Yaadni kee hamaa
Takkaa cibsee nan bulchuu
Halkaanin na hoofa
Manattuu nan galchuu
Ko baranaa sodadhee jaranaa
Qalbiin na godantee ishee fanaa
Baddaa urufaa qoreen hin marguu
Ani jaalala mucaan maradhee
Ishee malee ijii nan arguu
Mana murtii onnee koo
Ajaaja olaanaa sammuu koo
Abbaa dhimmaa tatee jiruu koo
Qalbii na fuute mucayyooni
Maalan jedharee kan biraa
Tokkoo nuyaa godhuu waaqayyooni
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
✍✍✍✍✍✍
@obsiin
#walaloon_afoolaa
Takkaa cibsee nan bulchuu
Halkaanin na hoofa
Manattuu nan galchuu
Ko baranaa sodadhee jaranaa
Qalbiin na godantee ishee fanaa
Baddaa urufaa qoreen hin marguu
Ani jaalala mucaan maradhee
Ishee malee ijii nan arguu
Mana murtii onnee koo
Ajaaja olaanaa sammuu koo
Abbaa dhimmaa tatee jiruu koo
Qalbii na fuute mucayyooni
Maalan jedharee kan biraa
Tokkoo nuyaa godhuu waaqayyooni
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
✍✍✍✍✍✍
@obsiin
#walaloon_afoolaa
Si jibbee
Silaa kan sirraa ka'an battaa
Kan sittii kennaan nyaatta
Jirra otoo jedhanuu
Du'af nama lattaa
Argeera dachee ati garaa jabattaa
Biyyatuu eega maati eega
Qe'ee golgoleessitee goote deega
Maal sif qaba maal qabda abarsaa
Jirachuu kichuutti maaf si arsaa
Maaf dadhabdee garaa gargarsaa
Meeqa sirraa bobba'ee achiin hafee
Dhignii kararrattii cophee
Cabaa garmalee cabee lafee
Garuu.....
Akkattiin si jibbuun dhabaa
Siifan jiraa sin qaba
Kan sirraa faca'een sorradhaa
Caallaan danuun sirraa argadhaa
Akkamiin koomi koo dubbadhuu
#dachee garaa jabeetti me na hubadhuu
Madaadha garaan koo me naaf sukkummadhuu
Koottu......
Atis silaa nan hubattuu
Ani iyyee itti ba'un natti cimee
Jirachuu koo miti lakkii
#si_jibbee dachee sitti himee

⚡️⚡️⚡️💫💫💫⚡️⚡️⚡️💫💫💫
🌎
🌎 ZÃK Fåst Prømötīóñ 🌎
🌎 🌎
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Warreen Channel Qabdani. Wa'ee teknolojii ykn Barumsaa App Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
✅ @hizakiso
😜 @hizakiso
🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
JOIN

Forwarded from Odaa Electronics
🤝Ashamaa akkam jirtu🤝
Afaan oromoo kan jaallattaniif dhageessan maraaf:-
Akkuma beekamu Afaan oromoo Afaan saba guddaa akka ta'e beekamaadha.
Gama tekinooloijiitiin garuu yoo ilaalle baayyee gadi bu'aadha.
Kunis nama beekumsa qabutu dhabame utuu hin taane nama irraa baratutu dhabame.
Gama afaan biraatti yoo deebine gama tekinooloojiitiin baayyee nu caalu sababa kanaafidha kan namoonni keenya technology irratti oromoi ta'anii Afaan kan biraadhaan hojjetaniif.
Nutis Kan kanaan duraa haasa'uu qofa osoo hin taane gama hundumaanuu tekinooloojiitti jabaannee beekumsa fagoo fagoorra jiru wolirraa haa barannu.
Ammuma kanneen Aartii oromoo cimsuufi Afaan oromoo guddisuu barbaaddan You tube keenya armaan gadii Sabscribe nuuf godhaa.
ABDI TECH
Afaan oromootiin qophiiwwan faayidaa
gurguddaa qabaniifi barsiisoo ta'an kan beeknu isin barsiisuufii tekinooloojiitti Afaan keenya guddisuudhaaf hojenna.
Chanela keenya kanarratti namni tekinooloojiitti dhiyoo hin jirre kamiyyuu tekinooloojiitti dhiyeessinee wantoota baruun ta'u barsiifnee nama tekinooloojii isa gochuuf qophiidha.
akkasumas:-
•Qoosaawwaniif koomeediiwwan
•walaloo garaa nama qabbaneessuuf nama
hawwatu
•Tooftaalee milkaayinaa
•dandeettii dubbatanii amansiisuu fi
•wantoota haala yeroon wol qabatan isin biraan geenya.
NUTTI DHIYAADHAA YAADA NUUF KENNAA
👇👇👇👇sabscribe nuf godhaa👇
https://m.youtube.com/Abditechno
👆👆link arman olii tuqaa👆👆

Forwarded from JECHOOTA GAMNAA
🏀⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️🥎
Taphaa kubaa milaa 2020 hordofuu yoo fetaan
Channel armaan gadii join godhadhaa...
⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️
Taphaa kubaa milaa 2020 hordofuu yoo fetaan
Channel armaan gadii join godhadhaa...
⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️
Forwarded from Deggartoota Arsenal (ุุุุุ้้้้้ ุุุุุุุุุุ้้้้้ััุ ุุุุุ้้้้้ ุุุุุุุุุุ้้้้้ััุุุุุุ Ĥ̸̸̸̴̰ø̸̸̸̴̰p̴̸̸̸̰ḛ̴̸̸̸̌ñ̴̰ ̸ ̸Đ̸̴̸̰ø̸̸̴̸̰p̸̴̸̰ḛ̸̸̸̴̌ ุุุ้้้้้) via @Hopeprobot
⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜
Chaneloota Afaan oromoo member 10000 ol qaban guyyaa guyyaatti qophii adda addaatiin isin bohaarsan █▓▒►JOIN ►▒▓█ godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Chaneloota Afaan oromoo member 10000 ol qaban guyyaa guyyaatti qophii adda addaatiin isin bohaarsan █▓▒►JOIN ►▒▓█ godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Leka Printing®️
Viidiyoo haaraa😲😲
Akkamitti fb maqaa malee fayyadamuu dandeenya?
Deebiin isaa viidiyoo kana keessa jira👇👇
https://bit.ly/2DmSYzw
Akkamitti fb maqaa malee fayyadamuu dandeenya?
Deebiin isaa viidiyoo kana keessa jira👇👇
https://bit.ly/2DmSYzw
Forwarded from Mr. Geme 🔅
🧬Dhugaa tekinooloojii🧬
Face book fi telegramiin keessan akka hack tae yookiin hatame maaliin beektu?
Yoo hatameera t'emmoo maaliin ofirraa kaaftu?
Akkamittimmoo akka isin jalaa hin hatamne ykn hack isin jalaa hin taane gootu?
🧲
Viidiyoo armaan gadii ilaali.
Chanela keenyas sabacribe
nuuf godhi
Viidiyochi kunooti
👇👇👇👇👇👇👇
https://m.youtube.com/watch?v=vBZxqIFxo4M&t=154s#menu
Face book fi telegramiin keessan akka hack tae yookiin hatame maaliin beektu?
Yoo hatameera t'emmoo maaliin ofirraa kaaftu?
Akkamittimmoo akka isin jalaa hin hatamne ykn hack isin jalaa hin taane gootu?
🧲
Maloota kana sadan beekuuf.🧲 Viidiyoo armaan gadii ilaali.
Chanela keenyas sabacribe
nuuf godhi
Viidiyochi kunooti
👇👇👇👇👇👇👇
https://m.youtube.com/watch?v=vBZxqIFxo4M&t=154s#menu
YouTube
akkamitti facebook fi telegramin keenya akka hatame beeknee ofirraa kaafna? akamitti ofirraa dhowina
viidiyoon kun akkaataa tg fi fb keessan hack ykn isin jalaa akka hin cabne akka itti gootan isin agarsiisa. sabscribe nuuf godhaa
Jireenya dachee
Hammeenyii guute
Gaarii godhii du'i
Siilas Gaafa dhalattee duute
Akka dhalateetti kan dutuu
Maqaa malee kan haftuu
Seenaa tokkoo rawwadhuu
Dammaqii ati ya isaa raftuu
Addunyaan morkataadha
Garummaaf hammeenyaan badhaatee
Tekinooloojiidha barrii
Namnii hunduu qaata fagatee
Dammaqii namanaa lakkii
Maqaa malee maf duuta
Rawwachuu dhabduu karoorsii
Dhallii kee itti sif guuta
#seenaa dalagii akka goota
Akka abbooti durii warraa jagnaa
Beekaaf hayyuu irraa dhalattee
Maaf tataree ati qofti lugnaa
Quba nyaata haftaree
Akka isa lammii gurguree
Dammaqii goota ta'i
Gootni gala diina hunkuree
Hamaa hojjettee
Boruu maf ittin cabdaa
Ati ofiif dammaqii
Seenarraa maaf maqaa dhabdaa???
...
...
...
@obsiin
#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
Hammeenyii guute
Gaarii godhii du'i
Siilas Gaafa dhalattee duute
Akka dhalateetti kan dutuu
Maqaa malee kan haftuu
Seenaa tokkoo rawwadhuu
Dammaqii ati ya isaa raftuu
Addunyaan morkataadha
Garummaaf hammeenyaan badhaatee
Tekinooloojiidha barrii
Namnii hunduu qaata fagatee
Dammaqii namanaa lakkii
Maqaa malee maf duuta
Rawwachuu dhabduu karoorsii
Dhallii kee itti sif guuta
#seenaa dalagii akka goota
Akka abbooti durii warraa jagnaa
Beekaaf hayyuu irraa dhalattee
Maaf tataree ati qofti lugnaa
Quba nyaata haftaree
Akka isa lammii gurguree
Dammaqii goota ta'i
Gootni gala diina hunkuree
Hamaa hojjettee
Boruu maf ittin cabdaa
Ati ofiif dammaqii
Seenarraa maaf maqaa dhabdaa???
...
...
...
@obsiin
#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
Forwarded from Sabaaf App (🤔zak)
Afaan oromoo afaan sab gudaa dha
Wareen biyya keessaa jirtanis ta'ee ala jirtaan channel kan ilalaa amaa
Online youtube dhaan Afaan keessanin barchuu yoo fetani ....
Channel armaan gadii subscribe godhaa
Wareen biyya keessaa jirtanis ta'ee ala jirtaan channel kan ilalaa amaa
Online youtube dhaan Afaan keessanin barchuu yoo fetani ....
Channel armaan gadii subscribe godhaa
Forwarded from 𝗢𝗥𝗢 𝗔𝗥𝗦𝗘𝗡𝗔𝗟 ⚽
⚡️⚡️⚡️💫💫💫⚡️⚡️⚡️💫💫💫
🌎
🌎 ZÃK Fåst Prømötīóñ 🌎
🌎 🌎
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Warreen Channel Qabdani. Wa'ee teknolojii ykn Barumsaa App Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
✅ @hizakiso
😜 @hizakiso
🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
JOIN
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
🌎
🌎 ZÃK Fåst Prømötīóñ 🌎
🌎 🌎
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Warreen Channel Qabdani. Wa'ee teknolojii ykn Barumsaa App Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
✅ @hizakiso
😜 @hizakiso
🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
JOIN
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
#walaloon jaalatta??
Walaloon erga qaba?
Afaan oromoo afaanota ganfaa afrikaatti dubbatamuu keessaa isa guddaa fi beekkamaadha.
Afaan sabaa oromoo keessatti dubbatamuu qofa osoo hin tanee afaan sabaa afrikaa, awuroopaa, ameerikaa fi kkf fakkataan keessaatti dubbatamuudha. Sadarkaa afrikaa keessaa afaan oromoo biyyoota akka keeniyas, Tanzaaniyaa, ugaandaa, somaliyaa fi kkf biroo keessaatti baayinaan dubbatamaa. Asumaa ganfaa afrikaa biyyaa itoophiyaa keessatti ummataa heddutuu dubbataa fkn dameen kush kanneen ta'an oromoo, sidaamaa, kambataa,somaliyaa, fi kkf nidha
Fkn ummataa sidamaa biratti ji'ootni waggaa baayeen isa wal fakkataa
Maqaan belladoota muraasas akkasumaa.
Yaa ta'u malee afaan guddaa fi maatii sabaa bal'aa qabatee jiru kun sadarkaa afrikaattii miti sadarkaa biyyaa itoophiyaa keessatti guddachuu hin dandeenye. Sababnii isaas akkumaa beekkamuu hacuuccaa abbaa hirree jaarraa hedduuf ummataa oromoo bitaa tureerra kan ka'e sadarkaa deemuf maluu deemu dadhabee qucaree akka hafuuf yaallama ture. Namni afaan kana guddisuu miti dubbatuu argamnaan akka hidhamuu fi yaakkamaa ykn shororkeessaa tokkootti fudhatamaa ture. Garuu ciminaa fi tokkumaa irrattii ciccuu abboota keenyarraa kan ka'e haara ga'eera
Ya ta'u malee sadarkaa isa guddisuuf nutii ykn dhalootni qubee maaltu nurra akka eggamuu enyuufu kaasuun dirqamaa miti
Egaa afaan oromoon afoolaa hedduu of jala qaba
Geerrarsaa,sheekoo,hibboo,mammaksaa,walaloo,fikkf ta'u mala
Kanaan haar'a irrattii dubbachuuf barbadee #walaloodha
Walaloon qaama erga guutuu qabu fi dhamsaa gaariif hamaa bifaa quqqamaa ta'een dabarsuu danda'udha
Erga jaalala, dhifamaa, quqqamaa biyyaa, gootummaa, barnoota, fikkk danuu hammachuu danda'a
Marree dhalootni qube guddisuuf dhamahaa jirtu? Jirraa?
#walaloo tokkoo gaafa,barreessinuu callisnee barreessinaa miti
1ffaa bo'oon garaa dhumaa wal rukutaa qaba innis bifaa lamanii innu dura bifaa 1/2 (one over two)
Fkn
akkam jedhu laata
jaalalli ke cimaa
Ani dubbii callisuu
Miira kootu naf himaa
#cimaa fi #himaa wal rukkuteeraa
Inni lammaffaa bifaa wal fakkatuun osoo 1/2 hin ta'in
Fkn
Sobee sin fakkeessuu
Jaalalaf jedhe sin akkeessuu
Addunyaa kanarraan si filadhee
Dhugaanin si jaaladhe
Anis kan kee atis kan kooti
Boonsituu koo intaala mootii
Jechootni dhumaa hunduu wal rukkutaan kan jechuun mana rukutuu qaba jechuudha.
2ffaa irraatti walaloon barreessinuu sun mataa duree isa waliin wal fakkachuu qaba
Fkn m.d sin jibbee yoo jettee qaama walaloo keessattii dhimmaa jaalala irra deddebitee kastaa ykn jaalalan goolabda tanaan wal si jaala falleessaa
3ffaa jechoota irraa deddebi'uu hin qabamuu
Kutaa 2ffaa itti fufaa

Video kun kan isin hojetame akka sin kan irraa bartani nama biro mitanif osoo hin tahin ...bartani irraa of egatani dha obolotaa koo
Video kan calaa nama hawatuu akka isin hojedhuuf na jajabesun ka keessan dha hordoftotaa koo
Pls subscribe godha channel kiyaa
https://youtu.be/MEdEfedeph0
Video kan calaa nama hawatuu akka isin hojedhuuf na jajabesun ka keessan dha hordoftotaa koo
Pls subscribe godha channel kiyaa
https://youtu.be/MEdEfedeph0
Forwarded from Leka Printing®️
📢Chaanaalii keenya Fika Tech irraa wantoota Teknooloojii wajjin walqabatan Afaan Oromootiin barnoota hedduu ni argattu! Isaan keessaa muraasni: -
✅ Beekumsa bal'aa waa'ee Teknooloojii isin barsiisna!
✅ Akkaataa ittiin 'social media' cabsan ykn 'hack' godhan isin barsiisna!
✅ Kanneen akka FB, IMO, WhatsApp, Email, Mobile card fi kkf akkaataa ittiin cabsuu dandeessan ibsa bal'aa waliin isin barsiisna!
✅ Moosaajiiwwan haaraa waliin wal isin barsiisna!
✅ Viidiyoolee isin bashannansiisan isiniif maxxansina!
✅ Addunyaa Teknooloojii keessa isin jiraachisna!!
📌Maarree warreen Email qabdan akka maamila nuuf taatan kabajaan isin gaafanna!!
"Afaanuma keenyaan Teknooloojii dubbisna" - Fika Tech
🔰Link (geessituu) kanaan seenaatii subscribe godhaa🔰
https://bit.ly/2KYEPgi

#Ani_kun
Of ta'en jiraadha
Hin fedhuu wan hormaa
Sanyii kotuu goota
Anis sanyii kormaa
➽
isa kaleessaa darbee
Seenaa koo qoradhee
Fuldurattaan tarkanfadhaa
Abdii jiruu horadhee
#anumtii_kun
Hormaa lalee miti
Kan jiradhuu yoomuu
Ofifaan murteeffadhaa hiree
Ta'ee foonin hin coomuu
➽
Oduuf hin qabu gurraa
Ofittaan amaanaa cimee
Akkan oromoo fakkadhuu
Abbaa kootu Nattii himee
#eyyenii_anumtii_kun
Kan hormaa hin fedhuu
Dubaas hin haatu dhaqee
Ofta'een jiraadha yoomuu
Sogiddaa miti hin badu baqee
➽
Roorroo hin fedhuu rorrifamuu
Isa na dhibuu nin jibbaa
Ofta'ee jiradhaa umrii kootti
Shantamaas tatuu dhiibbaa
#ani_kun....
.............
...........