Sona walaloo
1.92K subscribers
145 photos
16 videos
32 files
198 links
Sona baay'ee argattu!!
@Walaloo
@Barumsa jajjabeessan
Download Telegram
Forwarded from Walaloon Jaalala (¥dnk ® Kachu)
Ati obboleettii koo
Anis siif obboleessaa
Barri gadii dhufee
Maalif nu hammeessaa?

Innis naaf obbolaa
Nu hundumtuu firaa
Ilaalchi gooxidhaa
Adda maaf nu hiraa?

Maaloo dhaabaa martuu
Balballii ololaa
Bitaanis mirgaanis
Kan caalu #Jaalalaa

Rabbi adda hin foone
Yoo uumu nu hundaa
Maalif xiqqeessinaa
Umama isa guddaa?

Tasgabboofnee yaa yadnu
Booddee gaabbit dhufaa
Faayila xiphummaa
Mee hundumtuu cufaa

@kaachaalluu
@Walaloon_Jaalala

Subscribe Our Official channel

https://www.youtube.com/channel/UCQuyOqnWwJ1NASS7LkBy5iQ
Waanan hin gaabbine
Ammaatus ammi rakkoo
Bagan ta'e
Ilma oromoo isa tokkoo

Oromummaan faaya
Faaya uffatamuu
Oromummaanin boona
Oromummaan hin tuffatamuu

Boreessatu boreessa malee
Talilli hin borahu
Moofeessatu mofeessa malee
Oromummaan hin mofahuu

Warra safuu beeku
Oromoo saba jabaa
Kannisa garaan koo
Ani dhiiga saaniin qaba

Oromummaan midhagaa
Dibataaf uffannaa kooti
Jagna abbaan koo
Goota sanyii mootii

#oromummaan_faaya



@obsiin

@walaloon_afoolaa
Jaala tokkoo lameentu waliin magalaa ol ba'an isaan lameenu afaan oromoo qofa danda'u
Bakkeen isan jiranii afaan oromoo dubbachuun ni ulfataa
Ijoollee oromoo ajjeesa wan jiranif
Abbaan yo bilbilaa bilbiluuf maal yo jedhe gaaridha


#father_class_class...

jedhe bilbilaa isa hin cufatuu seetanii

#ayii_ya_biyyaa_ormaa!!!!

#obsiin


😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Cululleen dinqisifaadhe
Qilee keessatti killee bustuu
Gadheen tazzabee ani
Kan dhaala namarrattii kustuu

Sareedha kan ifataan hin jillee
Akka amalaa deebitu dhuftuu
Amalaa itti busee rakkisaa
Kan ittin balbalaa ofittii cuftuu

Harkiif arrabnii nagaa hin qabu
Farraa jireenya bata farraa
Harkaan of qabdee
Borummoo abartiim carraa


Sin tazzabee ya miixii
Bonaa gurtee gannaa nyaatta
Sin milikkeeffadhee yartuu
Korojoo saphinaa yeroo maraa battaa
Muu.....
Ya miilaa rakkinaa
Haara boruun kee salphinaa
....
...
..
Channel photo updated
Gaaffiin qaba???

qaroo ko qariisisee
Guyyaadhumaniin eega karaa
Furmaata waaraa dhabee
Lakka'eraa bara
Ijji koo imimmaan guutee
Sossobeen dadhabee garaa

Dhiiga ijoollummaa daffisee
Garaan ciisa didee
Sossobeen raffisee
Qalbiin rarra'ee jiru
Lakka'atee bara dheeraa
Ajjeessanii nu hidhuu
Kamtuu silaa seeraa??

obboleessaa koon dhabee
Isa waliin tiruu boraafadhee
Ba'ee gala didee du'e jedhee
Yoomaan hirmii bafadhee??
gaddaan bifaa ba'etuu
Sagal jijjirradhee halluu
Obboleettii koon ofbiraa dhabee
Tiruun hedduu jaalluu

Na dhibee yaadni
Enyuu amananii eenyuu shakkuu
Hayyoo keenya boochisanii
Harmee harma lakkuu
Abbaa gaddisaa ilmaa
#hirfii dubaa qabanii
Isaan dhabnee jaranaa
Bakka ittiin dhaqanii
Oromoon lammii isa yadataa
Galmee irraa nun haqanii

Mana jirachuu dadhabee
Lammiitu jira caakkaa
#oromoo ta'eef silaa
Shororkeessaa ta'e yakkaa
Qe'ee guddaatu jiigee
Maatiin gargar bittinna'ee
Gaddii gola bufatee
Jaalalli jiru qabbana'ee

Gumbii abbaa qabu
Tokko harka kaa'e
Wallallee qe'ettii hafte
Kabballaa ija ka'e
Dhiiga lammii kooti
Sareen godattii harrabdee
#oromiyaa harmeen koo
Gootaa meeqa dhabdee
Nagaan jirachuun hafee
Kan isherraatti qalbii cabdee

#maarreeeeee
bara inni keenya jiruu
#masaraa_mootummaa keessaa
Nurraa hin dhabanii roorroo
Maaf bochisuu hadhaa hiyyeessaa
Hin mul'atuu dhiigni cobuu
Jedhanii fakkeessanii
Arrabaan maf nu sobuu
Osumaa jedhuu dubbinii
Jarraa lakka'ee madaa'uun sabaa
Madaan keenyaa yoom qoraa
Jaranaa #gaaffiin_qaba??


#obsii_B
@walaloon_afoolaa
@walaloon_afoolaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#mee #ilaalaa
👨‍👨‍👧‍👦👨‍👨‍👧‍👦👨‍👨‍👧‍👦👨‍👨‍👧‍👦👨‍👨‍👧‍👦👨‍👨‍👧‍👦👨‍👨‍👧‍👦👨‍👨‍👧‍👦👨‍👨‍👧‍👦👨‍👨‍👧‍👦
√Mee ilaalaa dogongoraa moo sirrii
√Ani hin godhu argadhullee birrii
√dubbadhu kiyyumaa malee
√isa dubbadhee silaa habashaa te'aa allee

√mee ilaalaa sirrii wonni kunii
√sabboonumaa seyaa be amma worri sunii
√sodaataniiti moo in
jibbanii
√nuuti hin jijjiirru keenna dhibbaanii

√yeroo kan ofii dhiisanii dubbatan kan namaa
√safuu, fokkoo, abboo wonni hamaa
√worri beekkamti hin qabneeyyuu kan ofii dubbataa
√maaliif habashaa boonsitee kiyyaa maqaa balleesite uummata

√ammaa wol sirreesinaa yookiin of sirreessinaa
√wal dhagahaa asi keessatti wal jabeessinaa
√sabni keennaa aadaa wal dhagahuu qabaa
√irreeffatee waaqa kadhataa kadhatee maal dhabaa

√Gadaa faa qabaa oromoo sabni kiyyaa
√kana qabaataa hin barbaadu kan biraa biyyaa
√Arba Minch mitii America deemee
√Afaan kiyyaa dubbadhaa mana mootummaas seenee

√Arbaa Minch dhuftee afaan habashaa sitti mi'aayee
√cinaa keessan yoo darbu sammuu kiyyaa dadhabbiin na jalaa dhayee
√wollaaltee yoo dubbatee amma deebi'ii
√beektee dubbaatte taanaan eeeeeeee si'iiii


√kan kana dubbannuuf caldhisneeti mitii
√akkamu gaariin jirtuu hantuunis jirtii
√walti baqataa yeroo San dhiigni walii
√akkasitti sabboonummaadhaa amma ilmaan kanaan walti tolii


#badhaneee

@obsiin

#walaloon_afoolaa
#anis_barataadha

Kaayyoo koo jedhe
Korojoo koo hidhadhee
Kararraan bu'ee
Harmee kootti nagaa himadhee

Fageenyarraan dhufee
Miilli ko fagoo qaritee
Guyyaaf halkaanin deeme
Dhitees natti baritee

Meeqa karaa olee bulee
Nagaadhumaanin ga'e mooraa
Wan jaalalli jiru fakkataa
Hunduu yoo nun jedhuu nooraa

Garuu.....
Olee hin bullee
Keessummaadha biyyaa barree
Huuruu nuttii dhadhabanii
Na dhituu fee'ani akka harree

Keessummaan dur qaba
Kabajaaf jaalala guddaa
Inni amma #local ofiin jedhe
Si cabsuu fedhaa dugdaa

Natti galee bitaa jiruuni
Hunduu garreeffatee wal lalaa
Mooraa gadi batuus
Biyyii isatuu hin beeku jaalala
Inni kun nama baratee
Inni jedhamuus hojiin isa waallala

#hee_dhiroo

namni maal ta'e ni maratee
Batataa ilmoo kaayyoo rukutuu
Maaf jaalallii dhibe
Dhabamee garaan waliif dhukkubsatuu

Kaayyoofan mana bahee
Ma nan jedhuu kun marataadha
Lakkii na dhiisa jaarana
Kaayyoon qaba #anis_barataadha

Maddii #photo
@madda_jaalala

Barreessaan
@obsiin
@obsiin

@walaloon_afoolaa
@walaloon_afoolaa
🎁 GIFT CARD 🎁


💎Gift Card jechuun maal dha jetani yaduu 💎

Akkan yadutti bayyee keessan #kenaa cardii # itti hikkatuu jedhee yadaa garuu mini.

Haraa wantaa kan ifaa isinni gochuu barbadaa kabajamoo hordoftotaa koo


Gift card jechun karaa ittin bitaa fi gurgurtaan online itti gagefamuu dhaa

*akkasumasaa bakaa qarshii online hojenee nuuf kenamuufi bakaa qashii kenyaa irraatii walitti qabanuu dha

Adunyaa kan irraa gift card 101 ol tuu jiraa jedhamee yadamaa isaan keessaa adunyaan kun sirritti yeroo bayee kan itti fayyadamtuu arman gaditii list isinni godhee jiraa


1. iTunes
See more👇
⚡️⚡️⚡️💫💫💫⚡️⚡️⚡️💫💫💫
🌎
🌎 ZÃK Fåst Prømötīóñ 🌎
🌎 🌎
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️



Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa



❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

Warreen Channel Qabdani. Wa'ee teknolojii ykn Barumsaa App Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
@hizakiso
😜 @hizakiso

🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣

Channel Keessan bekksifachuuf galmaa

⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso



JOIN

🎁 GIFT CARD 🎁


💎Gift Card jechuun maal dha jetani yaduu 💎

Akkan yadutti bayyee keessan #kenaa cardii # itti hikkatuu jedhee yadaa garuu mini.

Haraa wantaa kan ifaa isinni gochuu barbadaa kabajamoo hordoftotaa koo


Gift card jechun karaa ittin bitaa fi gurgurtaan online itti gagefamuu dhaa

*akkasumasaa bakaa qarshii online hojenee nuuf kenamuufi bakaa qashii kenyaa irraatii walitti qabanuu dha

Adunyaa kan irraa gift card 101 ol tuu jiraa jedhamee yadamaa isaan keessaa adunyaan kun sirritti yeroo bayee kan itti fayyadamtuu arman gaditii list isinni godhee jiraa


1. iTunes
See more👇
Watch "Comedian Buzex*Isa bara kanaa*New comedy" on YouTube
https://youtu.be/BbuLh-GXk8U
#na_dhukkubaa

Nan dhabe malee
Nama na gafatuu
Narraa bubbuleera
Mataan yo na boohafatuu

Garaa koo na iyyee
Hin argannee dawwaa
Jirta hin jedhinaa
Ani dhaberaa fayyaa

Faara natti badee
Nattii dhamoota guyyanuu
Biyyaa ormaan jira
Firrii hin dhaga'u iyyanuu

Miila kotti hammatee
Gufuun karaa keessaa
Jiruu maalan qabaree
Deemsa dhabu na yaddeessaa

Ya ilmaa ayyaa
Qaama koo cabsanii
Dhugaa koo dabsanii
Ya intaala ayyaa
Jiruun yaaddoo tatee
Maalan qaba fayyaa

...
...
...
...
Gutummaa qaama koo
Homtuu nagaa nan qabu
Afaaninin wawwadhaa
Arrabnii nan dadhabuu

Amma yoomitti lataa?
dhibeen kun na hubaa
Nagaan hin jiruu
#qaama koo na dhukkubaa

Hub➾ ani fayyaadha nan dhukkubuu garuu
#qaamni koo #oromiyaa_baloodha_kan_oromuummaa_na_dhukkubaa!!!!



@obsiin
@obsiin

#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Hin dubbadhuu dhisee
Dubbataan mal buusu
Warabeessuu beela'uu
Guyyaadha kan yuusu
Maalan godhe nama
Maaf jibbaa natti kuusu

Lakkii na dhiisa
Jennaanis didaani
Isaan gamattii jibbee
Golaa kottu fidaani
Maal qalbiin jara kana
Jabatanii ija fudhuu
Addumaa kan baranaa
Dubbiin kun bubbultee
Lakkii nurraa dhowwaa jaaranaa

...
.
.
...
.
.. #Aboo_nan_dhiphisiin!!!!!



@obsiin

#walaloon_afoolaa
#walaloon_afoolaa
Forwarded from Ilaalcha Gaari--Positive Attitude (ุุุุุ้้้้้ ุุุุุุุุุุ้้้้้ััุ ุุุุุ้้้้้ ุุุุุุุุุุ้้้้้ััุุุุุุ Ĥ̸̸̸̴̰ø̸̸̸̴̰p̴̸̸̸̰ḛ̴̸̸̸̌ñ̴̰ ̸ ̸Đ̸̴̸̰ø̸̸̴̸̰p̸̴̸̰ḛ̸̸̸̴̌ ุุุ้้้้้) via @Hopeprobot

Chaneloota Afaan oromoo member 10000 ol qaban guyyaa guyyaatti qophii adda addaatiin isin bohaarsan █▓▒►JOIN ►▒▓█ godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Ittumaa dhisii
Ya garaa hadhaa dhiraa
Biiftuun kun arifattee
Booru waatu jira

Wahifuu muddamaa
Sardafee barri baranaa
Gaarii nuyaa dhageechisuu
Uuman jaarana



@obsiin