bashananaa/entertainment
86 subscribers
31 photos
2 files
47 links
Download Telegram
Forwarded from Qoosa
Jaal nadhii gammadaa
Essaa jiraa???

Maalumaaf sidhabnee
Jaal nadhii gammadaa
Lammiin kee sidhabee
Kunoo si barbaadaa

Saba keetif jecha
Lubbuu hin qusannee
Karam jirta nadhii
Sagaleekee dhabnee

Dubbadhu yaadachee
Dubbadhu yaa samii
Bakka nadhiin jiruu
Idoosaa nuuf himii

Goota sabaaf falmuu
Hundumaa simannee
Jaal nadhii gammadaa
Maaliif kessaa dhabnee

Rooroo sabasatiif
Falmata dhugaanii
Jaal nadhii gammadaa
Maaf dhabne qaamanii

Nuuf himaa
Nuuf himaa
Kunatuu nuuf dhimmaa
@music_2011
@onnee_jaalalaa
@fetan_mereja
Jaal nadhii gammadaa
Essaa jiraa???

Maalumaaf sidhabnee
Jaal nadhii gammadaa
Lammiin kee sidhabee
Kunoo si barbaadaa

Saba keetif jecha
Lubbuu hin qusannee
Karam jirta nadhii
Sagaleekee dhabnee

Dubbadhu yaadachee
Dubbadhu yaa samii
Bakka nadhiin jiruu
Idoosaa nuuf himii

Goota sabaaf falmuu
Hundumaa simannee
Jaal nadhii gammadaa
Maaliif kessaa dhabnee

Rooroo sabasatiif
Falmata dhugaanii
Jaal nadhii gammadaa
Maaf dhabne qaamanii

Nuuf himaa
Nuuf himaa
Kunatuu nuuf dhimmaa
@music_2011
@onnee_jaalalaa
@fetan_mereja

Hiriyota kef sher godhi yoo sitti tole
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from @fetan_mereja (@qomoo @qomoo)
Fetan merrejaa:

🅆🄸🄽🄳🄾🅆🅂 🄸🅁🅁🄰🅃🅃🄸 🅄🅂🄱 🄵🄰🅈🅈🄰🄳🄰🄼🄽🄴🄴 🄿🄰🅂🅂🅆🄾🅁🄳🄸🄸 '🅁🄴🅂🄴🅃' 🄶🄾🄲🄷🅄🅄 🄳🄰🄽🄳🄴🄴🄽🄽🄰...


@orosoft

kana gochuuf jalqaba kompiitara kee banuun USB erga itti galchitee booda gara ('control panel user accountsuser accountscreate a password reset disk') imali.

Sana booda ajajoota achirra jiran hordofuun xumuri.

Erga xumurtee USB keerra faayiliin haaraan (userkey.pw) jettu ni uumamti.

Yoo passwordii dagatte USB sana itti galchuun 'reset' gochuu dandeessa.

USB kana haala gaariin qabachuu qabda.

@fetan_mereja

Galatoomaa.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
@qomoo @qomoo:
@qomoo @qomoo:
ODUU HARAWA_ORO:
#Deeggarsa update! ✳️

Hirmaattonni leenjii leenjistummaa Torbaan barnootaa kilaastarii adda addaa irratti fudhachaa jiran ummata keenya Naannoo Beeneshaangul gumuuz irraa qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqa’aniif deggersaa walitti qabame:
Kilastarii Adaamaa - Qar. 81, 621
Kilastarii Ciroo - Qar. 46, 560
Kilastarii Amboo - Qar. 114, 100
Kilastarii Jimmaa- Qar. 70, 080
KilaastariiAsallaa - Qar. 16, 075
Kilaastarii Shaashamannee- Qar. 29, 980

Hanga ammaatti Qar. 358, 416 sassaabame Herrega Baankii deeggarsa kanaaf banametti galii kan ta’ee yoo ta’u,deeggarsi kuni kilaastaroota hunda irratti akka itti fufu Abdii qabna.
Hirmaattota ummata keenya miidhaan irra gaheef gumaacha gootan Hundi galata guddaa qabdu!!
@fetan_mereja
@fetan_mereja
@fetan_mereja
ለአዳድስ የአማርኛ ተከታታይ ድራማዎችን እና ምርጥ ምርጥ የኢትዮጲያ ሙዚቃዎች አዝናኝ የቲቪ ፕሮግራሞችንነ በነፃ ለማግኘት እንዲውም ለአዳዲስ አማርኛ ፊልሞችን በነፃ ለማግኘት “subscribed” በማደረግ ይመልከቱ
???
https://www.youtube.com/watch?v=W3uBy0VcIWk