🌐🌐🌐🌐🌐
Beeksisa kamiyyu nihojjenna
❤️ WEARE YOUR #1 CHOICE❤️
join one 👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAFEeIHUzhq-7gORRZA
promotion
👇👇👇👇👇👇👇
👉 @GADAAFM 👈
➖➖➖➖➖➖➖ ➖➖
Beeksisa kamiyyu nihojjenna
❤️ WEARE YOUR #1 CHOICE❤️
join one 👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAFEeIHUzhq-7gORRZA
promotion
👇👇👇👇👇👇👇
👉 @GADAAFM 👈
➖➖➖➖➖➖➖ ➖➖
Telegram
Onnee jaalalaa
❤️ WE ARE YOUR #1 CHOICE❤️
join one 👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAFEeIHUzhq-7gORRZA
promotion
👇👇👇👇👇👇👇
👉 @GADAAFM 👈
➖➖➖➖➖➖➖ ➖➖
join one 👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAFEeIHUzhq-7gORRZA
promotion
👇👇👇👇👇👇👇
👉 @GADAAFM 👈
➖➖➖➖➖➖➖ ➖➖
Forwarded from Qophii Dorgommi Artistootaa
walaloowan fi sirboota:
Walaloo
Oromoo tokkummaa
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
Oromummaa dhiigaa
Hundee Sab-boonummaa
Daawitii Sabaadhaa
Gaaddisa tokkummaa
Afaan tokko qabnaa
Aadaa tokko qabnaa
Seenaa tokko qabnaa
Duudha tokko qabnaa
Hooda tokko qabnaa
Safuu tokko qabnaa
Biyya tokko qabnaa
Ulaagaa Sabummaa
Guutuu ta'u qabnaa
Oromummaa keenya
Tokkummaan tikfannaa!! (2)
Turtiin gabrummaadhaa
Miidhaa nurraan gehee
Saba dhiigaan tokkoo
Afaan wallaalchisee
Maalummaa Sabaadhaa
Hedduu dagachiisee
Oromummaan hafee
Gaallaa nu moggaasee
Ilmi Nafxenyaadhaa
Sahayla-sillaasee
Saba dhiigaan tokkoo
Adda nu Facaasee
Tooftaa Oromoo Cabsuu
Waa Sadi keewwatee
Amaara tokkoomsuu
Islaama balleessuu
Oromoo Oromoo Cabsuu
Kana karoorfatee
Duula Oromoo Cabsuu
Weerara jal-qabee
Hedduun irraa dhumee
Duubatti dacha'ee
Gootummaan Oromoo
Dhugaadhaan hubatee
Karoora Sadanuu
Milkaa'uu dadhabee
Tokkummaan Oromoo
Dhugaa ta'uu baree!! (2)
Erga mo'atamee
Toftaa jijjiirratee
Oromoo Cabsuudhaaf
Sagantaa baafatee
Oromoo Oromoon Cabsuu
Jechuu karoorfatee
Duula lammaaffaadhaa
Weerara eegalee
Oromoo Soddoomee
Harkatti galfatee
Goobanaa bitatee
Tokummaa Oromoo
Oromoodhaan Cabsee
Raas-mikaa'il jedhee
Maqaatti moggaasee
Kaaba Oromiyaa
Wallo dura Cabsee
Tooftaadhaan nu Cabsan
Tolaan hin gabroomnee!! (2)
Karoora akaakayyuu
Galmaan ge'uuf ka'ee
Duula Sadaffaadhaa
Milik bobba'ee
Quubsuma waraanaa
Manziin kan qubatee
Kaaba Oromiyaa
Guutuu barbadeessee
Habashoota mitii
Goobanaa nu Cabsee
Waraanni habashaa
Hararit bobba'ee
Lola Calii Calanqoo
Guyyaan san ita'ee
Waraanni habashaa
Dhumee daraa ta'ee
Dhiigni dirree guutee
Bishaan ta'ee yaa'ee
Tokkummaan Oromoo
Hedduu is isaan aarsee
Loltuu 4000 achitti kan dhabee
Gootummaan Oromoon
Mo'atamee galee
Leenca Oromoodhaa
Goods Oromoodhaa
Leenca Bakar waaree
Oromoo kan boonsee
Yoom baqatee galee
Seenaa Sobaan qabnuu
Qabna Seenaa lafee
Weerartuu habashaa
Morma qabee haamee!(2)
Oromoo Cabsuudhaaf
Humnaan dadhabanii
Goobanaa qabachuun
Oromoo Cabsanii
Har'allee kanumaa
Tooftaan jara Sanii
Oromoo Oromoon
Cabsuutti jiranii
Tokkummaa Oromoo
Gufuutti te'anii
Saba dhigaan tokkoo
Adda facaasanii
Saba koo Oromoo
Nu fixaa jiranii
Adaraa Oromummaa
Tokkoomi lammii kootii
Numattu waliif qorichaa
Numattu waliif dhiigaa
Abbaaf haadhaan tokkumma
Harka wal-qabadhaa
Buqqaasaa gabrummaa
Oromoof Oromiyaa
Bilisa baasuudhaa
Kaayyoon keenya dhumaa
Yoo tokkoomne
Bilisummaa baana! (2)
Tokkummaa
Oromoo
Tokkummaa
Saba koo
Tokummaa??
Yoo jaalatte
She godhi giruppi beekturatti
https://telegram.me/walaloowan
@walaloowan
@walaloowan
@walaloowan
@walaloowan
Walaloo
Oromoo tokkummaa
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
Oromummaa dhiigaa
Hundee Sab-boonummaa
Daawitii Sabaadhaa
Gaaddisa tokkummaa
Afaan tokko qabnaa
Aadaa tokko qabnaa
Seenaa tokko qabnaa
Duudha tokko qabnaa
Hooda tokko qabnaa
Safuu tokko qabnaa
Biyya tokko qabnaa
Ulaagaa Sabummaa
Guutuu ta'u qabnaa
Oromummaa keenya
Tokkummaan tikfannaa!! (2)
Turtiin gabrummaadhaa
Miidhaa nurraan gehee
Saba dhiigaan tokkoo
Afaan wallaalchisee
Maalummaa Sabaadhaa
Hedduu dagachiisee
Oromummaan hafee
Gaallaa nu moggaasee
Ilmi Nafxenyaadhaa
Sahayla-sillaasee
Saba dhiigaan tokkoo
Adda nu Facaasee
Tooftaa Oromoo Cabsuu
Waa Sadi keewwatee
Amaara tokkoomsuu
Islaama balleessuu
Oromoo Oromoo Cabsuu
Kana karoorfatee
Duula Oromoo Cabsuu
Weerara jal-qabee
Hedduun irraa dhumee
Duubatti dacha'ee
Gootummaan Oromoo
Dhugaadhaan hubatee
Karoora Sadanuu
Milkaa'uu dadhabee
Tokkummaan Oromoo
Dhugaa ta'uu baree!! (2)
Erga mo'atamee
Toftaa jijjiirratee
Oromoo Cabsuudhaaf
Sagantaa baafatee
Oromoo Oromoon Cabsuu
Jechuu karoorfatee
Duula lammaaffaadhaa
Weerara eegalee
Oromoo Soddoomee
Harkatti galfatee
Goobanaa bitatee
Tokummaa Oromoo
Oromoodhaan Cabsee
Raas-mikaa'il jedhee
Maqaatti moggaasee
Kaaba Oromiyaa
Wallo dura Cabsee
Tooftaadhaan nu Cabsan
Tolaan hin gabroomnee!! (2)
Karoora akaakayyuu
Galmaan ge'uuf ka'ee
Duula Sadaffaadhaa
Milik bobba'ee
Quubsuma waraanaa
Manziin kan qubatee
Kaaba Oromiyaa
Guutuu barbadeessee
Habashoota mitii
Goobanaa nu Cabsee
Waraanni habashaa
Hararit bobba'ee
Lola Calii Calanqoo
Guyyaan san ita'ee
Waraanni habashaa
Dhumee daraa ta'ee
Dhiigni dirree guutee
Bishaan ta'ee yaa'ee
Tokkummaan Oromoo
Hedduu is isaan aarsee
Loltuu 4000 achitti kan dhabee
Gootummaan Oromoon
Mo'atamee galee
Leenca Oromoodhaa
Goods Oromoodhaa
Leenca Bakar waaree
Oromoo kan boonsee
Yoom baqatee galee
Seenaa Sobaan qabnuu
Qabna Seenaa lafee
Weerartuu habashaa
Morma qabee haamee!(2)
Oromoo Cabsuudhaaf
Humnaan dadhabanii
Goobanaa qabachuun
Oromoo Cabsanii
Har'allee kanumaa
Tooftaan jara Sanii
Oromoo Oromoon
Cabsuutti jiranii
Tokkummaa Oromoo
Gufuutti te'anii
Saba dhigaan tokkoo
Adda facaasanii
Saba koo Oromoo
Nu fixaa jiranii
Adaraa Oromummaa
Tokkoomi lammii kootii
Numattu waliif qorichaa
Numattu waliif dhiigaa
Abbaaf haadhaan tokkumma
Harka wal-qabadhaa
Buqqaasaa gabrummaa
Oromoof Oromiyaa
Bilisa baasuudhaa
Kaayyoon keenya dhumaa
Yoo tokkoomne
Bilisummaa baana! (2)
Tokkummaa
Oromoo
Tokkummaa
Saba koo
Tokummaa??
Yoo jaalatte
She godhi giruppi beekturatti
https://telegram.me/walaloowan
@walaloowan
@walaloowan
@walaloowan
@walaloowan
Telegram
Qophii Dorgommi Artistootaa
@bashananaf
@ijooleekuush
@ijoolee_oromoo
@ComedyBYZENA
@fetan_mereja
@walaloowan
@EthiopiaArtest
@bashananaf
@Qoosaf
@etiomusic1
@etioZena
@bashufibashireCOMEDEY
@GadaaEntertement
@waqefattota
@onnee_jaalalaa
@Muslim
@ortodocs
@ijooleekuush
@ijoolee_oromoo
@ComedyBYZENA
@fetan_mereja
@walaloowan
@EthiopiaArtest
@bashananaf
@Qoosaf
@etiomusic1
@etioZena
@bashufibashireCOMEDEY
@GadaaEntertement
@waqefattota
@onnee_jaalalaa
@Muslim
@ortodocs
zena ethiopia news:
OMN(Oromia Media Network):
Haleellaan Hidhattoonni Naannoo Somaalee Magaalaa Mooyyaalee keessaatti raawwatan hammaatee itti fufee jira
Odeeyfannoo
December 17, 2018
Hidhattoonni naannoo Somaalee Isniina dabre irraa jalqabee Magaalaa Mooyyaalee keessatti lola hamaa kan jalqaban yoo tahu, lolli kun hanga guyyaa har’aatis kan itti fufe tahuun beekamee jira. Hidhattoonni kunniin meeshaalee waraanaa gurguddaan, ummata irratti haleellaa kan raawwataa jiran tahuus odeeyfannoon jiraattota magaalaa Mooyyaalee irraa arganne ni ibsa.
Akka jiraattaan magaalaa Mooyyalee irra guyyaa hardhaa dubbisne jedhutti, haleellaa hidhattoota naannoo Soomalee kanaan guyyaa hardhaa nama shan kan ajjeeffamee fi nama sagal ammoo kan madaawe ijaan arguu nuu hime. Dabalataanis, Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, Baankiin daldala Ityoophiyaa daamee Quxxabaa fi Baankiin Bunaa gutumaa guututti hidhattoota naannoo Soomalee kanaan saamamee jira jedhe.
Akka Jiraataan magaalaa Mooyyalee irraa dubbisne nuuf himetti, Hanga guyyaa har’aatti ummatni yeroo hidhattoota kana of irraa qolachuuf yaalu, waraanni Makkalaakayaa jidduu seenuun namoota heddu kan ajjeese tahuu hime. Jiraataan kun, “Miseensonni waraana makkalaakayaa naannicha jiran warra March dabre duguggaa sanyii magaalaa Mooyyalee keessaatti dhalattoota Oromoo irratti raawwatanii turan yoo tahan, ammas ajjeechaa wal fakkaatu lammiilee Oromoo irratti raawwataa jiran” jechuun ibse.
Lola kanaan hanga ammaatti yoo xiqqaate namoonni 40 ol haala sukkanneessaa taheen ajjeefamuun, dhibba tokkoo ol ammoo kan madaayan akka tahe odeeyfannoon ni mul’isa. Hidhattoonni naannoo Somaalee magaalaa Mooyyalee keessatti manneen jireenyaa fi daldalaa ibiddaan kan barbaadeessaa jiran yoo tahu, lola kana hordofuun lammiileen kumaatamaan lakkaa’aman qe’ee isaanii irraa buqqifamuun gara Keeniyaa fi aanaalee godina Booranaa adda addaa kan baqatan tahuu odeeyfannoon achi irraa arganne ni addeessa.
Akkasumas lammiileen buqqa'aanii iddoo adda addaatti argamanis rakkoo hamaaf saaxilamuu, maatiiwwan adda faca'aanii eessa akka jiran kan quba wal hin qabne akka tahee fi haga ammaatti qaama mootummaa naannoos tahee kan Federaalaa irraa deeggarsi kan hin godhaminiif tahuus namoota buqqifaman irra hubatuun danda'amee jira.
#Mooyyalee
https://telegram.me/etioZena
OMN Amharic:
ህግን በመተላለፍ የክልሉን ሰላምና ደህንነት በሚያደፈርሱ አካላት ላይ #እርምጃ ለመውሰድ የሚያስችል #ጥብቅ ትዕዛዝ ለሁሉም ዞኖች መተላለፉን የኦሮሚያ ፖሊስ ኮሚሽን አስታወቀ።
በምዕራባዊ የክልሉ አካባቢዎች ያጋጠመውን የፀጥታ ችግር በውይይትና በትዕግስት ለመፍታት ሞክሬያለሁ ያለው ኮሚሽኑ እስከ ህይወት መስዋዕትነት የደረሰ ዋጋ አስከፍሎኛል ሲልም ገልጿል።
ትዕግስቱ የበዛ ነበር ያሉት ኮሚሽነር አለማየሁ እጅጉ በቄለም ወለጋ የተገደሉትን 2 የዞን ፖሊስ አመራሮችን ጨምሮ የ12 ፖሊስ አባላት ህይወት ማለፉንና 77 ፖሊሶች መቁሰላቸውን ተናግረዋል።
ኮሚሽነሩ አያይዘውም የሚሊሻ አባላትን ጨምሮ በ40 የፀጥታ አካላት ላይ የመቁሰል አደጋ ደርሷል ያሉ ሲሆን፣ የ29 ነዋሪዎች ህይወት ማለፉን ገልፀዋል።
በቄለም ወለጋ፣ በምስራቅና በምዕራብ ወለጋ እንዲሁም በሆሮጉዱሩ አካባቢዎች የመንግስት መዋቅር ስራ መስራት ካለመቻልም በላይ እንዲፈርስ ተደርጓል ያሉት ኮሚሽነሩ በቄለም እና በምዕራብ ወለጋ አካባቢዎች የመንግስት ንብረት በታጣቂዎች መዘረፉን አስታውቀዋል።
በአካባቢው የሚደርሰው ጉዳት ከዚህም በላይ ነው ያሉ ሲሆን የግለሰቦችን ሳይጨምር ከ3 ሚሊዮን ብር በላይ ገንዘብ ከባንክ መዘረፉን ገልፀዋል።
ታጣቂዎቹ በአካባቢው ካለ ፖሊስ ጣቢያ 2072 ክላሺንኮቭ ጦር መሳሪያ መዝረፋቸውም ነው የተገለፀው።
ትዕግስቱ ከአንድ ወገን መሆኑ ዋጋ አስከፍሎኛል ያለው ፖሊስ ኮሚሽኑ ህግን የሚያውኩ አካላትን ለህግ የማቅረብ ስራው ተጠናክሮ ይቀጥሏል ብሏል። ለዚህም ለሁሉም ዞኖች ጥብቅ መመሪያ ተላልፏል ያለ ሲሆን የህዝቡ ትብብር ተጠናክሮ እንዲቀጥል ጥሪ አቅርቧል።
#OBN
Join

ቃና ዜና ቅምሻ:
የኢትዮጵያዊያኑ አስክሬን ተገኘ‼️
ከሶስት ዓመት በፊት በፅንፈኛው አሸባሪ ቡድን አይሲስ ሊቢያ ላይ በአሰቃቂ ሁኔታ የተገደሉ 34 ኢትዮጵያውያን አፅምን ማግኘታቸውን የሊቢያ ባለስልጣናት አስታወቁ።
የሊቢያ የወንጀል ምርመራ መምሪያ ባለስልጣናትን ዋቢ አድርጎ ሬውተርስ እንደዘገበው፥ ተይዞ መርመራ ሲደረገበት የነበረ የአሸባሪ ቡድኑ አባል የሰጠውን መረጃ መሰረት በማድረግ በተከናወነ ምርመራ ነው ኢትዮጵያውያኑ የተቀበሩበት የጅምላ መቃበር የተገኘው።
መምሪያው ያወጣው በድሮን የተቀረፀ ቪዲዮም ሲርጥ ተብላ በምትታወቀው የሊቢያ የባህር ዳርቻ አቅራቢያ በሚገኝ እርሻ ውስጥ ነው የጅምላ መቃብሩ የተገኘው።
የኢትዮጵያውያኑ አፅም ተገቢው የህግ ስራ ከተከናወነ በኋላም ወደ ሀገራቸው ኢትዮጵያ እንደሚላክም ባለስልጣናቱ አስታውቀዋል።
ምንጭ፦ fbc
Join
@etioZena
@etioZena
Sport
@etioZena
#የእንግሊዝ_ፕሪምየር_ሊግ_ከ18_ጫወታዎች_በኋላ
✅ሊቨርፑል በ48 ነጥብና በ32 ንፁህ ጎል የሊጉ መሪ ነው
✅ማንችስተር ሲቲ ተሸንፎ ልዩነቱ በ4 ነጥብ ሆኗል
✅ኦባሚያንግ በ12 ኮከብ ጎል አግቢነቱን ለብቻው እየመራ ነው
✅ሊቨርፑል ያለፉትን 7 ጫወታ ያሸነፈ ብቸኛ ክለብ ነው
✅ሊቨርፑል አነስተኛ ጎል ያስተናገደ ቡድንም ነው (7)
✅ማን ሲቲ በርካታ ጎል ያስቆጠረ ቡድን ነው (50)
✅ዩናይትድ ጣፋጭ ድል ቢያገኝም እዛው 6ኛ ላይ ተቀምጧል
✅ኤደን ሃዛርድ 9 assist በማድረግ እየመራ ይገኛል
✅ሳላህ ከማንም በላይ 64 የጎል ሙከራ ማድረግ ችሏል
✅30 ኢላማውን የጠበቀ ሙከራ በማድረግም ሳላህ ቀዳሚ ነው
✅ላፖርቴ 1562 የኳስ ቅብብል በማድረግ እየመራ ነው
✅12,678 የኳስ ቅብብል በማድረግ ማን ሲቲ የበላይ ነው
✅127 ኢላማውን የጠበቀ ሙከራ በማድረግም ሲቲ ይመራል
✅ሁድስፊልድ ያለፉትን 5 ተከታታይ ጫወታ በመሸነፍ ብቸኛ ነው
✅አነስተኛ ጎል ያስቆጠረው ቡድን ሁድስፊልድ ነው (11)
✅ሊቨርፑልና በ11 ጫወታ ጎል ባለማስተናገድ ቀዳሚ ነው
✅ሃዛርድ በርካታ ጥፋት የተሰራበት ተጫዋች ነው (55)
✅የብራይተኑ ሙራይ በርካታ ጥፋት ሰርቷል (50)
✅የሌስተሩ ሞርጋን 2 ግዜ ቀይ ካርድ በማየት ብቸኛው ነው
✅የበርንማውዙ በርማ በርካታ ቢጫ አይቷል (8)
✅የበርንሌዩ ጆይ ኸርት 75 ሙከራ በማዳን ቀዳሚ ነው
✅በርንማውዝ በርካታ የፍ.ቅ.ም. ጎል አስቆጥሯል (5)
✅332 የጎል ሙከራ በማድረግ ሲቲ ቀዳሚ ቡድን ነው
✅በርካታ ጎል ያስተናገደው ቡድን ፉልሃም ነው (42)
✅ሌስተር ሲቲ በርካታ ቀይ ካርድ ያየ ቡድን ነው (4)
✅ሳውዝሃምፕተን 39 ቢጫ ካርድ በማየት ይመራል
✅ፉልሃም በ10 ነጥብና በ26 የግብ ዕዳ መጨረሻ ደረጃ ላይ ተቀምጧል

በ Youtbe ቨዲዮ በመጫን ብቻ እንዴት ገንዘብ እናገኛለን
email ላላቹ ብቻ
subscribe ማድረግ እንዳት ረሱ
email ላላቹ ብቻ
subscribe ማድረግ እንዳት ረሱ
DAMMETO MESFIN NUGUSU telegram lay@etiomusic1
<unknown>
👤Mesfin Nugusu
📀 Audio
═════════════
▣ RELEASED: 2018
▣ TYPE: #Single
▣ Mesfin: Nugus🔍
Join
👇👇👇👇👇
https://telegram.me/etiomusic1
📀 Audio
═════════════
▣ RELEASED: 2018
▣ TYPE: #Single
▣ Mesfin: Nugus🔍
Join
👇👇👇👇👇
https://telegram.me/etiomusic1