Ayyuu Tube
2.57K subscribers
2.76K photos
241 videos
6 files
3.52K links
ᴄʜᴀɴɴᴇʟɪɴ ᴋᴜɴ:-
ʙᴀʀɴᴏᴏᴛᴀ ᴛᴇᴄʜɴᴏʟᴏɢʏ,
ғᴜɴ & ᴄᴏᴍᴇᴅʏ ᴠɪᴅᴇᴏᴅʜᴀᴀɴ,
ᴍᴀʟʟᴀᴛᴛᴏᴏʟᴇᴇ ᴊᴀᴀʟᴀʟᴀ,
ᴡᴀʟᴀʟᴏᴏ ᴠɪᴅᴇᴏᴅʜᴀᴀɴ,
ᴀᴘᴘs ʜᴀᴀʀᴀᴀ ғɪ ᴋᴋғ ᴋᴀɴ ʙᴀʀsɪsᴜᴅʜᴀ.
ᴋᴀɴᴀᴀғ ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ʏᴏᴜᴛᴜʙᴇ sᴜʙsᴄʀɪʙᴇ ɢᴏᴅʜᴀ! 👇👇👇👇👇
https://youtube.com/c/AyyuuTube
Download Telegram
Boriinkee biqilee guddaa waan tahuuf, har'a sanyii egeree keetii facaasi. Kunuunsiitii albuuda barbaachisus soori. Seerri addunyaafi macaafa Qulqulluu, hamma dhamaate argatta, hamma facaastes haammatta Isa jedhudha. Kanaafuu sadarkaan Jireenya keetii hanga dhamaatii keetiin waan murtaa'uuf dhama'i! Dhamaatii dafqi itti baay'atu qofa osoo hin taane, kan oogummaan guute. Maalif jennaan lafa xaa'oo qabuufi bajjiirra facaasuun bu'aa walqixa namaaf hin kennu waan taheef. Waan gootu oogummaan raawwadhu! Wantoota bu'aa guddaa siif buusan irrattis xiyyeeffadhu! Abjuukee sanarraas ijakee hin mixxiqsin!👇🏾👌
Sinanor.com
Obsii.com
sifanoro.com
Ofitti amanamummaa hin qabdu taanan yoomiyyuu waan waaqayyoo sitti kenne hojjatta osoo hin taane waan namni sitti hime hojjatta. Gaggeessaan dandeetti hin qabne abdii dhalootaa baay'ee dukkaneessa.👇🏾👇🏾👌
https://sinanor.com/2024/05/15/lets-get-to-know-the-truth/
Forwarded from OTS ELSAY (Elsay Daniel)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Afaan Oromoo irraa gara afaan kan bira kan akka English, China, Arabic fi kaneen birotti jijiru ykn Translate gochuuf kan isin gargaaru😍😍📲📲📲📲
Yeroon qabeenya qabeenyaan oliiti!
~ Moo'attoonni hojii boru hojjetan har'a hojjetu!
~ Giddu-galeessonni hojii har'a hojjetan har'uma hojjetu!
~ Namoonni kufan hojii kaleessaa har'a hojjetu!
➲ Kanaafuu, yeroo hundumaa MOO'ATAA ta'i!👇🏾👇🏾👌
https://sinanor.com/2024/05/16/time-is-a-treasure-above-treasure/
Forwarded from OTS ELSAY (Elsay Daniel)
Notcoin yeroo amma Gatiin isaa 0.007224 dha 🙄 hanga meqaati ol ka'a jetanij tilmaamtu?🏦🤑🤑
Anonymous Poll
39%
$1 usd ol
19%
$2 usd ol
26%
$7 usd ol
16%
Gatiin hin godhatu kana caalaa😁
Forwarded from OTS ELSAY (Elsay Daniel)
Notcoin on 🔥🔥
Jireenya keessatti namoota gosa sadi hin dagatin;
1) kanneen yeroo rakkoo si gargaaran,
2) kanneen yeroo rakkoo si baqatan,
3) kanneen rakkoo keessa si buusan.
Milkaa'ina jireenya kee ofii keef murteessii, ofii keef milkeessi.👇🏾👇🏾👌
https://sinanor.com/2024/05/16/work-with-love-and-you-will-succeed/
Namni ogeessa waliin oolu ogeessa ta'a, Miiltoon gowwootaa garuu gowwaa ta'uun isaa shakkii malee sirriidha. Hiriyaankee amala gaarummaan kan si caalu yoo ta'e itti siqi yerookee dheeraa isa waliin dabarsi! akkumasaa nama guddaa taata waan ta'eef. 👇🏾👇🏾👌
https://sinanor.com/2024/05/17/being-too-close-to-the-wrong-people-can-ruin-you/
Forwarded from OTS ELSAY (Elsay Daniel)
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Akkaata Notcoin keessan itti gurguuru dandeessan🥰🥰🥰 How to sell Notcoin on Telegram
Miidhaan hamaan diina kee irraa osoo hin taane, namoota ati amanattee fi jaalattu irraa dhufa. namatti murteessuf hin ariifatin, rakkinaaf jedhee murtoo dogongoraa fudhachuu danda'aa jaalalaan jiraadhu jaalalaa jireenyaa waan ta'eef👇🏾👇🏾👌
https://sinanor.com/2024/05/19/in-the-power-of-love/
Kallattii sirrii irra jiraachuu kee mirkaneeffa dhu.Jireenya keessatti kallattiin  dogoggoraan irra deemte kamtuu, taatee dubatti sin deebifneef, haala waan argachuu qabdu dhabuutiif si saaxila. Carraan ati bira gahuuf kaate, kallattii sirrii filachuu dhabuu keetiin karaatti hafa. 👇🏾👇🏾👌
https://sinanor.com/2024/05/19/love-is-a-happy-life/
Forwarded from OTS ELSAY (Elsay Daniel)
Namooni Notcoin irraa qarshii hin argannee😫 coin haaraa kan notcoin caaluu kanaati fayyadamaa 🥰
TAP TAP qofan coin hedduu dalagu ni dandeessu
Dabalataan BONUS million 2 ol ni qaba kanaaf osoo hin dhumiin ammuma eegalaa🔥🔥🔥
Hojiin haaraa hedduu dhufa jira😍
📲📲📲📲👇👇👇👇👇
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1155307663
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1155307663
☝️☝️☝️☝️☝️
Forwarded from OTS ELSAY (Elsay Daniel)
BONUS Kana hunda fudhachuu akka hin daganee☝️☝️
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1155307663
Mul'ataan yoo mul'atte malee mul'achuu hin dandeessu! Ka'uumsa kee jijjiiruu baattus, jireenyaa kee fuula duraa jijjiiruu ni dandeessa.Namni Milkaa'e Hundi Gorsaa Keessan Ta'uu Hin Danda'u
Waan gaarii fudhadhuu isa hamaa dhiisi.👇🏾👇🏾👌
https://obsii.com/2024/04/09/not-everyone-in-the-world-can-be-your-mentor/
Akka nama amma du’uutti kadhadhaa, akka nama bor du’uutti bashannanaa, akka nama bara baraan jiraatuutti ammoo cimaa hojjedhaa!
Har’a hojjennee bor jiraanna jechuudhaan har’a ofii dararuun jireenya bor dhufu sanas hir’uu taasisuu mala. Kanaaf Hojjechuufi jiraachuun yeroo hunda ta’uu qaban jedha ani!👇🏾👇🏾👌
https://sinanor.com/2024/05/20/let-your-love-be-true-love/
Ilaamee!
Gaafa manaa baatu, “Yaa Waaqayyo nagaan na galchi” jedhi. Gaafa deebitee galtu, “Kan nagaan na galchite galata kee” jedhi.
Nama sitti balleesseef dhiifama godhi. Kan itti balleessite dhiifama gaafadhu. Bahuu kee malee galuu kee hin beektu, har’a jiraachuu kee malee bor gahuu kee hin beektu! Jiruun dachee kanaa gabaabduudha!
Waaqayyo si wajjin haata’u!👇🏾👇🏾👌
https://sinanor.com/2024/05/13/and-the-truth-shall-make-you-free/
Namoonni hedduun har'a diinoomanis, gaarummaa isaanii kaleessaatu har'a yaadannoo kootii! Dhugaadha baayyooliin isaanii har'a natti jijjiramanis, harka kaleessa gaarummaa naaf goodhanin har'a deebi'aanii na miidhanis, afaan kaleessa nagaa dubbataniin har'a hamaa koo odeessanis, daandii jaalalaa kaleessa irratti qoreen biqilus kabajnif jaalalli kaleessa tuffiin bakka naaf bu'us, mararteewwan jechoota kaleessa har'a dhidhima seenuus, dirree rakkina irratti har'a kophaa ta'us; ani garuu gaarummaa kessan isa kaleessa sanan yaadacha jiraadha. Hamaa keessan hedduy gaarummaa keessan tokkoonin bakka buufadha addunyaa kootti sababisaa guyyaan kun hundinuu darbee bor seenaa ta'ee akka dubbatamuu waanin beekuuf. Galatoomaa!🙏😁👇🏾👇🏾👌
https://sinanor.com/2024/05/21/honesty-and-love-the-right-way/
Daakuun eenyu jibbitaa jennaan Daaraadha jette. Maaliif jennaan ammoo koo hin geessuu na fakkaachuuf ammoo gad hin teessuu jette.🤣😁
Qilleensarra balali'uu yoo feete, daakkiyyee waliin bishaan daakuu dhiisi👇🏾👇🏾👌
https://sinanor.com/2024/05/22/a-love-story-but-i-love-it-so-much/
Leenci bakka tokko deemuu yoo barbaade karaa isaa irraa warabeessi meeqa akka jiru isaa hin yaaddessu. Akkamitti akka gammaddu fi kayyoo kee galmaan gahuuf eenyurraayyuu homaa hin eegin.👇🏾👇🏾👌
https://sinanor.com/2024/05/11/love-the-truth-and-live-by-it/
Forwarded from OTS ELSAY (Elsay Daniel)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Yoo silkii keessan bishanii tuqee waan gochuu qabda!!!!👍👍👍👍
Kabaja hojiikee irraa malee Afaan namaa irraa hin eegin.!
Eessa akka jirtu beekuu caalaa eenyu akka taate beekutu si faayyada. Hanga siif hin galleetti cal jettee hin fudhatin, gaaffii gaafachuun amala nama beekaati👇🏾👇🏾👌
https://sinanor.com/2024/05/11/it-is-to-come-to-know-the-truth/