bashananaa/entertainment
86 subscribers
31 photos
2 files
47 links
Download Telegram
Aayyoo koo deesseko
Maaltu si madaalaa
umrii naaf dheeradhuu
waan huuduma caalaa

Olma kee dubbachuuf
silaas jecha dhabee
caliisee obsuufis
garaan na dadhabee

Wantin hunda caalaa
rabii koo kadhadhuu
ayyoo tiyyaaf fayyaa
umurii wajiiin laadhuu


caalaa tufaa

mojo iraa


@walaloowan
@walaloowan
@walaloowan
👆👆
Yoo sitti tole like tuqi👍
Aayyoo koo deesseko
Maaltu si madaalaa
umrii naaf dheeradhuu
waan huuduma caalaa

Olma kee dubbachuuf
silaas jecha dhabee
caliisee obsuufis
garaan na dadhabee

Wantin hunda caalaa
rabii koo kadhadhuu
ayyoo tiyyaaf fayyaa
umurii wajiiin laadhuu


caalaa tufaa

mojo iraa


@walaloowan
@walaloowan
@walaloowan
👆👆
walalicha yoo jaalatte like( 👍) tuqi
Chanali kana subscribe gochuun haala kafaffalti youtubi iraa argamu hubachu dandeasu
Sirboota afaan oromoo haarawaa Dursa dursite daawwachuu yoo barbaadde lakkoofsa tokko tuqi
Forwarded from zena ethiopia news
OMN tv®£ JAWAR®:
🅰🅱🅾


‘‘Namni #Eeliyaas jedhamu ajajaan akkasii jiraachuu isaa hin beeknu. Ajajaa maqaa akkasii qabu Waraanni Bilisummaa Oromoo quba hinqabu.’’ Miseensa Gumii Shanee ABO Obbo Mikaa’el Booran BBC News Afaan Oromoo 'f kan dubbatan keessaa.


Ibsa komaand poostii‼️

koomaandi post Lixaa biyyattii daangaa Oromiyaa fi Beenishaangul Gumuuz gidduutti hundaa'e ture har'a ibsa baase jira. Haleellaa xiyyaara Oduu dhugaa irraa fagaate akkaa ta'eef, humni hidhatee yeroo kanatti xiyyaara isaa barbaachisu miti kan humna lafoo Raayyaa Ittisaa biyyaa fuldura dhaabbachuu danada'u hin jiru jedhe jira. Hanga ammaatti #kilaashii 61, #Bireen 4, #shugguxii 8, meeshaalee waraana duubatti hafa ta'e 105 to’annaa jala akkaa olee beeksise jira.

@etioZena

@etioZena

👉 @etioZena 👈