bashananaa/entertainment
86 subscribers
31 photos
2 files
47 links
Download Telegram
#jaalatoota_aarti_oromoofi_warroota_Dandeettii_walaloo_fibaacoo_qabdan_maraaf

Chaanali @walaloowan jedhurratti warrota dandeettii walalaloo, baacoo namoota bashanansiisuu Dandahan kan ofii keessanii qophesitan nuf erguun nutimoo wal dorgomsiisuun badhaasa qoheesinee jirra
haaluma kanaan
1faa 400 MB
2faa 200 MB
3faa 100 MB

#Hubachiisa
Haali badhaasa kan like irra caalaa argatun
hundinuu yeroo tokko maxanfu
yeroon sahaa 24 qofa
#DORGOMTONi
maqaafii tessoo keesan waliin nuuf erguu hin dagatinaa

galmaahuf👉 @GADAAFM
Yaada kessanif
👇👇👇👇
@GADAAFM

Hordofuuf fi jajjabessuf kan gadii kana tuq

👉 @walaloowan 👈
👉 @walaloowan 👈
👉 @walaloowan 👈
👉 @walaloowan 👈

Sher
Hiriyoota kessaniif sher godhaa haa bashanana
badhaafamaa

Galatooma Horaa bulaa
Aayyoo koo deesseko
Maaltu si madaalaa
umrii naaf dheeradhuu
waan huuduma caalaa

Olma kee dubbachuuf
silaas jecha dhabee
caliisee obsuufis
garaan na dadhabee

Wantin hunda caalaa
rabii koo kadhadhuu
ayyoo tiyyaaf fayyaa
umurii wajiiin laadhuu


caalaa tufaa

mojo iraa


@walaloowan
@walaloowan
@walaloowan
👆👆
Yoo sitti tole like tuqi👍
Aayyoo koo deesseko
Maaltu si madaalaa
umrii naaf dheeradhuu
waan huuduma caalaa

Olma kee dubbachuuf
silaas jecha dhabee
caliisee obsuufis
garaan na dadhabee

Wantin hunda caalaa
rabii koo kadhadhuu
ayyoo tiyyaaf fayyaa
umurii wajiiin laadhuu


caalaa tufaa

mojo iraa


@walaloowan
@walaloowan
@walaloowan
👆👆
walalicha yoo jaalatte like( 👍) tuqi
Chanali kana subscribe gochuun haala kafaffalti youtubi iraa argamu hubachu dandeasu
Sirboota afaan oromoo haarawaa Dursa dursite daawwachuu yoo barbaadde lakkoofsa tokko tuqi