Forwarded from Qoosa
Jaal nadhii gammadaa
Essaa jiraa???
Maalumaaf sidhabnee
Jaal nadhii gammadaa
Lammiin kee sidhabee
Kunoo si barbaadaa
Saba keetif jecha
Lubbuu hin qusannee
Karam jirta nadhii
Sagaleekee dhabnee
Dubbadhu yaadachee
Dubbadhu yaa samii
Bakka nadhiin jiruu
Idoosaa nuuf himii
Goota sabaaf falmuu
Hundumaa simannee
Jaal nadhii gammadaa
Maaliif kessaa dhabnee
Rooroo sabasatiif
Falmata dhugaanii
Jaal nadhii gammadaa
Maaf dhabne qaamanii
Nuuf himaa
Nuuf himaa
Kunatuu nuuf dhimmaa
@music_2011
@onnee_jaalalaa
@fetan_mereja
Essaa jiraa???
Maalumaaf sidhabnee
Jaal nadhii gammadaa
Lammiin kee sidhabee
Kunoo si barbaadaa
Saba keetif jecha
Lubbuu hin qusannee
Karam jirta nadhii
Sagaleekee dhabnee
Dubbadhu yaadachee
Dubbadhu yaa samii
Bakka nadhiin jiruu
Idoosaa nuuf himii
Goota sabaaf falmuu
Hundumaa simannee
Jaal nadhii gammadaa
Maaliif kessaa dhabnee
Rooroo sabasatiif
Falmata dhugaanii
Jaal nadhii gammadaa
Maaf dhabne qaamanii
Nuuf himaa
Nuuf himaa
Kunatuu nuuf dhimmaa
@music_2011
@onnee_jaalalaa
@fetan_mereja
Jaal nadhii gammadaa
Essaa jiraa???
Maalumaaf sidhabnee
Jaal nadhii gammadaa
Lammiin kee sidhabee
Kunoo si barbaadaa
Saba keetif jecha
Lubbuu hin qusannee
Karam jirta nadhii
Sagaleekee dhabnee
Dubbadhu yaadachee
Dubbadhu yaa samii
Bakka nadhiin jiruu
Idoosaa nuuf himii
Goota sabaaf falmuu
Hundumaa simannee
Jaal nadhii gammadaa
Maaliif kessaa dhabnee
Rooroo sabasatiif
Falmata dhugaanii
Jaal nadhii gammadaa
Maaf dhabne qaamanii
Nuuf himaa
Nuuf himaa
Kunatuu nuuf dhimmaa
@music_2011
@onnee_jaalalaa
@fetan_mereja
Hiriyota kef sher godhi yoo sitti tole
Essaa jiraa???
Maalumaaf sidhabnee
Jaal nadhii gammadaa
Lammiin kee sidhabee
Kunoo si barbaadaa
Saba keetif jecha
Lubbuu hin qusannee
Karam jirta nadhii
Sagaleekee dhabnee
Dubbadhu yaadachee
Dubbadhu yaa samii
Bakka nadhiin jiruu
Idoosaa nuuf himii
Goota sabaaf falmuu
Hundumaa simannee
Jaal nadhii gammadaa
Maaliif kessaa dhabnee
Rooroo sabasatiif
Falmata dhugaanii
Jaal nadhii gammadaa
Maaf dhabne qaamanii
Nuuf himaa
Nuuf himaa
Kunatuu nuuf dhimmaa
@music_2011
@onnee_jaalalaa
@fetan_mereja
Hiriyota kef sher godhi yoo sitti tole
Forwarded from ☞YOYA PRINT & ADVERTINSING ®☜
Irressii hora harsadee bara 2011 milkiin xumurame jira baga gammaddan
@bashananaf
@Muslim_chanel
@waqefattota
@ortodocs
@Qoosaf
@music_2011
@onnee_jaalalaa
@fetan_mereja
@ijooleekuush
@bashananaf
@Muslim_chanel
@waqefattota
@ortodocs
@Qoosaf
@music_2011
@onnee_jaalalaa
@fetan_mereja
@ijooleekuush
Fetan merrejaa:
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
🅆🄸🄽🄳🄾🅆🅂 🄸🅁🅁🄰🅃🅃🄸 🅄🅂🄱 🄵🄰🅈🅈🄰🄳🄰🄼🄽🄴🄴 🄿🄰🅂🅂🅆🄾🅁🄳🄸🄸 '🅁🄴🅂🄴🅃' 🄶🄾🄲🄷🅄🅄 🄳🄰🄽🄳🄴🄴🄽🄽🄰...
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
@orosoft
ℹ kana gochuuf jalqaba kompiitara kee banuun USB erga itti galchitee booda gara ('control panel ▶user accounts▶user accounts▶create a password reset disk') imali.
ℹ Sana booda ajajoota achirra jiran hordofuun xumuri.
ℹ Erga xumurtee USB keerra faayiliin haaraan (userkey.pw) jettu ni uumamti.
ℹ Yoo passwordii dagatte USB sana itti galchuun 'reset' gochuu dandeessa.
ℹ USB kana haala gaariin qabachuu qabda.
@fetan_mereja
Galatoomaa.

@qomoo @qomoo:
@qomoo @qomoo:
ODUU HARAWA_ORO:
#Deeggarsa update! ✳️
Hirmaattonni leenjii leenjistummaa Torbaan barnootaa kilaastarii adda addaa irratti fudhachaa jiran ummata keenya Naannoo Beeneshaangul gumuuz irraa qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqa’aniif deggersaa walitti qabame:
Kilastarii Adaamaa - Qar. 81, 621
Kilastarii Ciroo - Qar. 46, 560
Kilastarii Amboo - Qar. 114, 100
Kilastarii Jimmaa- Qar. 70, 080
KilaastariiAsallaa - Qar. 16, 075
Kilaastarii Shaashamannee- Qar. 29, 980
Hanga ammaatti Qar. 358, 416 sassaabame Herrega Baankii deeggarsa kanaaf banametti galii kan ta’ee yoo ta’u,deeggarsi kuni kilaastaroota hunda irratti akka itti fufu Abdii qabna.
Hirmaattota ummata keenya miidhaan irra gaheef gumaacha gootan Hundi galata guddaa qabdu!!

ለአዳድስ የአማርኛ ተከታታይ ድራማዎችን እና ምርጥ ምርጥ የኢትዮጲያ ሙዚቃዎች አዝናኝ የቲቪ ፕሮግራሞችንነ በነፃ ለማግኘት እንዲውም ለአዳዲስ አማርኛ ፊልሞችን በነፃ ለማግኘት “subscribed” በማደረግ ይመልከቱ
???
https://www.youtube.com/watch?v=W3uBy0VcIWk
???
https://www.youtube.com/watch?v=W3uBy0VcIWk