Kolfi Kolfi Gochoota kofalchiisoo
https://t.me/linkAadaaOromo/2477
Waamicha kaantiibaa keenya irraa maltuu hafa!!!!
Feestivaala Adwaa magaalaa Finfinneetti qophaa'erratti hunduu akka hirmaatu itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Takele Uma Banti waamicha dhiyeessan.
Sirna kabajaa ayyaana Adwaa waggaa 123ffaa Gurraandhala 23 magaalaa #Finfinneetti qophaa'erratti hunduu hirmaachuun, yaada waljijjiiruun waliin yaa mari'annu jedhaniiru.
Qormaata nu mudatu irra darbuun ummata ceenee as geenyedha; ammas waliin mari'achaa ce'uuf #Adwaan fakkeenya gaaridha jedhaniiru Injiinar Taakkalaan ergaa isaanitiin.
Injifannoo Adwaatin tokkummaadhan weerartoota jilbiinfachiisnee deebisneerra, kun ummata gurraacha addunyaarra jiraatuf miira injifachuu gonfachiisera jedhaniiru.
Weeraraa sana kan injifanne meeshaa waraanatiin caaludhaanii miti; jabina xinsammuu, jaalalaa fi tokkummaadhan ture.
Ammas tokkummaadhan biyya teenya ijaaruuf jaalalaan wal yaa tumsinu jedhaniiru itti aanaan