#na_dhukkubaa
Nan dhabe malee
Nama na gafatuu
Narraa bubbuleera
Mataan yo na boohafatuu
Garaa koo na iyyee
Hin argannee dawwaa
Jirta hin jedhinaa
Ani dhaberaa fayyaa
Faara natti badee
Nattii dhamoota guyyanuu
Biyyaa ormaan jira
Firrii hin dhaga'u iyyanuu
Miila kotti hammatee
Gufuun karaa keessaa
Jiruu maalan qabaree
Deemsa dhabu na yaddeessaa
Ya ilmaa ayyaa
Qaama koo cabsanii
Dhugaa koo dabsanii
Ya intaala ayyaa
Jiruun yaaddoo tatee
Maalan qaba fayyaa
...
...
...
...
Gutummaa qaama koo
Homtuu nagaa nan qabu
Afaaninin wawwadhaa
Arrabnii nan dadhabuu
Amma yoomitti lataa?
dhibeen kun na hubaa
Nagaan hin jiruu
#qaama koo na dhukkubaa
Hub➾ ani fayyaadha nan dhukkubuu garuu
#qaamni koo #oromiyaa_baloodha_kan_oromuummaa_na_dhukkubaa!!!!
✍✍✍✍✍✍✍
@obsiin
@obsiin
#walaloon_afoolaa

Hin dubbadhuu dhisee
Dubbataan mal buusu
Warabeessuu beela'uu
Guyyaadha kan yuusu
Maalan godhe nama
Maaf jibbaa natti kuusu
Lakkii na dhiisa
Jennaanis didaani
Isaan gamattii jibbee
Golaa kottu fidaani
Maal qalbiin jara kana
Jabatanii ija fudhuu
Addumaa kan baranaa
Dubbiin kun bubbultee
Lakkii nurraa dhowwaa jaaranaa
...
.
.
...
.
.. #Aboo_nan_dhiphisiin!!!!!
✍✍✍
@obsiin
#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
Dubbataan mal buusu
Warabeessuu beela'uu
Guyyaadha kan yuusu
Maalan godhe nama
Maaf jibbaa natti kuusu
Lakkii na dhiisa
Jennaanis didaani
Isaan gamattii jibbee
Golaa kottu fidaani
Maal qalbiin jara kana
Jabatanii ija fudhuu
Addumaa kan baranaa
Dubbiin kun bubbultee
Lakkii nurraa dhowwaa jaaranaa
...
.
.
...
.
.. #Aboo_nan_dhiphisiin!!!!!
✍✍✍
@obsiin
#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
Forwarded from Ilaalcha Gaari--Positive Attitude (ุุุุุ้้้้้ ุุุุุุุุุุ้้้้้ััุ ุุุุุ้้้้้ ุุุุุุุุุุ้้้้้ััุุุุุุ Ĥ̸̸̸̴̰ø̸̸̸̴̰p̴̸̸̸̰ḛ̴̸̸̸̌ñ̴̰ ̸ ̸Đ̸̴̸̰ø̸̸̴̸̰p̸̴̸̰ḛ̸̸̸̴̌ ุุุ้้้้้) via @Hopeprobot
⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜
Chaneloota Afaan oromoo member 10000 ol qaban guyyaa guyyaatti qophii adda addaatiin isin bohaarsan █▓▒►JOIN ►▒▓█ godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Chaneloota Afaan oromoo member 10000 ol qaban guyyaa guyyaatti qophii adda addaatiin isin bohaarsan █▓▒►JOIN ►▒▓█ godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Ittumaa dhisii
Ya garaa hadhaa dhiraa
Biiftuun kun arifattee
Booru waatu jira
Wahifuu muddamaa
Sardafee barri baranaa
Gaarii nuyaa dhageechisuu
Uuman jaarana
@obsiin
Ya garaa hadhaa dhiraa
Biiftuun kun arifattee
Booru waatu jira
Wahifuu muddamaa
Sardafee barri baranaa
Gaarii nuyaa dhageechisuu
Uuman jaarana
@obsiin
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Yaadaf qeeqaa yo qabattaan narraa hin ilaalinaa naf qodaa
#afaan_keenyaa_meeshaa_keenyaa_waliin_guddifnaa!!!!
contact to me
👇👇👇👇👇
@obsiin
@obsiin
@obsiin
#afaan_keenyaa_meeshaa_keenyaa_waliin_guddifnaa!!!!
contact to me
👇👇👇👇👇
@obsiin
@obsiin
@obsiin
Qeeqaa qalbii jiru
Booju jaalala keeti
Onneen koo si yaaddi
Qaroon koo argaa ke feeti
Intaala oromtichaa
Warraa safuun bultuu duudha
Akka aadaa keenya
Jaarsa ergeen si fuudha
Atis nan didinii malee
Ani sirraa hin hafuu
Duudha guuten dhufaa
Hundaa eege safuu
Ya qarree koo
Ya ishee hundaa beektuu
Hiree jiruu kooti
Kan egeree isa akeektuu
Sin dhiisu ka haqaa waaqa
Maaf mormii koo hin cinnee
Si fudheen gala baranaa
Booleetti kutaa #finfinnee
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
✍✍✍✍✍
@obsiin
@obsiin
#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
Booju jaalala keeti
Onneen koo si yaaddi
Qaroon koo argaa ke feeti
Intaala oromtichaa
Warraa safuun bultuu duudha
Akka aadaa keenya
Jaarsa ergeen si fuudha
Atis nan didinii malee
Ani sirraa hin hafuu
Duudha guuten dhufaa
Hundaa eege safuu
Ya qarree koo
Ya ishee hundaa beektuu
Hiree jiruu kooti
Kan egeree isa akeektuu
Sin dhiisu ka haqaa waaqa
Maaf mormii koo hin cinnee
Si fudheen gala baranaa
Booleetti kutaa #finfinnee
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
✍✍✍✍✍
@obsiin
@obsiin
#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
⚡️⚡️⚡️💫💫💫⚡️⚡️⚡️💫💫💫
🌎
🌎 ZÃK Fåst Prømötīóñ 🌎
🌎 🌎
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Warreen Channel Qabdani. Wa'ee teknolojii ykn Barumsaa App Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
✅ @hizakiso
😜 @hizakiso
🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
JOIN

New Discpline rule.pdf
12.1 MB
Pdf kanaa bufadhaa laala
Seeraa ittin bultoo mooraa keessaattii nama adabsisuu danda'an kan bara kana ykn 2012 adeemsa baruuf barsisuu Haaraa waliin wal qabatee baheedha

https://m.youtube.com/channel/UCZqmtZH4VnTMtXxNrI46bcA/featured
#subscribers godhii afaan keenyaa waliin ya jabeessinuu
#subscribers godhii afaan keenyaa waliin ya jabeessinuu
YouTube
Christ In You Ministry
Christ in You Ministry is a Christ-centered Gospel ministry dedicated to spreading the Good News of Jesus Christ and demonstrating God's love through helping poor and needy people. Our mission is to preach salvation, inspire faith, share biblical teachings…
Forwarded from LEKA VIP 🚀 via @Fika_promo_bot
🅿️🅿️🅿️🅿️🅿️🅿️🅿️🅿️🅿️Yeroo Beeksisa Helen🅿️🅿️🅿️🅿️🅿️🅿️
🤔Profile keessan eenyutu yeroo baayyee ilaala? Baruuf 👉 JOIN 👈
🙌Filannoo Itoophiyaa bara kanaa irraatti eenyu akka injifachuu danda'u mootummaan Amerikaa ifoomse, kanarraa ka'uunis...read more
🎭Haakeroonni 3 osoo baankii addunyaa cabsuuf yaalaa jiranii qaban garuu, kan baankicha cabsuuf yaalaa ture akka isaan...read more
🖥Ati nama Teknooloojii dhaa? Addunyaa qaroomte keessatti maaliif uummanni keenya karaa Teknooloojii doofaa ta'a?
Mee nama Teknooloojii ta'uu yoo barbaadde join taasisi...

❤️❤️❤️❤️Situ na booji'e👈👈👈👈👈👈
Simboon addumaa
Kennaa ganamaa
Jireenyimmoo tokkoo
Bu'aa ba'ii ilma namaa
❤❤❤❤❤❤❤❤
Jiruu booji'uf kattaa
Tasaa si laalee
Barattuu fakkattaa
Halaalarra nama hawwattaa
👉👉👉👉👉👉👈👈👈👈
Faayamtee gaafa deemtu
Sirraa tola hundumtuu
Bonsituu duudhaaf aadaa
Teessoon ke gaddisa odaa
Ayyuu durbaa beektuu oodaa
✋✋✋✋✋✋✋✋✋✋
Hunduman si kenne guutee
Tasa si argeen qalbii na fuutee
Cisees hiribnii narraa fagatee
Yaadni koo sumaa
Enyummaa ko situ dhunfatee
👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Rajiidhumaa akka tasaa
Qalbii koo futee galtee
Qorichii jaalala malii
Maaf callistee na laltee
💘💘💘💘💘💘💘💘💘
Himuu dadhabee raafamaa
Deemsan wallalaa nan xaxamaa
Jaalalli kee jabaa hedduu ulfataa
Afaanin ibsuu baadhullee
Miirri kootuu dubbataa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Orommummaa uffattee
Onnee koo keessaa buufattee
Simboo qabeettii shamarree
Qalbii na futee akka keen agarree
Onnee jaalalan miila na hitee
Sabboontuu oromoo na boojitee
👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉
Halkaanii guyyaa nattaatee
Hojii manee akkan si yaaduu
Qalbii tasa bittinsee
Waan kan biroo hin barbaaduu
Jaalala dhugaa onneen mirka'ee
Si jaaladheraa situu na booji'ee
❤❤❤❤❤❤❤
✍
@Geremew (@obsiin) Bekele
Arba minch university irraa
❤️
@Walaloon_afoolaa
@Walaloon_afoolaa
Simboon addumaa
Kennaa ganamaa
Jireenyimmoo tokkoo
Bu'aa ba'ii ilma namaa
❤❤❤❤❤❤❤❤
Jiruu booji'uf kattaa
Tasaa si laalee
Barattuu fakkattaa
Halaalarra nama hawwattaa
👉👉👉👉👉👉👈👈👈👈
Faayamtee gaafa deemtu
Sirraa tola hundumtuu
Bonsituu duudhaaf aadaa
Teessoon ke gaddisa odaa
Ayyuu durbaa beektuu oodaa
✋✋✋✋✋✋✋✋✋✋
Hunduman si kenne guutee
Tasa si argeen qalbii na fuutee
Cisees hiribnii narraa fagatee
Yaadni koo sumaa
Enyummaa ko situ dhunfatee
👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Rajiidhumaa akka tasaa
Qalbii koo futee galtee
Qorichii jaalala malii
Maaf callistee na laltee
💘💘💘💘💘💘💘💘💘
Himuu dadhabee raafamaa
Deemsan wallalaa nan xaxamaa
Jaalalli kee jabaa hedduu ulfataa
Afaanin ibsuu baadhullee
Miirri kootuu dubbataa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Orommummaa uffattee
Onnee koo keessaa buufattee
Simboo qabeettii shamarree
Qalbii na futee akka keen agarree
Onnee jaalalan miila na hitee
Sabboontuu oromoo na boojitee
👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉
Halkaanii guyyaa nattaatee
Hojii manee akkan si yaaduu
Qalbii tasa bittinsee
Waan kan biroo hin barbaaduu
Jaalala dhugaa onneen mirka'ee
Si jaaladheraa situu na booji'ee
❤❤❤❤❤❤❤
✍
@Geremew (@obsiin) Bekele
Arba minch university irraa
❤️
@Walaloon_afoolaa
@Walaloon_afoolaa
Abdii hin kutuu
Dukkannii dheeratullee
Barii lafaa argee
Nin afuufaa uluullee
Gaddisaa mukaa jalaa
Kichuu biqilaatu margaa
Garaa ko fagoo yaaddi
Olee buleetun argaa
.....
@obsiin
#walaloon_afoolaa
Dukkannii dheeratullee
Barii lafaa argee
Nin afuufaa uluullee
Gaddisaa mukaa jalaa
Kichuu biqilaatu margaa
Garaa ko fagoo yaaddi
Olee buleetun argaa
.....
@obsiin
#walaloon_afoolaa
⚡️⚡️⚡️💫💫💫⚡️⚡️⚡️💫💫💫
🌎
🌎 ZÃK Fåst Prømötīóñ 🌎
🌎 🌎
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Warreen Channel Qabdani. Wa'ee teknolojii ykn Barumsaa App Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
✅ @hizakiso
😜 @hizakiso
🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
JOIN
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
🌎
🌎 ZÃK Fåst Prømötīóñ 🌎
🌎 🌎
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Warreen Channel Qabdani. Wa'ee teknolojii ykn Barumsaa App Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
✅ @hizakiso
😜 @hizakiso
🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
JOIN
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
⚡️⚡️⚡️💫💫💫⚡️⚡️⚡️💫💫💫
🌎
🌎 ZÃK Fåst Prømötīóñ 🌎
🌎 🌎
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Warreen Channel Qabdani. Wa'ee teknolojii ykn Barumsaa App Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
✅ @hizakiso
😜 @hizakiso
🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
JOIN
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
🌎
🌎 ZÃK Fåst Prømötīóñ 🌎
🌎 🌎
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Warreen Channel Qabdani. Wa'ee teknolojii ykn Barumsaa App Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
✅ @hizakiso
😜 @hizakiso
🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
JOIN
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
Forwarded from Odaa Electronics
🤝Ashamaa akkam jirtu🤝
Afaan oromoo kan jaallattaniif dhageessan maraaf:-
Akkuma beekamu Afaan oromoo Afaan saba guddaa akka ta'e beekamaadha.
Gama tekinooloijiitiin garuu yoo ilaalle baayyee gadi bu'aadha.
Kunis nama beekumsa qabutu dhabame utuu hin taane nama irraa baratutu dhabame.
Gama afaan biraatti yoo deebine gama tekinooloojiitiin baayyee nu caalu sababa kanaafidha kan namoonni keenya technology irratti oromoi ta'anii Afaan kan biraadhaan hojjetaniif.
Nutis Kan kanaan duraa haasa'uu qofa osoo hin taane gama hundumaanuu tekinooloojiitti jabaannee beekumsa fagoo fagoorra jiru wolirraa haa barannu.
Ammuma kanneen Aartii oromoo cimsuufi Afaan oromoo guddisuu barbaaddan You tube keenya armaan gadii Sabscribe nuuf godhaa.
ABDI TECH
Afaan oromootiin qophiiwwan faayidaa
gurguddaa qabaniifi barsiisoo ta'an kan beeknu isin barsiisuufii tekinooloojiitti Afaan keenya guddisuudhaaf hojenna.
Chanela keenya kanarratti namni tekinooloojiitti dhiyoo hin jirre kamiyyuu tekinooloojiitti dhiyeessinee wantoota baruun ta'u barsiifnee nama tekinooloojii isa gochuuf qophiidha.
akkasumas:-
•Qoosaawwaniif koomeediiwwan
•walaloo garaa nama qabbaneessuuf nama
hawwatu
•Tooftaalee milkaayinaa
•dandeettii dubbatanii amansiisuu fi
•wantoota haala yeroon wol qabatan isin biraan geenya.
NUTTI DHIYAADHAA YAADA NUUF KENNAA
👇👇👇👇sabscribe nuf godhaa👇
https://m.youtube.com/channel/UCZqmtZH4VnTMtXxNrI46bcA/featured
👆👆link arman olii tuqaa👆👆
Afaan oromoo kan jaallattaniif dhageessan maraaf:-
Akkuma beekamu Afaan oromoo Afaan saba guddaa akka ta'e beekamaadha.
Gama tekinooloijiitiin garuu yoo ilaalle baayyee gadi bu'aadha.
Kunis nama beekumsa qabutu dhabame utuu hin taane nama irraa baratutu dhabame.
Gama afaan biraatti yoo deebine gama tekinooloojiitiin baayyee nu caalu sababa kanaafidha kan namoonni keenya technology irratti oromoi ta'anii Afaan kan biraadhaan hojjetaniif.
Nutis Kan kanaan duraa haasa'uu qofa osoo hin taane gama hundumaanuu tekinooloojiitti jabaannee beekumsa fagoo fagoorra jiru wolirraa haa barannu.
Ammuma kanneen Aartii oromoo cimsuufi Afaan oromoo guddisuu barbaaddan You tube keenya armaan gadii Sabscribe nuuf godhaa.
ABDI TECH
Afaan oromootiin qophiiwwan faayidaa
gurguddaa qabaniifi barsiisoo ta'an kan beeknu isin barsiisuufii tekinooloojiitti Afaan keenya guddisuudhaaf hojenna.
Chanela keenya kanarratti namni tekinooloojiitti dhiyoo hin jirre kamiyyuu tekinooloojiitti dhiyeessinee wantoota baruun ta'u barsiifnee nama tekinooloojii isa gochuuf qophiidha.
akkasumas:-
•Qoosaawwaniif koomeediiwwan
•walaloo garaa nama qabbaneessuuf nama
hawwatu
•Tooftaalee milkaayinaa
•dandeettii dubbatanii amansiisuu fi
•wantoota haala yeroon wol qabatan isin biraan geenya.
NUTTI DHIYAADHAA YAADA NUUF KENNAA
👇👇👇👇sabscribe nuf godhaa👇
https://m.youtube.com/channel/UCZqmtZH4VnTMtXxNrI46bcA/featured
👆👆link arman olii tuqaa👆👆
YouTube
Christ In You Ministry
Christ in You Ministry is a Christ-centered Gospel ministry dedicated to spreading the Good News of Jesus Christ and demonstrating God's love through helping poor and needy people. Our mission is to preach salvation, inspire faith, share biblical teachings…
Forwarded from LEKA VIP 🚀 via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM