Maashaa Allaah Rabbiin waan isin dalaydan anumaaf dalaydan jedhee isin irraa haajaalatu, waan isin ajaa'ibu masoo hedduu nubaaftanii bakka jirtanitti Rabbi isin haa tiiysu. Nuuf jiraadhaa
Hagaa danda.ameen risiiti karaa kanaa nuu erguu yaala obboolleewwaan kiyyaa
Forwarded from SAFARICOM AFAN OROMO
Kabajamoo MSSW, namoonni affeerraa keessaniin miseensa saafarikoom ta'anii 0 dha.
❇️ Badhaafamaa/tuu ta'uudhaf Chaanaalii SAFARICOM - AFAAN OROMO keessa jiraachuu mirkaneeffadha!

Guyyaa Juma'aa kalaandariin cufaa ta'uu qaba > Ustaaz Ahmedin Jebel
~~~
Waamicha Ustaaz Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል!!
Itoophiyaatti guyyaan juma'aa guyyaa boqonnaa akka ta'u; akkasuma salaanni juma'aa bu'uuraa fi qaama amantichaa keessaa tokko waan ta'eef, guyyaa kanatti dhaabbileen mootummaa fi manneen barnootaa akka cufamuu fi lakkoofsi Hijraa sirna kalaandarii biyyattii keessatti akka hammatamuuf Ustaaz Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል waamicha dhiheessaniiru!!
Deebii eeyna
Dhugumaatti Amma qilleensi nasrii bubbise
....yaa rabb

Forwarded from ☀ሁዳ መልቲሚዲያ |HUDA MULTIMEDIA
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ረመዷን እንደ ቀልድ!!!
Forwarded from Waa islaamaa islamic post
Oduu Ammee
Iraan ifaan ifatti Israa’el waliin waraana eegalte.
Gareen Saayibarii Iraan Raadaarii Israa’el haak taassisteetti.
Midiyaaleen hedduun waraanni kun yoo akkanatti kan itti fufu ta'a maqaa waraana Addunyaa sadaffaa jedhu kan wamamuudha