#mee #ilaalaa
๐จโ๐จโ๐งโ๐ฆ๐จโ๐จโ๐งโ๐ฆ๐จโ๐จโ๐งโ๐ฆ๐จโ๐จโ๐งโ๐ฆ๐จโ๐จโ๐งโ๐ฆ๐จโ๐จโ๐งโ๐ฆ๐จโ๐จโ๐งโ๐ฆ๐จโ๐จโ๐งโ๐ฆ๐จโ๐จโ๐งโ๐ฆ๐จโ๐จโ๐งโ๐ฆ
โMee ilaalaa dogongoraa moo sirrii
โAni hin godhu argadhullee birrii
โdubbadhu kiyyumaa malee
โisa dubbadhee silaa habashaa te'aa allee
โmee ilaalaa sirrii wonni kunii
โsabboonumaa seyaa be amma worri sunii
โsodaataniiti moo in
jibbanii
โnuuti hin jijjiirru keenna dhibbaanii
โyeroo kan ofii dhiisanii dubbatan kan namaa
โsafuu, fokkoo, abboo wonni hamaa
โworri beekkamti hin qabneeyyuu kan ofii dubbataa
โmaaliif habashaa boonsitee kiyyaa maqaa balleesite uummata
โammaa wol sirreesinaa yookiin of sirreessinaa
โwal dhagahaa asi keessatti wal jabeessinaa
โsabni keennaa aadaa wal dhagahuu qabaa
โirreeffatee waaqa kadhataa kadhatee maal dhabaa
โGadaa faa qabaa oromoo sabni kiyyaa
โkana qabaataa hin barbaadu kan biraa biyyaa
โArba Minch mitii America deemee
โAfaan kiyyaa dubbadhaa mana mootummaas seenee
โArbaa Minch dhuftee afaan habashaa sitti mi'aayee
โcinaa keessan yoo darbu sammuu kiyyaa dadhabbiin na jalaa dhayee
โwollaaltee yoo dubbatee amma deebi'ii
โbeektee dubbaatte taanaan eeeeeeee si'iiii
โkan kana dubbannuuf caldhisneeti mitii
โakkamu gaariin jirtuu hantuunis jirtii
โwalti baqataa yeroo San dhiigni walii
โakkasitti sabboonummaadhaa amma ilmaan kanaan walti tolii
โโโโโ
#badhaneee
@obsiin
#walaloon_afoolaa

#anis_barataadha
Kaayyoo koo jedhe
Korojoo koo hidhadhee
Kararraan bu'ee
Harmee kootti nagaa himadhee
Fageenyarraan dhufee
Miilli ko fagoo qaritee
Guyyaaf halkaanin deeme
Dhitees natti baritee
Meeqa karaa olee bulee
Nagaadhumaanin ga'e mooraa
Wan jaalalli jiru fakkataa
Hunduu yoo nun jedhuu nooraa
Garuu.....
Olee hin bullee
Keessummaadha biyyaa barree
Huuruu nuttii dhadhabanii
Na dhituu fee'ani akka harree
Keessummaan dur qaba
Kabajaaf jaalala guddaa
Inni amma #local ofiin jedhe
Si cabsuu fedhaa dugdaa
Natti galee bitaa jiruuni
Hunduu garreeffatee wal lalaa
Mooraa gadi batuus
Biyyii isatuu hin beeku jaalala
Inni kun nama baratee
Inni jedhamuus hojiin isa waallala
#hee_dhiroo
namni maal ta'e ni maratee
Batataa ilmoo kaayyoo rukutuu
Maaf jaalallii dhibe
Dhabamee garaan waliif dhukkubsatuu
Kaayyoofan mana bahee
Ma nan jedhuu kun marataadha
Lakkii na dhiisa jaarana
Kaayyoon qaba #anis_barataadha
Maddii #photo
@madda_jaalala
Barreessaan โโโโ
@obsiin
@obsiin
@walaloon_afoolaa
@walaloon_afoolaa
Kaayyoo koo jedhe
Korojoo koo hidhadhee
Kararraan bu'ee
Harmee kootti nagaa himadhee
Fageenyarraan dhufee
Miilli ko fagoo qaritee
Guyyaaf halkaanin deeme
Dhitees natti baritee
Meeqa karaa olee bulee
Nagaadhumaanin ga'e mooraa
Wan jaalalli jiru fakkataa
Hunduu yoo nun jedhuu nooraa
Garuu.....
Olee hin bullee
Keessummaadha biyyaa barree
Huuruu nuttii dhadhabanii
Na dhituu fee'ani akka harree
Keessummaan dur qaba
Kabajaaf jaalala guddaa
Inni amma #local ofiin jedhe
Si cabsuu fedhaa dugdaa
Natti galee bitaa jiruuni
Hunduu garreeffatee wal lalaa
Mooraa gadi batuus
Biyyii isatuu hin beeku jaalala
Inni kun nama baratee
Inni jedhamuus hojiin isa waallala
#hee_dhiroo
namni maal ta'e ni maratee
Batataa ilmoo kaayyoo rukutuu
Maaf jaalallii dhibe
Dhabamee garaan waliif dhukkubsatuu
Kaayyoofan mana bahee
Ma nan jedhuu kun marataadha
Lakkii na dhiisa jaarana
Kaayyoon qaba #anis_barataadha
Maddii #photo
@madda_jaalala
Barreessaan โโโโ
@obsiin
@obsiin
@walaloon_afoolaa
@walaloon_afoolaa
๐ GIFT CARD ๐
๐Gift Card jechuun maal dha jetani yaduu ๐
Akkan yadutti bayyee keessan #kenaa cardii # itti hikkatuu jedhee yadaa garuu mini.
Haraa wantaa kan ifaa isinni gochuu barbadaa kabajamoo hordoftotaa koo
Gift card jechun karaa ittin bitaa fi gurgurtaan online itti gagefamuu dhaa
*akkasumasaa bakaa qarshii online hojenee nuuf kenamuufi bakaa qashii kenyaa irraatii walitti qabanuu dha
Adunyaa kan irraa gift card 101 ol tuu jiraa jedhamee yadamaa isaan keessaa adunyaan kun sirritti yeroo bayee kan itti fayyadamtuu arman gaditii list isinni godhee jiraa
1. iTunes
See more๐

โก๏ธโก๏ธโก๏ธ๐ซ๐ซ๐ซโก๏ธโก๏ธโก๏ธ๐ซ๐ซ๐ซ
๐
๐ ZรK Fรฅst Prรธmรถtฤซรณรฑ ๐
๐ ๐
โก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธ
โโโโโโโโโโโโ
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
โโโโโโโโโโโโ
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
Warreen Channel Qabdani. Wa'ee teknolojii ykn Barumsaa App Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
โ @hizakiso
๐ @hizakiso
๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
โก๏ธ: @hizakiso
โก๏ธ: @hizakiso
โก๏ธ: @hizakiso
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
JOIN

Watch "Comedian Buzex*Isa bara kanaa*New comedy" on YouTube
https://youtu.be/BbuLh-GXk8U
https://youtu.be/BbuLh-GXk8U
YouTube
Comedian Buzex*Isa bara kanaa*New comedy
Kutaa tokkoffaa
#na_dhukkubaa
Nan dhabe malee
Nama na gafatuu
Narraa bubbuleera
Mataan yo na boohafatuu
Garaa koo na iyyee
Hin argannee dawwaa
Jirta hin jedhinaa
Ani dhaberaa fayyaa
Faara natti badee
Nattii dhamoota guyyanuu
Biyyaa ormaan jira
Firrii hin dhaga'u iyyanuu
Miila kotti hammatee
Gufuun karaa keessaa
Jiruu maalan qabaree
Deemsa dhabu na yaddeessaa
Ya ilmaa ayyaa
Qaama koo cabsanii
Dhugaa koo dabsanii
Ya intaala ayyaa
Jiruun yaaddoo tatee
Maalan qaba fayyaa
...
...
...
...
Gutummaa qaama koo
Homtuu nagaa nan qabu
Afaaninin wawwadhaa
Arrabnii nan dadhabuu
Amma yoomitti lataa?
dhibeen kun na hubaa
Nagaan hin jiruu
#qaama koo na dhukkubaa
Hubโพ ani fayyaadha nan dhukkubuu garuu
#qaamni koo #oromiyaa_baloodha_kan_oromuummaa_na_dhukkubaa!!!!
โโโโโโโ

Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Hin dubbadhuu dhisee
Dubbataan mal buusu
Warabeessuu beela'uu
Guyyaadha kan yuusu
Maalan godhe nama
Maaf jibbaa natti kuusu
Lakkii na dhiisa
Jennaanis didaani
Isaan gamattii jibbee
Golaa kottu fidaani
Maal qalbiin jara kana
Jabatanii ija fudhuu
Addumaa kan baranaa
Dubbiin kun bubbultee
Lakkii nurraa dhowwaa jaaranaa
...
.
.
...
.
.. #Aboo_nan_dhiphisiin!!!!!
โโโ
@obsiin
#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
Dubbataan mal buusu
Warabeessuu beela'uu
Guyyaadha kan yuusu
Maalan godhe nama
Maaf jibbaa natti kuusu
Lakkii na dhiisa
Jennaanis didaani
Isaan gamattii jibbee
Golaa kottu fidaani
Maal qalbiin jara kana
Jabatanii ija fudhuu
Addumaa kan baranaa
Dubbiin kun bubbultee
Lakkii nurraa dhowwaa jaaranaa
...
.
.
...
.
.. #Aboo_nan_dhiphisiin!!!!!
โโโ
@obsiin
#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
Forwarded from Ilaalcha Gaari--Positive Attitude (เนเนเนเนเนเธธเธธเธธเธธเธธ เนเนเนเนเนเธธเธธเธธเธธเธธเธธเธธเธธเธธเธธเธฑเธฑเธธ เนเนเนเนเนเธธเธธเธธเธธเธธ เนเนเนเนเนเธธเธธเธธเธธเธธเธธเธธเธธเธธเธธเธฑเธฑเธธเธธเธธเธธเธธเธธ ฤคฬฐฬธฬธฬธฬดรธฬฐฬธฬธฬธฬดpฬฐฬดฬธฬธฬธฤฬฐฬดฬธฬธฬธรฑฬฐฬด ฬธ ฬธฤฬธฬฐฬดฬธรธฬธฬธฬฐฬดฬธpฬธฬฐฬดฬธฤฬธฬธฬธฬฐฬด เนเนเนเนเนเธธเธธเธธ) via @Hopeprobot
โโโโโโโโโ
Chaneloota Afaan oromoo member 10000 ol qaban guyyaa guyyaatti qophii adda addaatiin isin bohaarsan โโโโบJOIN โบโโโ godhaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Chaneloota Afaan oromoo member 10000 ol qaban guyyaa guyyaatti qophii adda addaatiin isin bohaarsan โโโโบJOIN โบโโโ godhaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
221 viewsเนเนเนเนเนเธธเธธเธธเธธเธธ เนเนเนเนเนเธธเธธเธธเธธเธธเธธเธธเธธเธธเธธเธฑเธฑเธธ เนเนเนเนเนเธธเธธเธธเธธเธธ เนเนเนเนเนเธธเธธเธธเธธเธธเธธเธธเธธเธธเธธเธฑเธฑเธธเธธเธธเธธเธธเธธ ฤคฬฐฬธฬธฬธฬดรธฬฐฬธฬธฬธฬดpฬฐฬดฬธฬธฬธฤฬฐฬดฬธฬธฬธรฑฬฐฬด ฬธ ฬธฤฬธฬฐฬดฬธรธฬธฬธฬฐฬดฬธpฬธฬฐฬดฬธฤฬธฬธฬธฬฐฬด เนเนเนเนเนเธธเธธเธธ,
Ittumaa dhisii
Ya garaa hadhaa dhiraa
Biiftuun kun arifattee
Booru waatu jira
Wahifuu muddamaa
Sardafee barri baranaa
Gaarii nuyaa dhageechisuu
Uuman jaarana
@obsiin
Ya garaa hadhaa dhiraa
Biiftuun kun arifattee
Booru waatu jira
Wahifuu muddamaa
Sardafee barri baranaa
Gaarii nuyaa dhageechisuu
Uuman jaarana
@obsiin
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Yaadaf qeeqaa yo qabattaan narraa hin ilaalinaa naf qodaa
#afaan_keenyaa_meeshaa_keenyaa_waliin_guddifnaa!!!!
contact to me
๐๐๐๐๐
@obsiin
@obsiin
@obsiin
#afaan_keenyaa_meeshaa_keenyaa_waliin_guddifnaa!!!!
contact to me
๐๐๐๐๐
@obsiin
@obsiin
@obsiin
Qeeqaa qalbii jiru
Booju jaalala keeti
Onneen koo si yaaddi
Qaroon koo argaa ke feeti
Intaala oromtichaa
Warraa safuun bultuu duudha
Akka aadaa keenya
Jaarsa ergeen si fuudha
Atis nan didinii malee
Ani sirraa hin hafuu
Duudha guuten dhufaa
Hundaa eege safuu
Ya qarree koo
Ya ishee hundaa beektuu
Hiree jiruu kooti
Kan egeree isa akeektuu
Sin dhiisu ka haqaa waaqa
Maaf mormii koo hin cinnee
Si fudheen gala baranaa
Booleetti kutaa #finfinnee
๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท
โโโโโ
@obsiin
@obsiin
#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
Booju jaalala keeti
Onneen koo si yaaddi
Qaroon koo argaa ke feeti
Intaala oromtichaa
Warraa safuun bultuu duudha
Akka aadaa keenya
Jaarsa ergeen si fuudha
Atis nan didinii malee
Ani sirraa hin hafuu
Duudha guuten dhufaa
Hundaa eege safuu
Ya qarree koo
Ya ishee hundaa beektuu
Hiree jiruu kooti
Kan egeree isa akeektuu
Sin dhiisu ka haqaa waaqa
Maaf mormii koo hin cinnee
Si fudheen gala baranaa
Booleetti kutaa #finfinnee
๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท
โโโโโ
@obsiin
@obsiin
#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
โก๏ธโก๏ธโก๏ธ๐ซ๐ซ๐ซโก๏ธโก๏ธโก๏ธ๐ซ๐ซ๐ซ
๐
๐ ZรK Fรฅst Prรธmรถtฤซรณรฑ ๐
๐ ๐
โก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธ
โโโโโโโโโโโโ
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
โโโโโโโโโโโโ
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
Warreen Channel Qabdani. Wa'ee teknolojii ykn Barumsaa App Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
โ @hizakiso
๐ @hizakiso
๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
โก๏ธ: @hizakiso
โก๏ธ: @hizakiso
โก๏ธ: @hizakiso
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
JOIN
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
๐
๐ ZรK Fรฅst Prรธmรถtฤซรณรฑ ๐
๐ ๐
โก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธ
โโโโโโโโโโโโ
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
โโโโโโโโโโโโ
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
Warreen Channel Qabdani. Wa'ee teknolojii ykn Barumsaa App Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
โ @hizakiso
๐ @hizakiso
๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
โก๏ธ: @hizakiso
โก๏ธ: @hizakiso
โก๏ธ: @hizakiso
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
JOIN
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Channali armaan gadii join godhadhaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Channali armaan gadii join godhadhaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
New Discpline rule.pdf
12.1 MB
Pdf kanaa bufadhaa laala
Seeraa ittin bultoo mooraa keessaattii nama adabsisuu danda'an kan bara kana ykn 2012 adeemsa baruuf barsisuu Haaraa waliin wal qabatee baheedha
@obsiin
Seeraa ittin bultoo mooraa keessaattii nama adabsisuu danda'an kan bara kana ykn 2012 adeemsa baruuf barsisuu Haaraa waliin wal qabatee baheedha
@obsiin
โก๏ธโก๏ธโก๏ธ๐ซ๐ซ๐ซโก๏ธโก๏ธโก๏ธ๐ซ๐ซ๐ซ
๐
๐ ZรK Fรฅst Prรธmรถtฤซรณรฑ ๐
๐ ๐
โก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธ
โโโโโโโโโโโโ
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
โโโโโโโโโโโโ
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
Warreen Channel Qabdani. Wa'ee teknolojii ykn Barumsaa App Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
โ @hizakiso
๐ @hizakiso
๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
โก๏ธ: @hizakiso
โก๏ธ: @hizakiso
โก๏ธ: @hizakiso
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
JOIN
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
๐
๐ ZรK Fรฅst Prรธmรถtฤซรณรฑ ๐
๐ ๐
โก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธ
โโโโโโโโโโโโ
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
โโโโโโโโโโโโ
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
Warreen Channel Qabdani. Wa'ee teknolojii ykn Barumsaa App Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
โ @hizakiso
๐ @hizakiso
๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
โก๏ธ: @hizakiso
โก๏ธ: @hizakiso
โก๏ธ: @hizakiso
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
JOIN
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
https://m.youtube.com/channel/UCZqmtZH4VnTMtXxNrI46bcA/featured
#subscribers godhii afaan keenyaa waliin ya jabeessinuu
#subscribers godhii afaan keenyaa waliin ya jabeessinuu
YouTube
Christ In You Ministry
Christ in You Ministry is a Christ-centered Gospel ministry dedicated to spreading the Good News of Jesus Christ and demonstrating God's love through helping poor and needy people. Our mission is to preach salvation, inspire faith, share biblical teachingsโฆ