Forwarded from Nuuralhudaa (RNH_Telegram)
Dhalattoonni Oromoo magaalaa Kaamaashii Keessa jiraatan rakkoo hamaa keessa jiraatuu ibsan
Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
October 24, 2018
Walitti bu’iinsa naannoo Benshaangul Gumuz godina Kaamaashii keessaatti uumamee ture hordofuun, dhalattoonni Oromoo heddu ajjeefamuu fi hedduun immoo qe'ee fi qabeenya isaanii irraa buqqifamuun godina Wallaggaa bahaa magaalota adda addaa keessaatti qubsiifamanii jiru.
Walitti bu’iinsa kanaan lammiilee Oromoo manneen isaanii irraa gubame hedduun ammoo achuma naannoo Benshaangul Gumuz keessatti gara magaalaa Kaamaashii baqatanii kan turan yoo tahu, yeroo ammaa rakkoo hamaa keessa akka jiranii fi soda guddaa kan qaban tahuu namni naannawa irraa bilbilaan dubbisne nuuf hime.
Akka namni kun jedheetti;
“Guyyaa Isniinaa dhalattoonni naannichaa hiriira bahanii mootummaan meeshaa waraanaa nuuf kennuu qaba jechuun gaafataa turan, akkasumas haalli godinicha keessa jiru tasgabbii hin qabu, daandii fi dukkaanonnis cufamanii jiru” jedhe.
Dhalattoonni Oromoo 3500 ol tahan achuma magaalaa Kaamaashii galma Bulchiinsa magaalaa Keessatti walitti qabamanii akka argaman, akkasumas rakkoo bishaanii fi dawaa kan qaban tahuus namni kun nutti hime.
#Benshaangul_Gumuz #Lammiilee_Oromoo #Magaalaa_Kaamaashii

.........:
:
@fetan_mereja
ኢትዮጵያዊ ቀልዶች 😂:
ሌባ እና ፖሊስ
ፓሊሱ አንድ ሌባ ይዞ እየሄደ ሀይለኛ ነፋስ መጥቶ የፓሊሱን ኮፍያ አንስቶ መሬት ላይ ይጥለዋል፤ በዚህ ጊዜ :-
ሌባ :- አንተ አትልፋ እኔ ሄጄ አመጣለሁ።
ፓሊስ :- ተው እንጂ በዛው ልታመልጠኝ ድንጋይ መሰልኩክ እንዴ። አንተ እዚሁ ጠብቀኝ እኔ ራሴሄጄ አመጣለሁ። 😂😂
የገባው
👇👇👇👇👇👇
@bashananaf
@Muslim_chanel
@waqefattota
@ortodocs
@Qoosaf
@music_2011
@onnee_jaalalaa
@fetan_mereja
@ijooleekuush

Forwarded from Onnee jaalalaa (@Gadaa.FM)

Forwarded from zena ethiopia news
YouTube
DHAMSA SABLAMOOTA ABO DHAF DHAAMSA DABARSAN
Sirboota babbareedoo ergaa qaban fii qophiilee bashanansiisoo hordofuuf GADAA Entertainment Channel “subscribed” godhuun hordofaa
✔ S U B S C R I B E H E R E
Welcome To . GADAA Entertainment Channel
ለአዳድስ የአማርኛ ተከታታይ ድራማዎችን እና ምርጥ ምርጥ የኢትዮጲያ ሙዚቃዎች አዝናኝ የቲቪ…

Chee jedhi bullookee
golatti garbuu sooranii
gombisa bahuu yaabanii
gabjedhi gurbeemee
hundatti garaa hin himatinii
suutuma boore baafatanii……
#Gadaa_entertainment
you tube subscribe gochun dawadhaa
golatti garbuu sooranii
gombisa bahuu yaabanii
gabjedhi gurbeemee
hundatti garaa hin himatinii
suutuma boore baafatanii……
#Gadaa_entertainment
you tube subscribe gochun dawadhaa
@bashananaf
Abbaafi Ilma Barate.
Namichatu ilmoo isaa mana barumsaa galche. Osuma ilmi isaa barachaa jiruu gaaf tokko ofitti waamee Gaaffii gaafachuu eegale. haasofni isaaniis kan armaan gadiiti:
Abbaa: ilma kiyya amma hangam baratte?
Ilma: wanta hundaa baradhe abbaa.
Abbaa: wanta lafa kanarra jiru hundaa barattee?
Ilma: Eyyeen abbaa.
Abbaa: tole erga akkas ta'ee hoolaa jechuun maal jechuudha?
Ilma: 'shiip' jechuudha.
Abbaa: hoolaa dhaltuu fi kormaan hoo walirratti maal jedhama?
Ilma: 'fireendi shiip' jedhama.
Abbaa: tole hoolaan biyya alaa hoo?
Ilma: 'iskoolar shiip' jedhama jedhee deebiseef jedhama!