Forwarded from Onnee jaalalaa
KANA BEEKTUU LAATA?
Ilmi namaa sababoota 17n kanaaf akka si jibbuu
danda'u beektuu laata?
1. Akka kee ta'uu barbaadanii yoo dadhaban
2. Isaan caalaa waan kabajamtuuf
3. Si waliin dorgoomanii moo'amuu isaanii yoo
mirkaneeffatan
4. Dhageeytii isaan yeroo hunda argachuu
barbaadan ati argattee isaan yoo dhaban
5. Jireenya kee fi kan isaanii wal cinaa qabanii
isaan caalaa jireenya gaarii jiraachuu kee yoo
baran
6. Ati nama si gargaaru qabaattee isaan yoo
dhaban
7. Akka kee ofitti amanamummaa yoo hin
qabaanne
8. Nu caaluu mala jedhanii yoo shakkan
9. Si cinaa of qabanii hanqina isaanii yoo argan
10. Fuulli kee fuula nama isaan miidhaa tureen
yoo wal fakkaate
11. Waan ati qabdu mara siif quudhuu yeroo
dadhaban
12. Keessa isaaniitti ofiif gadi aantota of
godhanii olaantummaan kee yoo itti dhagahame
13. Isaan caaluu kee ibsuun, isaan dhibee keessi
isaanii osoo ciinca'uu yaadaan of
tasgabbeessanii turuuf
14. Onnee nama isaan kajeelaa turanii salphatti
yeroo fudhattu
15. Hanqina (cinaacha laafaa) akka qaban yeroo
itti himtu
16. Onneen isaani jibbansaan yoo guutame
17. Oftuulummaa fi ofittummaan sammuun isanii
yoo faalame.
Yoo isinitti tole #LIKE Godhaa,
Yaada qabdan # Comment nuuf barreessa
Barbaachisaa taanaan Hiriyyoota keef #Share
SHARE...SHARE...SHARE
@onnee_jaalalaa
@onnee_jaalalaa
@onnee_jaalalaa
Ilmi namaa sababoota 17n kanaaf akka si jibbuu
danda'u beektuu laata?
1. Akka kee ta'uu barbaadanii yoo dadhaban
2. Isaan caalaa waan kabajamtuuf
3. Si waliin dorgoomanii moo'amuu isaanii yoo
mirkaneeffatan
4. Dhageeytii isaan yeroo hunda argachuu
barbaadan ati argattee isaan yoo dhaban
5. Jireenya kee fi kan isaanii wal cinaa qabanii
isaan caalaa jireenya gaarii jiraachuu kee yoo
baran
6. Ati nama si gargaaru qabaattee isaan yoo
dhaban
7. Akka kee ofitti amanamummaa yoo hin
qabaanne
8. Nu caaluu mala jedhanii yoo shakkan
9. Si cinaa of qabanii hanqina isaanii yoo argan
10. Fuulli kee fuula nama isaan miidhaa tureen
yoo wal fakkaate
11. Waan ati qabdu mara siif quudhuu yeroo
dadhaban
12. Keessa isaaniitti ofiif gadi aantota of
godhanii olaantummaan kee yoo itti dhagahame
13. Isaan caaluu kee ibsuun, isaan dhibee keessi
isaanii osoo ciinca'uu yaadaan of
tasgabbeessanii turuuf
14. Onnee nama isaan kajeelaa turanii salphatti
yeroo fudhattu
15. Hanqina (cinaacha laafaa) akka qaban yeroo
itti himtu
16. Onneen isaani jibbansaan yoo guutame
17. Oftuulummaa fi ofittummaan sammuun isanii
yoo faalame.
Yoo isinitti tole #LIKE Godhaa,
Yaada qabdan # Comment nuuf barreessa
Barbaachisaa taanaan Hiriyyoota keef #Share
SHARE...SHARE...SHARE
@onnee_jaalalaa
@onnee_jaalalaa
@onnee_jaalalaa
Youtube irratti haala salphaa taheen vodio buufachufi akaataa youtubirra maallaqa karaa salphaa taheen vidio apload gochuun arganu
Dursa email banachun dirqama yo qabatan omoo youtubira galuun tartiiba isa egun fayyadamaa dabalata vidion laaluf linkii arman gadi tuqi subscribe godhii daawwadhu
https://m.youtube.com/c/GADAAEntertainmentChannel
Dursa email banachun dirqama yo qabatan omoo youtubira galuun tartiiba isa egun fayyadamaa dabalata vidion laaluf linkii arman gadi tuqi subscribe godhii daawwadhu
https://m.youtube.com/c/GADAAEntertainmentChannel
Ati oonnee kootii
tamsastu dhiiga koo
ati somba kooti
hoggantuu hafura koo
sin ergan jaallaadhe
waan hedduun dagadhee
giddii dhuman ta'a
marruman qabadhee
guutuma jirenyaa
kuno na dhunfatte
ano midhameera
ega mal bufattee
calliseen si yaada
yaadan of biratti
kananis midhamee
ega hamma yoomitti
Join
@onnee_jaalalaa
@onnee_jaalalaa
@onnee_jaalalaa
tamsastu dhiiga koo
ati somba kooti
hoggantuu hafura koo
sin ergan jaallaadhe
waan hedduun dagadhee
giddii dhuman ta'a
marruman qabadhee
guutuma jirenyaa
kuno na dhunfatte
ano midhameera
ega mal bufattee
calliseen si yaada
yaadan of biratti
kananis midhamee
ega hamma yoomitti
Join
@onnee_jaalalaa
@onnee_jaalalaa
@onnee_jaalalaa
Forwarded from @fetan_mereja (@Gadaa.FM)
⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️
youtubirra haala salphaa taheen fayyadamaa tahuu nii barbaadda???🌏🌏🌏
youtubirra haala salphaa taheen fayyadamaa tahuu nii barbaadda???🌏🌏🌏
Forwarded from etiopia artest gorup via @toolkitbot
Forwarded from etiopia artest gorup
🌐🌐🌐🌐🌐
Beeksisa kamiyyu nihojjenna
❤️ WEARE YOUR #1 CHOICE❤️
join one 👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAFEeIHUzhq-7gORRZA
promotion
👇👇👇👇👇👇👇
👉 @GADAAFM 👈
➖➖➖➖➖➖➖ ➖➖
Beeksisa kamiyyu nihojjenna
❤️ WEARE YOUR #1 CHOICE❤️
join one 👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAFEeIHUzhq-7gORRZA
promotion
👇👇👇👇👇👇👇
👉 @GADAAFM 👈
➖➖➖➖➖➖➖ ➖➖
Telegram
Onnee jaalalaa
❤️ WE ARE YOUR #1 CHOICE❤️
join one 👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAFEeIHUzhq-7gORRZA
promotion
👇👇👇👇👇👇👇
👉 @GADAAFM 👈
➖➖➖➖➖➖➖ ➖➖
join one 👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAFEeIHUzhq-7gORRZA
promotion
👇👇👇👇👇👇👇
👉 @GADAAFM 👈
➖➖➖➖➖➖➖ ➖➖
Forwarded from Qophii Dorgommi Artistootaa
walaloowan fi sirboota:
Walaloo
Oromoo tokkummaa
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
Oromummaa dhiigaa
Hundee Sab-boonummaa
Daawitii Sabaadhaa
Gaaddisa tokkummaa
Afaan tokko qabnaa
Aadaa tokko qabnaa
Seenaa tokko qabnaa
Duudha tokko qabnaa
Hooda tokko qabnaa
Safuu tokko qabnaa
Biyya tokko qabnaa
Ulaagaa Sabummaa
Guutuu ta'u qabnaa
Oromummaa keenya
Tokkummaan tikfannaa!! (2)
Turtiin gabrummaadhaa
Miidhaa nurraan gehee
Saba dhiigaan tokkoo
Afaan wallaalchisee
Maalummaa Sabaadhaa
Hedduu dagachiisee
Oromummaan hafee
Gaallaa nu moggaasee
Ilmi Nafxenyaadhaa
Sahayla-sillaasee
Saba dhiigaan tokkoo
Adda nu Facaasee
Tooftaa Oromoo Cabsuu
Waa Sadi keewwatee
Amaara tokkoomsuu
Islaama balleessuu
Oromoo Oromoo Cabsuu
Kana karoorfatee
Duula Oromoo Cabsuu
Weerara jal-qabee
Hedduun irraa dhumee
Duubatti dacha'ee
Gootummaan Oromoo
Dhugaadhaan hubatee
Karoora Sadanuu
Milkaa'uu dadhabee
Tokkummaan Oromoo
Dhugaa ta'uu baree!! (2)
Erga mo'atamee
Toftaa jijjiirratee
Oromoo Cabsuudhaaf
Sagantaa baafatee
Oromoo Oromoon Cabsuu
Jechuu karoorfatee
Duula lammaaffaadhaa
Weerara eegalee
Oromoo Soddoomee
Harkatti galfatee
Goobanaa bitatee
Tokummaa Oromoo
Oromoodhaan Cabsee
Raas-mikaa'il jedhee
Maqaatti moggaasee
Kaaba Oromiyaa
Wallo dura Cabsee
Tooftaadhaan nu Cabsan
Tolaan hin gabroomnee!! (2)
Karoora akaakayyuu
Galmaan ge'uuf ka'ee
Duula Sadaffaadhaa
Milik bobba'ee
Quubsuma waraanaa
Manziin kan qubatee
Kaaba Oromiyaa
Guutuu barbadeessee
Habashoota mitii
Goobanaa nu Cabsee
Waraanni habashaa
Hararit bobba'ee
Lola Calii Calanqoo
Guyyaan san ita'ee
Waraanni habashaa
Dhumee daraa ta'ee
Dhiigni dirree guutee
Bishaan ta'ee yaa'ee
Tokkummaan Oromoo
Hedduu is isaan aarsee
Loltuu 4000 achitti kan dhabee
Gootummaan Oromoon
Mo'atamee galee
Leenca Oromoodhaa
Goods Oromoodhaa
Leenca Bakar waaree
Oromoo kan boonsee
Yoom baqatee galee
Seenaa Sobaan qabnuu
Qabna Seenaa lafee
Weerartuu habashaa
Morma qabee haamee!(2)
Oromoo Cabsuudhaaf
Humnaan dadhabanii
Goobanaa qabachuun
Oromoo Cabsanii
Har'allee kanumaa
Tooftaan jara Sanii
Oromoo Oromoon
Cabsuutti jiranii
Tokkummaa Oromoo
Gufuutti te'anii
Saba dhigaan tokkoo
Adda facaasanii
Saba koo Oromoo
Nu fixaa jiranii
Adaraa Oromummaa
Tokkoomi lammii kootii
Numattu waliif qorichaa
Numattu waliif dhiigaa
Abbaaf haadhaan tokkumma
Harka wal-qabadhaa
Buqqaasaa gabrummaa
Oromoof Oromiyaa
Bilisa baasuudhaa
Kaayyoon keenya dhumaa
Yoo tokkoomne
Bilisummaa baana! (2)
Tokkummaa
Oromoo
Tokkummaa
Saba koo
Tokummaa??
Yoo jaalatte
She godhi giruppi beekturatti
https://telegram.me/walaloowan
@walaloowan
@walaloowan
@walaloowan
@walaloowan
Walaloo
Oromoo tokkummaa
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
Oromummaa dhiigaa
Hundee Sab-boonummaa
Daawitii Sabaadhaa
Gaaddisa tokkummaa
Afaan tokko qabnaa
Aadaa tokko qabnaa
Seenaa tokko qabnaa
Duudha tokko qabnaa
Hooda tokko qabnaa
Safuu tokko qabnaa
Biyya tokko qabnaa
Ulaagaa Sabummaa
Guutuu ta'u qabnaa
Oromummaa keenya
Tokkummaan tikfannaa!! (2)
Turtiin gabrummaadhaa
Miidhaa nurraan gehee
Saba dhiigaan tokkoo
Afaan wallaalchisee
Maalummaa Sabaadhaa
Hedduu dagachiisee
Oromummaan hafee
Gaallaa nu moggaasee
Ilmi Nafxenyaadhaa
Sahayla-sillaasee
Saba dhiigaan tokkoo
Adda nu Facaasee
Tooftaa Oromoo Cabsuu
Waa Sadi keewwatee
Amaara tokkoomsuu
Islaama balleessuu
Oromoo Oromoo Cabsuu
Kana karoorfatee
Duula Oromoo Cabsuu
Weerara jal-qabee
Hedduun irraa dhumee
Duubatti dacha'ee
Gootummaan Oromoo
Dhugaadhaan hubatee
Karoora Sadanuu
Milkaa'uu dadhabee
Tokkummaan Oromoo
Dhugaa ta'uu baree!! (2)
Erga mo'atamee
Toftaa jijjiirratee
Oromoo Cabsuudhaaf
Sagantaa baafatee
Oromoo Oromoon Cabsuu
Jechuu karoorfatee
Duula lammaaffaadhaa
Weerara eegalee
Oromoo Soddoomee
Harkatti galfatee
Goobanaa bitatee
Tokummaa Oromoo
Oromoodhaan Cabsee
Raas-mikaa'il jedhee
Maqaatti moggaasee
Kaaba Oromiyaa
Wallo dura Cabsee
Tooftaadhaan nu Cabsan
Tolaan hin gabroomnee!! (2)
Karoora akaakayyuu
Galmaan ge'uuf ka'ee
Duula Sadaffaadhaa
Milik bobba'ee
Quubsuma waraanaa
Manziin kan qubatee
Kaaba Oromiyaa
Guutuu barbadeessee
Habashoota mitii
Goobanaa nu Cabsee
Waraanni habashaa
Hararit bobba'ee
Lola Calii Calanqoo
Guyyaan san ita'ee
Waraanni habashaa
Dhumee daraa ta'ee
Dhiigni dirree guutee
Bishaan ta'ee yaa'ee
Tokkummaan Oromoo
Hedduu is isaan aarsee
Loltuu 4000 achitti kan dhabee
Gootummaan Oromoon
Mo'atamee galee
Leenca Oromoodhaa
Goods Oromoodhaa
Leenca Bakar waaree
Oromoo kan boonsee
Yoom baqatee galee
Seenaa Sobaan qabnuu
Qabna Seenaa lafee
Weerartuu habashaa
Morma qabee haamee!(2)
Oromoo Cabsuudhaaf
Humnaan dadhabanii
Goobanaa qabachuun
Oromoo Cabsanii
Har'allee kanumaa
Tooftaan jara Sanii
Oromoo Oromoon
Cabsuutti jiranii
Tokkummaa Oromoo
Gufuutti te'anii
Saba dhigaan tokkoo
Adda facaasanii
Saba koo Oromoo
Nu fixaa jiranii
Adaraa Oromummaa
Tokkoomi lammii kootii
Numattu waliif qorichaa
Numattu waliif dhiigaa
Abbaaf haadhaan tokkumma
Harka wal-qabadhaa
Buqqaasaa gabrummaa
Oromoof Oromiyaa
Bilisa baasuudhaa
Kaayyoon keenya dhumaa
Yoo tokkoomne
Bilisummaa baana! (2)
Tokkummaa
Oromoo
Tokkummaa
Saba koo
Tokummaa??
Yoo jaalatte
She godhi giruppi beekturatti
https://telegram.me/walaloowan
@walaloowan
@walaloowan
@walaloowan
@walaloowan
Telegram
Qophii Dorgommi Artistootaa
@bashananaf
@ijooleekuush
@ijoolee_oromoo
@ComedyBYZENA
@fetan_mereja
@walaloowan
@EthiopiaArtest
@bashananaf
@Qoosaf
@etiomusic1
@etioZena
@bashufibashireCOMEDEY
@GadaaEntertement
@waqefattota
@onnee_jaalalaa
@Muslim
@ortodocs
@ijooleekuush
@ijoolee_oromoo
@ComedyBYZENA
@fetan_mereja
@walaloowan
@EthiopiaArtest
@bashananaf
@Qoosaf
@etiomusic1
@etioZena
@bashufibashireCOMEDEY
@GadaaEntertement
@waqefattota
@onnee_jaalalaa
@Muslim
@ortodocs
