Barattoota oromoo
19.7K subscribers
1.14K photos
271 videos
3.68K files
901 links
Channel kun dhimma barattoota oromoo irratt odeeffannoo garagaraa dhiyeessa

Yaada fi qeeqaa karaa @Barattootaorobot jedhun nuuf kenna

⚡️⚡️Karaa YouTube dhan nu hordofuuf https://www.youtube.com/@OroAcademy⚡️⚡️

https://telega.io/c/Barattootaoromo
Download Telegram
#kutaa_12ffaa
#Ramaddii
Adama Science and Technology University

Adama Town (All Schools)
Batu Town (All Schools)
Holeta Town

Eastern Shewa Zone (Zoonii Shawaa Bahaa)
🕔Bako tibe
🕔 Dano
🕔Cheliya
🕔Elugalan
🕔Midakegn

🔗Tota 10,781 Social Science Students and 6544 Natural Science Students

📝 Intake Capacity==8792

@barattootaoromo
#kutaa_12ffaa
#Ramaddii

Ambo University

Ambo University has 4 Branches

1. Branch --Ambo Guder Cumpas

Intake Capacity==2940

📎GalanTown (All Schools)
📎Wellega East (Guto Gida)

📎Under Horro Guduru
🩹 Guduru
🩹Hababo Guduru
🩹Horro buluk
🩹 Chomen Guduru

Total 3408 Social Science Students and 2141 Natural Science Students


2. Branch --Ambo Hachalu Cumpas

Intake Capacity==7140


🕔West Wellegga(Gulliso)

Under H/Guduruu
🩹 Abe dongoro
🩹 Amuru
🩹 Jerga jete
🩹 Jimma Ganate
🩹 Jimma Rare

በ Wellegga East ስር
🩹 Ibantu
🩹 Kiramu
🩹 Haro Limu
🩹 Limu


Total 9580 Social Science Students and 4993 Natural Science Students


3. Branch --Ambo Main Cumpas

Intake Capacity==5640

በ West Wellegga ስር
🩹 Lalo Asabi
🩹Haru
🩹Leta sibu
🩹 Homa
🩹 Jarso
🩹 Kiltu Kera
🩹Kondala


Total 7251 Social Science Students and 3312 Natural Science Students

4. Branch --Ambo Waliso Cumpas

Intake Capacity==2756


በ East Wellegga ስር
🩹 Wama galo
🩹 Wayu Tuka
🩹 Gobu sayo
🩹 Guto Gida
🩹 Kiramu
🩹 Sibu sire

Total 3578 Social Science Students and 3387 Natural Science Students

@barattootaoromo
#kutaa_12ffaa
#Ramaddii

Jimma University

Jimma University has 3 Branches

1. Branch --Jimma Main Cumpas

Intake Capacity==10579

From Wellegga East
From Illu

Jimma Town

Total 12,935 Social Science Students and 6704 Natural Science Students


2. Branch --Jimma Agriculture Cumpas

Intake Capacity==1500

From Buno Badele

From Jimma Zone

Total 1929 Social Science Students and 920 Natural Science Students


3. Branch --Jimma Technology Cumpas

Intake Capacity==8800

From Buno Badale
From Ilu
From Jimma

Total 11,132 Social Science Students and 6317 Natural Science Students

@barattootaoromo
#kutaa_12ffaa
#Ramaddii

Bulehora University

Bulehora Yunivarsitiitti Barattoota qormaataman👇

Intake Capacity===14150

West Guji Zone
🔭Bulehora
🔭 Birbirsa Kajowa
🔭 Abaya
🔭Dugda Dawa
🔭Galan
🔭Kercha
🔭 Melka Soda
🔭 Suro Bargado
🔭Hambela Wamena

Guji Zone
🔭 Adola Shakiso
🔭 Adola rede
🔭 Adola Wayu Town
🔭 Aga Wayu
🔭 Galan
🔭 Ardaa Jila Me'ee boku
🔭 Girja
🔭 Goro Dola
🔭 Nagele Town
🔭 Gumi Oldalo
🔭 Odo Shakkiso
🔭 Saba Boru
🔭 Shakkisoo town
🔭 Wadera

🗝Walumaa-galatti Barattoota Saayinsii hawaasa 14831 fi Barattoota saayinsi Uumamaa 5540 Yunivarsitii Buleehoraatti qormaatamu.

@barattootaoromo
#kutaa_12ffaa
#Ramaddii

Dambi Dollo University

Dambi Dollo Yunivarsitiitti Barattoota qormaataman👇

Intake Capacity===4212

Kellam Zone
🔭Gawo Kebe
🔭 Jimma Haro
🔭 Jimma Horo
🔭 Lalo Kile
🔭 Sadi Chanka
🔭 Seyo
🔭 Yemalagi walal
🔭 Suro Bargado
🔭Hambela Wamena


🗝Walumaa-galatti Barattoota Saayinsii hawaasa 6612 fi Barattoota saayinsi Uumamaa 3907 Yunivarsitii Dambi Doollotti qormaatamu.

@barattootaoromo
#kutaa_12ffaa
#Ramaddii

Dirre Dawaa University ‼️

Dirree Dawaa Yunivarsitiitti Barattoota qormaataman👇

Intake Capacity===9458

Hararge West
🔭 Chiro town
🔭 Daro Labu
🔭 Doba
🔭 Gammachis
🔭 Guba koricha
🔭 Ancher
🔭 Badessa
🔭 Boke
🔭 Oda Bultum
🔭 Burka Dimtu
🔭 Chiro
🔭 Habro
🔭 Hawi Gudina
🔭 Mi'eso
🔭 Tul
🔭Shanan Dugo

🗝Walumaa-galatti Barattoota Saayinsii hawaasa 8396 fi Barattoota saayinsi Uumamaa 2843 Yunivarsitii Dambi Dollotti qormaatamu.

@barattootaoromo
#kutaa_12ffaa
#Ramaddii

Oda Bultum University ‼️

Oda bultum Yunivarsitiitti Barattoota qormaataman

Intake Capacity===10140
     
      From East Arsi
      From Weast Arsi
      From Shoa East
      Shashemene Town🙄
                           
🗝Walumaa-galatti Barattoota Saayinsii hawaasa 9973 fi Barattoota saayinsi Uumamaa 5521 Yunivarsitii Oda Bultumutti qormaatamu.

@barattootaoromo
#kutaa_12ffaa
#Ramaddii

Haramaya University ‼️

Haramaya Yunivarsitiitti Barattoota qormaataman

1. Branch =Main Cumpas

Intake Capacity===16850

East Arsi
East Hararge
Sabeta Town
Burayu Town

Walumaa-galatti Barattoota Saayinsii hawaasa 17,511 fi Barattoota saayinsi Uumamaa 14,731 Yunivarsitii Oda Bultumutti qormaatamu.

2 Branch = Harar Cumpas

Intake Capacity =2198

Mojo Town
Dukam Town

East Hararge
🔭Haramaya Town
🔭 Gursum
🔭Haramaya

Walumaa-galatti Barattoota Saayinsii hawaasa 2494 fi Barattoota saayinsi Uumamaa 1933 Yunivarsitii Oda Bultumutti qormaatamu.

1) Selale University =Abebech Gobana Cumpas
From North Shoa

2) Selale University =General Mamo Cumpas

From North Shoa
From Finfinnee zuria

3) Wolkite University

Woliso Town

4) Hawasa University =Main Cumpas

Bishan Gurracha

5) Arbaminch University

From Guji
From West Guji

1) Madda Wolabu University = Gobba Cumpas
From Baale

2) Madda Wolabu University = Robe Cumpas

From East Bale
From Arsi West
Robe Town

1) Madda Wolabu University = Sshashemane Cumpas

From Arsi West (Kore)

@barattootaoromo
#kutaa_12ffaa

Barattoota kutaa 12ffaa maraaf

Qormaata seensaa bara 2014/15 gara mooraa itti ramadamnii yeroo imalan wanta qabachuu qaban, wantota hayyamamaniifi hin hayyamamne armaan gaditti isiniif ibsinee jirra.

Wantota qabachuun danda'amu
⁉️Uffata qorraa
⁉️Uffata Firaashii fi hirkoo
⁉️Nyaata qooraa
⁉️Uffataafi Boorsaa
⁉️Kaardii qorumsaa, Irsaasii, Laaphisii, Qalama, daftara yaadannoo, waraqaa qulqulluu, kitaaba

Wantoota qabachuu hin danda'amne

⁉️Wantota sagalee viidiyoofi suuraa waraaban.
⁉️Kaameeraa
⁉️Wantota sarara teeleenis ta'e sanaan ala ergaa erguufi fudhachuu danda'an,(Taabileetii, Laaptooppii, bilbila, Haard Diiskii, Filaashii Miimoorii)

Sagantaa

⁉️Barattoota Saayinsii Hawaasaa
🕔26-28/1/205 Seensa Yuunivarsitii
🕔29-01/2015 Oorenteeshinii
🕔30-01/2015-02/02/2015 guyyaa qormaataa


⁉️Barattootaa Saayinsii Uumamaa
🕔05-06/02/2015 Seensa Yuunivarsitii
🕔07/02/2015 Oorenteeshinii
🕔08/02/2015-11/02/2015 Guyyaa Qormaataa

@barattootaoromo
#kutaa_12ffaa

Kaffaltii geejjibaa ilaalchisee barattoonni yuunivarsiitii itti qoramanirraa fageenya kiiloomeetira 50 gadirratti argaman baasii geejjibaa isaanii kan of danda’an ta’uu ibsaniiru.

Barattoota fageenya kiiloomeetira 50 olirratti argamaniif manneen barnootaafi aanaaleen haala kan mijeessan ta’uu dubbatan

@barattootaroomo
#kutaa_12ffaa

Firiin qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa karaa kamiin ilaalama?

Ministeerri barnootaa karaawwan firiin qormaataa kutaa 12ffaa ittiin ilaalamu qopheessaa jira.

Odeeffannoo nu qaqqabeenis firiin qormaataa sa'a ammaa kana #database irratti fe'amaa kan jiru yommuu ta'u akkuma goolabameen kan gadhiifamu ta'a. hanga yoonattis firiin barattootaa kun hin gadhiifamne.

Yeroo gadhiifamus ifaan ifatti miidiyaa garaa garaa fayyadamuun ni ifooma.

Barattoonni yeroo qabxiin keessan ifoomu filannoowwan armaan gadii fayyadamuun ilaaluu ni dandeessu.

1. eaes.edu.et
2. eaes.gov.et
3. eaes.et
4. result.neaea.gov.et
5. Telegram 👉 @EAESbot
6. SMS 8046
@barattootaoromo
https://www.youtube.com/@OroAcademy
#kutaa_12ffaa

Ramaddiin Yuunivarsitii barattoota kutaa 12ffaa halkan harraa gadhiifama.

Ilaallachuuf

Weebsaayitii: https://result.ethernet.edu.et

SMS: 9444
Bootii Teelegiraamii: @moestudentbot

Ramaddiidhaan wal qabatee akkasumas gaaffiin kamuu http://result.ethernet.edu.et irra seenuun Complaint kan jedhu tuquun(cuqaasuun) gaaffiiwwan keessan dhiheeffachuu kan dandeessan yemmuu ta'u, gaaffii kamuu ta'ee iyyatas qaamaan kan hin keessummeessine ta'uu beeksifameera
#KUTAA_12FFAA

Sagantaa guyyaa
qormaata kutaa 12ffaa Kan bara 2016 fudhatan:-

➭ Qoramtoonni saayinsii hawaasaa

Roobii (03/11/2016)
      Ganama :- Afaan Ingiliffaa
      Guyyaa  :- Herregaa

Kamisa:- (04/11/2016)
      Ganama :- Aptituudii
      Guyyaa  :- Ji'oograafii

Jimaata:- (05/11/2016)
      Ganama :- History
      Guyyaa  :- Economics 

➭ Qoramtoonni saayinsii uumamaa Adoolessa 9-11/2016 fudhatu.

Kibxata:- (09/11/2016)
      Ganama :- Afaan Ingiliffaa
      Guyyaa  :- Maths

Roobii (10/11/2016)
      Ganama :- Aptituudii

      Guyyaa  :- Physics

Kamisa:- (11/11/2016)
      Ganama :- Chemistry
      Guyyaa  :- Biology

➭Qoramaanni Bara 2016 magaalota filatamoo ta'an keessatti barattoonni filataman toora interneetii kan fudhatan yoo ta'u, barattoonni kan hafan Yunivarsitiiwwan keessatti waraqaan ni fudhatu jedhameera.

➭ Magaalota filatamoo 25 qormaanni kutaa 12ffaa toora interneetiin itti kennamu fuulduratti ifa ni ta'a.

@barattootaoromo