❤️❤️❤️❤️Situ na booji'e👈👈👈👈👈👈
Simboon addumaa
Kennaa ganamaa
Jireenyimmoo tokkoo
Bu'aa ba'ii ilma namaa
❤❤❤❤❤❤❤❤
Jiruu booji'uf kattaa
Tasaa si laalee
Barattuu fakkattaa
Halaalarra nama hawwattaa
👉👉👉👉👉👉👈👈👈👈
Faayamtee gaafa deemtu
Sirraa tola hundumtuu
Bonsituu duudhaaf aadaa
Teessoon ke gaddisa odaa
Ayyuu durbaa beektuu oodaa
✋✋✋✋✋✋✋✋✋✋
Hunduman si kenne guutee
Tasa si argeen qalbii na fuutee
Cisees hiribnii narraa fagatee
Yaadni koo sumaa
Enyummaa ko situ dhunfatee
👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Rajiidhumaa akka tasaa
Qalbii koo futee galtee
Qorichii jaalala malii
Maaf callistee na laltee
💘💘💘💘💘💘💘💘💘
Himuu dadhabee raafamaa
Deemsan wallalaa nan xaxamaa
Jaalalli kee jabaa hedduu ulfataa
Afaanin ibsuu baadhullee
Miirri kootuu dubbataa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Orommummaa uffattee
Onnee koo keessaa buufattee
Simboo qabeettii shamarree
Qalbii na futee akka keen agarree
Onnee jaalalan miila na hitee
Sabboontuu oromoo na boojitee
👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉
Halkaanii guyyaa nattaatee
Hojii manee akkan si yaaduu
Qalbii tasa bittinsee
Waan kan biroo hin barbaaduu
Jaalala dhugaa onneen mirka'ee
Si jaaladheraa situu na booji'ee
❤❤❤❤❤❤❤
✍
@Geremew (@obsiin) Bekele
Arba minch university irraa
❤️
@Walaloon_afoolaa
@Walaloon_afoolaa
Simboon addumaa
Kennaa ganamaa
Jireenyimmoo tokkoo
Bu'aa ba'ii ilma namaa
❤❤❤❤❤❤❤❤
Jiruu booji'uf kattaa
Tasaa si laalee
Barattuu fakkattaa
Halaalarra nama hawwattaa
👉👉👉👉👉👉👈👈👈👈
Faayamtee gaafa deemtu
Sirraa tola hundumtuu
Bonsituu duudhaaf aadaa
Teessoon ke gaddisa odaa
Ayyuu durbaa beektuu oodaa
✋✋✋✋✋✋✋✋✋✋
Hunduman si kenne guutee
Tasa si argeen qalbii na fuutee
Cisees hiribnii narraa fagatee
Yaadni koo sumaa
Enyummaa ko situ dhunfatee
👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Rajiidhumaa akka tasaa
Qalbii koo futee galtee
Qorichii jaalala malii
Maaf callistee na laltee
💘💘💘💘💘💘💘💘💘
Himuu dadhabee raafamaa
Deemsan wallalaa nan xaxamaa
Jaalalli kee jabaa hedduu ulfataa
Afaanin ibsuu baadhullee
Miirri kootuu dubbataa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Orommummaa uffattee
Onnee koo keessaa buufattee
Simboo qabeettii shamarree
Qalbii na futee akka keen agarree
Onnee jaalalan miila na hitee
Sabboontuu oromoo na boojitee
👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉
Halkaanii guyyaa nattaatee
Hojii manee akkan si yaaduu
Qalbii tasa bittinsee
Waan kan biroo hin barbaaduu
Jaalala dhugaa onneen mirka'ee
Si jaaladheraa situu na booji'ee
❤❤❤❤❤❤❤
✍
@Geremew (@obsiin) Bekele
Arba minch university irraa
❤️
@Walaloon_afoolaa
@Walaloon_afoolaa
Abdii hin kutuu
Dukkannii dheeratullee
Barii lafaa argee
Nin afuufaa uluullee
Gaddisaa mukaa jalaa
Kichuu biqilaatu margaa
Garaa ko fagoo yaaddi
Olee buleetun argaa
.....
@obsiin
#walaloon_afoolaa
Dukkannii dheeratullee
Barii lafaa argee
Nin afuufaa uluullee
Gaddisaa mukaa jalaa
Kichuu biqilaatu margaa
Garaa ko fagoo yaaddi
Olee buleetun argaa
.....
@obsiin
#walaloon_afoolaa
⚡️⚡️⚡️💫💫💫⚡️⚡️⚡️💫💫💫
🌎
🌎 ZÃK Fåst Prømötīóñ 🌎
🌎 🌎
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Warreen Channel Qabdani. Wa'ee teknolojii ykn Barumsaa App Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
✅ @hizakiso
😜 @hizakiso
🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
JOIN

Forwarded from Odaa Electronics
🤝Ashamaa akkam jirtu🤝
Afaan oromoo kan jaallattaniif dhageessan maraaf:-
Akkuma beekamu Afaan oromoo Afaan saba guddaa akka ta'e beekamaadha.
Gama tekinooloijiitiin garuu yoo ilaalle baayyee gadi bu'aadha.
Kunis nama beekumsa qabutu dhabame utuu hin taane nama irraa baratutu dhabame.
Gama afaan biraatti yoo deebine gama tekinooloojiitiin baayyee nu caalu sababa kanaafidha kan namoonni keenya technology irratti oromoi ta'anii Afaan kan biraadhaan hojjetaniif.
Nutis Kan kanaan duraa haasa'uu qofa osoo hin taane gama hundumaanuu tekinooloojiitti jabaannee beekumsa fagoo fagoorra jiru wolirraa haa barannu.
Ammuma kanneen Aartii oromoo cimsuufi Afaan oromoo guddisuu barbaaddan You tube keenya armaan gadii Sabscribe nuuf godhaa.
ABDI TECH
Afaan oromootiin qophiiwwan faayidaa
gurguddaa qabaniifi barsiisoo ta'an kan beeknu isin barsiisuufii tekinooloojiitti Afaan keenya guddisuudhaaf hojenna.
Chanela keenya kanarratti namni tekinooloojiitti dhiyoo hin jirre kamiyyuu tekinooloojiitti dhiyeessinee wantoota baruun ta'u barsiifnee nama tekinooloojii isa gochuuf qophiidha.
akkasumas:-
•Qoosaawwaniif koomeediiwwan
•walaloo garaa nama qabbaneessuuf nama
hawwatu
•Tooftaalee milkaayinaa
•dandeettii dubbatanii amansiisuu fi
•wantoota haala yeroon wol qabatan isin biraan geenya.
NUTTI DHIYAADHAA YAADA NUUF KENNAA
👇👇👇👇sabscribe nuf godhaa👇
https://m.youtube.com/channel/UCZqmtZH4VnTMtXxNrI46bcA/featured
👆👆link arman olii tuqaa👆👆

YouTube
Christ In You Ministry
Christ in You Ministry is a Christ-centered Gospel ministry dedicated to spreading the Good News of Jesus Christ and demonstrating God's love through helping poor and needy people. Our mission is to preach salvation, inspire faith, share biblical teachings…
Forwarded from LEKA VIP 🚀 via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Deggartoota Arsenal (ุุุุุ้้้้้ ุุุุุุุุุุ้้้้้ััุ ุุุุุ้้้้้ ุุุุุุุุุุ้้้้้ััุุุุุุ Ĥ̸̸̸̴̰ø̸̸̸̴̰p̴̸̸̸̰ḛ̴̸̸̸̌ñ̴̰ ̸ ̸Đ̸̴̸̰ø̸̸̴̸̰p̸̴̸̰ḛ̸̸̸̴̌ ุุุ้้้้้) via @Hopeprobot
⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜
Chaneloota Afaan oromoo member 10000 ol qaban guyyaa guyyaatti qophii adda addaatiin isin bohaarsan █▓▒►JOIN ►▒▓█ godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Chaneloota Afaan oromoo member 10000 ol qaban guyyaa guyyaatti qophii adda addaatiin isin bohaarsan █▓▒►JOIN ►▒▓█ godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Jaalatanii Dhabuu
~
Ifa jiruu kootii
Isheen ittiin jedhe
Jireenya koo boriif
Kanan an filadhe
~
Jaallee koo bareeddun
Isheen hunda caaltu
Biiftuu barii caala
Dachaadhan kan iftu
~
Rabsituu dhiiga koo
Onnee koorra teessee
Deemte gaafa jedhan
Laphee koo madeesse
~
Osoon ishee fedhuu
Osoon ishee jedhuu
~
Saalfii tokko malee
Seente onnee biraa
Yaadni ishee yoomiyyuu
Na keessa kirkiraa
~
Ajaa'iba rabbii
Guyyaa yoo naa fidu
Inni bira dhaqxe
"Tutuxuqee" diduu!
~
Lafa seentu dhabnan
Dhuftekaa na bira
Gochaanshee kaleessaa
Ana keessa jira
~
Waa tokkon dubbadheen
Osoo na gugguubuu
"Kanan arge argi
Jaalatanii Dhabuu"
Kana namaa mitii
Hin jaalatu rabbuu
✍✍✍✍✍✍
@Kaachaalluu
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@Walaloon_Jaalala
@Dambalii_Jaalalaa
@HumnaJaalalaa
~
Ifa jiruu kootii
Isheen ittiin jedhe
Jireenya koo boriif
Kanan an filadhe
~
Jaallee koo bareeddun
Isheen hunda caaltu
Biiftuu barii caala
Dachaadhan kan iftu
~
Rabsituu dhiiga koo
Onnee koorra teessee
Deemte gaafa jedhan
Laphee koo madeesse
~
Osoon ishee fedhuu
Osoon ishee jedhuu
~
Saalfii tokko malee
Seente onnee biraa
Yaadni ishee yoomiyyuu
Na keessa kirkiraa
~
Ajaa'iba rabbii
Guyyaa yoo naa fidu
Inni bira dhaqxe
"Tutuxuqee" diduu!
~
Lafa seentu dhabnan
Dhuftekaa na bira
Gochaanshee kaleessaa
Ana keessa jira
~
Waa tokkon dubbadheen
Osoo na gugguubuu
"Kanan arge argi
Jaalatanii Dhabuu"
Kana namaa mitii
Hin jaalatu rabbuu
✍✍✍✍✍✍
@Kaachaalluu
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@Walaloon_Jaalala
@Dambalii_Jaalalaa
@HumnaJaalalaa
Yaadni kee hamaa
Takkaa cibsee nan bulchuu
Halkaanin na hoofa
Manattuu nan galchuu
Ko baranaa sodadhee jaranaa
Qalbiin na godantee ishee fanaa
Baddaa urufaa qoreen hin marguu
Ani jaalala mucaan maradhee
Ishee malee ijii nan arguu
Mana murtii onnee koo
Ajaaja olaanaa sammuu koo
Abbaa dhimmaa tatee jiruu koo
Qalbii na fuute mucayyooni
Maalan jedharee kan biraa
Tokkoo nuyaa godhuu waaqayyooni
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
✍✍✍✍✍✍
@obsiin
#walaloon_afoolaa
Takkaa cibsee nan bulchuu
Halkaanin na hoofa
Manattuu nan galchuu
Ko baranaa sodadhee jaranaa
Qalbiin na godantee ishee fanaa
Baddaa urufaa qoreen hin marguu
Ani jaalala mucaan maradhee
Ishee malee ijii nan arguu
Mana murtii onnee koo
Ajaaja olaanaa sammuu koo
Abbaa dhimmaa tatee jiruu koo
Qalbii na fuute mucayyooni
Maalan jedharee kan biraa
Tokkoo nuyaa godhuu waaqayyooni
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
✍✍✍✍✍✍
@obsiin
#walaloon_afoolaa
Si jibbee
Silaa kan sirraa ka'an battaa
Kan sittii kennaan nyaatta
Jirra otoo jedhanuu
Du'af nama lattaa
Argeera dachee ati garaa jabattaa
Biyyatuu eega maati eega
Qe'ee golgoleessitee goote deega
Maal sif qaba maal qabda abarsaa
Jirachuu kichuutti maaf si arsaa
Maaf dadhabdee garaa gargarsaa
Meeqa sirraa bobba'ee achiin hafee
Dhignii kararrattii cophee
Cabaa garmalee cabee lafee
Garuu.....
Akkattiin si jibbuun dhabaa
Siifan jiraa sin qaba
Kan sirraa faca'een sorradhaa
Caallaan danuun sirraa argadhaa
Akkamiin koomi koo dubbadhuu
#dachee garaa jabeetti me na hubadhuu
Madaadha garaan koo me naaf sukkummadhuu
Koottu......
Atis silaa nan hubattuu
Ani iyyee itti ba'un natti cimee
Jirachuu koo miti lakkii
#si_jibbee dachee sitti himee
@obsiin
#walaloon_afoolaa
Silaa kan sirraa ka'an battaa
Kan sittii kennaan nyaatta
Jirra otoo jedhanuu
Du'af nama lattaa
Argeera dachee ati garaa jabattaa
Biyyatuu eega maati eega
Qe'ee golgoleessitee goote deega
Maal sif qaba maal qabda abarsaa
Jirachuu kichuutti maaf si arsaa
Maaf dadhabdee garaa gargarsaa
Meeqa sirraa bobba'ee achiin hafee
Dhignii kararrattii cophee
Cabaa garmalee cabee lafee
Garuu.....
Akkattiin si jibbuun dhabaa
Siifan jiraa sin qaba
Kan sirraa faca'een sorradhaa
Caallaan danuun sirraa argadhaa
Akkamiin koomi koo dubbadhuu
#dachee garaa jabeetti me na hubadhuu
Madaadha garaan koo me naaf sukkummadhuu
Koottu......
Atis silaa nan hubattuu
Ani iyyee itti ba'un natti cimee
Jirachuu koo miti lakkii
#si_jibbee dachee sitti himee
@obsiin
#walaloon_afoolaa
⚡️⚡️⚡️💫💫💫⚡️⚡️⚡️💫💫💫
🌎
🌎 ZÃK Fåst Prømötīóñ 🌎
🌎 🌎
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Warreen Channel Qabdani. Wa'ee teknolojii ykn Barumsaa App Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
✅ @hizakiso
😜 @hizakiso
🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
JOIN
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
🌎
🌎 ZÃK Fåst Prømötīóñ 🌎
🌎 🌎
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Warreen Channel Qabdani. Wa'ee teknolojii ykn Barumsaa App Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
✅ @hizakiso
😜 @hizakiso
🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
JOIN
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
Forwarded from Odaa Electronics
🤝Ashamaa akkam jirtu🤝
Afaan oromoo kan jaallattaniif dhageessan maraaf:-
Akkuma beekamu Afaan oromoo Afaan saba guddaa akka ta'e beekamaadha.
Gama tekinooloijiitiin garuu yoo ilaalle baayyee gadi bu'aadha.
Kunis nama beekumsa qabutu dhabame utuu hin taane nama irraa baratutu dhabame.
Gama afaan biraatti yoo deebine gama tekinooloojiitiin baayyee nu caalu sababa kanaafidha kan namoonni keenya technology irratti oromoi ta'anii Afaan kan biraadhaan hojjetaniif.
Nutis Kan kanaan duraa haasa'uu qofa osoo hin taane gama hundumaanuu tekinooloojiitti jabaannee beekumsa fagoo fagoorra jiru wolirraa haa barannu.
Ammuma kanneen Aartii oromoo cimsuufi Afaan oromoo guddisuu barbaaddan You tube keenya armaan gadii Sabscribe nuuf godhaa.
ABDI TECH
Afaan oromootiin qophiiwwan faayidaa
gurguddaa qabaniifi barsiisoo ta'an kan beeknu isin barsiisuufii tekinooloojiitti Afaan keenya guddisuudhaaf hojenna.
Chanela keenya kanarratti namni tekinooloojiitti dhiyoo hin jirre kamiyyuu tekinooloojiitti dhiyeessinee wantoota baruun ta'u barsiifnee nama tekinooloojii isa gochuuf qophiidha.
akkasumas:-
•Qoosaawwaniif koomeediiwwan
•walaloo garaa nama qabbaneessuuf nama
hawwatu
•Tooftaalee milkaayinaa
•dandeettii dubbatanii amansiisuu fi
•wantoota haala yeroon wol qabatan isin biraan geenya.
NUTTI DHIYAADHAA YAADA NUUF KENNAA
👇👇👇👇sabscribe nuf godhaa👇
https://m.youtube.com/Abditechno

Forwarded from JECHOOTA GAMNAA
🏀⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️🥎
Taphaa kubaa milaa 2020 hordofuu yoo fetaan
Channel armaan gadii join godhadhaa...
⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️
Taphaa kubaa milaa 2020 hordofuu yoo fetaan
Channel armaan gadii join godhadhaa...
⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️
Forwarded from Deggartoota Arsenal (ุุุุุ้้้้้ ุุุุุุุุุุ้้้้้ััุ ุุุุุ้้้้้ ุุุุุุุุุุ้้้้้ััุุุุุุ Ĥ̸̸̸̴̰ø̸̸̸̴̰p̴̸̸̸̰ḛ̴̸̸̸̌ñ̴̰ ̸ ̸Đ̸̴̸̰ø̸̸̴̸̰p̸̴̸̰ḛ̸̸̸̴̌ ุุุ้้้้้) via @Hopeprobot
⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜
Chaneloota Afaan oromoo member 10000 ol qaban guyyaa guyyaatti qophii adda addaatiin isin bohaarsan █▓▒►JOIN ►▒▓█ godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Chaneloota Afaan oromoo member 10000 ol qaban guyyaa guyyaatti qophii adda addaatiin isin bohaarsan █▓▒►JOIN ►▒▓█ godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Leka Printing®️
Viidiyoo haaraa😲😲
Akkamitti fb maqaa malee fayyadamuu dandeenya?
Deebiin isaa viidiyoo kana keessa jira👇👇
https://bit.ly/2DmSYzw
Akkamitti fb maqaa malee fayyadamuu dandeenya?
Deebiin isaa viidiyoo kana keessa jira👇👇
https://bit.ly/2DmSYzw
Forwarded from Mr. Geme 🔅
🧬Dhugaa tekinooloojii🧬
Face book fi telegramiin keessan akka hack tae yookiin hatame maaliin beektu?
Yoo hatameera t'emmoo maaliin ofirraa kaaftu?
Akkamittimmoo akka isin jalaa hin hatamne ykn hack isin jalaa hin taane gootu?
🧲
Viidiyoo armaan gadii ilaali.
Chanela keenyas sabacribe
nuuf godhi
Viidiyochi kunooti
👇👇👇👇👇👇👇
https://m.youtube.com/watch?v=vBZxqIFxo4M&t=154s#menu
Face book fi telegramiin keessan akka hack tae yookiin hatame maaliin beektu?
Yoo hatameera t'emmoo maaliin ofirraa kaaftu?
Akkamittimmoo akka isin jalaa hin hatamne ykn hack isin jalaa hin taane gootu?
🧲
Maloota kana sadan beekuuf.🧲 Viidiyoo armaan gadii ilaali.
Chanela keenyas sabacribe
nuuf godhi
Viidiyochi kunooti
👇👇👇👇👇👇👇
https://m.youtube.com/watch?v=vBZxqIFxo4M&t=154s#menu
YouTube
akkamitti facebook fi telegramin keenya akka hatame beeknee ofirraa kaafna? akamitti ofirraa dhowina
viidiyoon kun akkaataa tg fi fb keessan hack ykn isin jalaa akka hin cabne akka itti gootan isin agarsiisa. sabscribe nuuf godhaa