bashananaa/entertainment
86 subscribers
31 photos
2 files
47 links
Download Telegram
Forwarded from Qoosa
Jaal nadhii gammadaa
Essaa jiraa???

Maalumaaf sidhabnee
Jaal nadhii gammadaa
Lammiin kee sidhabee
Kunoo si barbaadaa

Saba keetif jecha
Lubbuu hin qusannee
Karam jirta nadhii
Sagaleekee dhabnee

Dubbadhu yaadachee
Dubbadhu yaa samii
Bakka nadhiin jiruu
Idoosaa nuuf himii

Goota sabaaf falmuu
Hundumaa simannee
Jaal nadhii gammadaa
Maaliif kessaa dhabnee

Rooroo sabasatiif
Falmata dhugaanii
Jaal nadhii gammadaa
Maaf dhabne qaamanii

Nuuf himaa
Nuuf himaa
Kunatuu nuuf dhimmaa
@music_2011
@onnee_jaalalaa
@fetan_mereja
Jaal nadhii gammadaa
Essaa jiraa???

Maalumaaf sidhabnee
Jaal nadhii gammadaa
Lammiin kee sidhabee
Kunoo si barbaadaa

Saba keetif jecha
Lubbuu hin qusannee
Karam jirta nadhii
Sagaleekee dhabnee

Dubbadhu yaadachee
Dubbadhu yaa samii
Bakka nadhiin jiruu
Idoosaa nuuf himii

Goota sabaaf falmuu
Hundumaa simannee
Jaal nadhii gammadaa
Maaliif kessaa dhabnee

Rooroo sabasatiif
Falmata dhugaanii
Jaal nadhii gammadaa
Maaf dhabne qaamanii

Nuuf himaa
Nuuf himaa
Kunatuu nuuf dhimmaa
@music_2011
@onnee_jaalalaa
@fetan_mereja

Hiriyota kef sher godhi yoo sitti tole
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from @fetan_mereja (@qomoo @qomoo)