Addunyaa qaroomte keessatti maaliif uummanni keenya karaa Teknooloojii doofaa ta'a?
Mee nama Teknooloojii ta'uu yoo barbaadde join taasisi...
🤯🥶🥶🥶🥶🥶🥶🥶🥶🥶🥶🤯

deebii sirri ta'ee debisaa......

Ji'a meqaafaa keessaa dhaltani ?

Ergaa ji'a dhaltani tuqtani bodaa garaa channel baredaa fi irraa barachuu dandesanitti isin geessaa ..... Ji'a dhaltani xuquu dhan....waan haraa baraa

🙈🙈🙈🙈🙈🙈😘😘😘😘😘😘
Forwarded from Leka Printing®️
Viidiyoo haaraa😲😲
Akkamitti fb maqaa malee fayyadamuu dandeenya?
Deebiin isaa viidiyoo kana keessa jira👇👇
https://bit.ly/2DmSYzw
Innis seenaadha

Qe'ee keenya durii
Warraa Tufaa Munaa
Loon keenya yafnee
Hurufaa boombii bunaa
Shaggar keenya jennaa
Birbirsaa gooroo nannoofnee
Finfinneen hadhuuraa keenya
Callistuus maqaa yoo dhofnee
Qe'ee keenya karraa jabaa
Warraa gamaa Abeebee Tufaa
Gulallee lafaa seenaa
Sirraa hin oolu nan dhufaa

Daallattii dabarranii dhaquu
Lafaa seenaa caaffee araaraa
Maqaa si balleessaani
Jettii finfinneen na baraaraa
Maqaa irra molkanii
Jedhaniin Addis Ababa
Diggamtee hin haftuu
Habashaan tatee sababaa
Gaafa Qajeelaa Dooyyoo
Qotaani callaa galfatuu
Oyiruu baloo qabuu
Fudhanii irraatti dhalanii dhalfatuu
Kiyyaan kan ofiiti
Maal enyuu salfatuu

Amma hunduu haafe
Karrii keenya dhabee abbaa
Bashaannaanaf hin batuu
Akka dur tulluu hontottoo san tabbaa
Bishaan qabbana'aa keenya
Hin jiruu buleera ergaa falamee
Karrii guddaa Eekkaa suni
Ergaa hormaan nurraa dhalamee
Hin jiruu akka durii sana
Finfinnee burqaan keenya cufanii
Jaarri hamtuudha
Duruu tolaaf miti kan dhufanii

Silaa akka durii sanaa
Osoo qabannee tokkummaaf tuutaa
Qe'ee warraa keenyaa irra
Sila maaf hormii duuta
Boolee bulbulaa keenya
Irraa bashaannaanna wal tanee
Seenaadha kunii jaranaa
Ammas ni qaqqabnaa kanee
Hadhuuraa keenya shaaggarii
Addis ababa jennee maaf lellifnaa?
#amma yeroon keenya
Maqaa finfinnee deebisnaa

Kutaa 2ffaan itti fufaa

#please yaadaf qeeqaaf karrii koo banadhaa
Naf qooda
Contact @obsiin

@obsiin
@obsiin

#walaloon_afoolaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Dhaloota oftuluun jibbaa
Ofifis hin buluu oftulee
Dhugaarrattaan cichaa
Haqaaf maal yoon ala bulee
Sobee hin jiradhuu dhibbaa
Karaan sobaan imaalanii
Namaa horattii bishaan jilbaa

@obsiin
Garaan keenya rarra'ee
Dhugaa bara dheeraa dharra'ee
Waddamnee jirannuu hawwittii
Wan hafnuu fakkataa namatti?
Hin hafnuu ollee bullaa
Oromoon galanaa didduu itti dullaa
Maal abbashee du'a sodatee
Kan gubbaatti hafee hin agarree
Lafaa irraa dorsisanii
#Gulallee yoo dhaqnee marree

@obsiin
#Nimoonaa fi moneerraan barattootaa #university bara 2012 ti eega Bara kana barumsii cimaa jira
Torbee kana #mid fudhatanii gafaa achii gad ba'a

#moneerraa : nimoonaa qorumsii akkam?
Jedhe yoo gaafatu maal yoo jedhen gaariidha...
...
...
...
...
...

#nimoonaa :dhiisi me kanaan kutaatti baradhee keessaa barsisaa qofatu dhufee ittin hin jedhuu seetani
🤯🥶🥶🥶🥶🥶🥶🥶🥶🥶🥶🤯

deebii sirri ta'ee debisaa......

Ji'a meqaafaa keessaa dhaltani ?

Ergaa ji'a dhaltani tuqtani bodaa garaa channel baredaa fi irraa barachuu dandesanitti isin geessaa ..... Ji'a dhaltani xuquu dhan....waan haraa baraa

🙈🙈🙈🙈🙈🙈😘😘😘😘😘😘
Forwarded from Sabaaf App (🤔zak)
Kabajamoo hordoftotaa koo ....

Akkami nagaa keessani ...ani nagaa kiyaa ..

Kuno haraasa waan haraa irraa barchuu dandesan isin qabadhee dhihadheraa

https://youtu.be/VL3hADcMYgs

Video isaa link arman gadiin ilalaa
👇👇
Sharee godhaa link kan