bashananaa/entertainment
86 subscribers
31 photos
2 files
47 links
Download Telegram
Forwarded from @fetan_mereja (@qomoo @qomoo)
Fetan merrejaa:
@qomoo @qomoo:
@fetan_mereja

@fetan_mereja
@fetan_mereja
@fetan_mereja
jechoota dinqisiisoo jaawar Mohammed argachuf ammuma hiriyota ketif barefama kana sher walif godhi

Forwarded from Onnee jaalalaa (.........)
Best Music:
Irressii hora harsadee bara 2011 milkiin xumurame jira baga gammaddan
@bashananaf
@Muslim_chanel
@waqefattota
@ortodocs
@Qoosaf
@music_2011
@onnee_jaalalaa
@fetan_mereja
@ijooleekuush

Forwarded from Nuuralhudaa (RNH_Telegram)
​​Chaayinaan Saatalaayitii akka addeessaa halkan iftu gara hawaatti erguuf qophaayaa jirti

Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
October 19, 2018

Chaayinaan saatalaayitii ifa aduu irraa argatu akka addeessaa deebisee calaqqisuu danda’u kan hojjataa jirtu yoo tahu, waggaa lama booda gara hawaatti ergitee ifaa daandiwwan magaalotaa addeessa namtolchee (artificial moon) kanaan bakka buusuuf kan karoorfatte tahuu beeksifte. Miidiyaaleen mootummaa Chaayinaa akka gabaasanitti, projektiin kun magaalaa Chengdu jedhamtu tan Kibba Lixa biyyattii keessatti argamtuuf kan karoorfame yoo tahu, yaaliin jalqabaa kun yoo milkaaye Chaayinaan guutuu biyyattii keessatti ibsaa daandiiwwanii addeessa saatalaayitii kanaan bakka buusuudhaaf karoorfatte.

Saatalayitiin tun ifa aduu irraa argattu fayyadamuun ifa addeessa uumamaa harka saddeetiin caalu kan calaqistu akka tahee fi karoorri kun yoo milkaahe magaalaan Chengdu waggatti baasii ibsaa daandii irraa doolara miiliyoona 170 kan hambistu tahuu gabaasni argame ni ibsa. Dabalataanis ibsaan Saatalaayitii tana irraa argamu balaa halkan naannawa elektirikiin hin dhaqqabne iddoowwan akka galaana irraa fi bosona keessatti muudatu baraaruuf kan fayyadu tahuu gabaafame. Chaayinaan Bara 2022 ammoo Saatalaayitii akkanaa sadi gara hawwaatti erguudhaaf hojjataa jirti.

#Chaayinaa #Saatalaayitii_Addeessaa
Forwarded from GadaaEntertement
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
​Gadda
= = = = =
Artisti Laggasaa Abdii Du'aan Addunyaarraa Boqotan.
Baroota hamoo Afaan Oromoon Dubbachuunuu Yakka ta'e
keessa Laggasaa Abdii Masiinqoo Isaaniitiin nama artii
Oromoof Coba ka'aanii darbani.
- Ya Boonaa Ya Boonaa
- Jijiituu
_Iyya handaaqqoo
_ koottu yaa jigaakoo
Sirboota isaa keessaa muraasa.
Sabni kun namasaa Jabaa tokko dhabeera har'a, maatiif
firoota isaaf Jajjabinan hawwa.
@bashananaf
@Muslim_chanel
@waqefattota
@ortodocs
@Qoosaf
@music_2011
@onnee_jaalalaa
@fetan_mereja
@ijooleekuush
Forwarded from Nuuralhudaa (RNH_Telegram)
​​Dhalattoonni Oromoo magaalaa Kaamaashii Keessa jiraatan rakkoo hamaa keessa jiraatuu ibsan

Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
October 24, 2018

Walitti bu’iinsa naannoo Benshaangul Gumuz godina Kaamaashii keessaatti uumamee ture hordofuun, dhalattoonni Oromoo heddu ajjeefamuu fi hedduun immoo qe'ee fi qabeenya isaanii irraa buqqifamuun godina Wallaggaa bahaa magaalota adda addaa keessaatti qubsiifamanii jiru.
Walitti bu’iinsa kanaan lammiilee Oromoo manneen isaanii irraa gubame hedduun ammoo achuma naannoo Benshaangul Gumuz keessatti gara magaalaa Kaamaashii baqatanii kan turan yoo tahu, yeroo ammaa rakkoo hamaa keessa akka jiranii fi soda guddaa kan qaban tahuu namni naannawa irraa bilbilaan dubbisne nuuf hime.

Akka namni kun jedheetti;
“Guyyaa Isniinaa dhalattoonni naannichaa hiriira bahanii mootummaan meeshaa waraanaa nuuf kennuu qaba jechuun gaafataa turan, akkasumas haalli godinicha keessa jiru tasgabbii hin qabu, daandii fi dukkaanonnis cufamanii jiru” jedhe.

Dhalattoonni Oromoo 3500 ol tahan achuma magaalaa Kaamaashii galma Bulchiinsa magaalaa Keessatti walitti qabamanii akka argaman, akkasumas rakkoo bishaanii fi dawaa kan qaban tahuus namni kun nutti hime.

#Benshaangul_Gumuz #Lammiilee_Oromoo #Magaalaa_Kaamaashii
.........:
:
@fetan_mereja
ኢትዮጵያዊ ቀልዶች 😂:
ሌባ እና ፖሊስ

ፓሊሱ አንድ ሌባ ይዞ እየሄደ ሀይለኛ ነፋስ መጥቶ የፓሊሱን ኮፍያ አንስቶ መሬት ላይ ይጥለዋል፤ በዚህ ጊዜ :-
ሌባ :- አንተ አትልፋ እኔ ሄጄ አመጣለሁ።
ፓሊስ :- ተው እንጂ በዛው ልታመልጠኝ ድንጋይ መሰልኩክ እንዴ። አንተ እዚሁ ጠብቀኝ እኔ ራሴሄጄ አመጣለሁ። 😂😂
የገባው

👇👇👇👇👇👇
@bashananaf

@Muslim_chanel

@waqefattota

@ortodocs

@Qoosaf

@music_2011

@onnee_jaalalaa

@fetan_mereja

@ijooleekuush
@fetan_mereja
Audio
Mesfin Nugusu--laal jajjabee
⚫️🔴⚪️ #New2018
@Oromomusic
Forwarded from Onnee jaalalaa (@Gadaa.FM)
Gurupii ijoollee kuush
🔴⚫️⚪️
https://t.me/ijooleekuush/186
Forwarded from Onnee jaalalaa (@Gadaa.FM)
Gurupii ijoollee kuush
🔴⚫️⚪️
https://t.me/ijooleekuush/186